ODUU

Finfinnee: Maatii Kush keessatti sabootni Oromoofi Sidaamaa baay’ina ummataatiinis ta’ee bal’ina lafa irra qubataniitiin akkasumas daangaa dheeraa wajjummaan qooddachuudhaan maatii takko. Ilmaan kuush kunniin ollummaafi obbolummaa maatii tokkoo qofa osoo hintaane, gama... Read more »

Walanciitii: Talaalliin Gifiraa marsaa 2fa guutummaa biyyattiitti kennamuu eegaluusaa Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministir De’eetaan ministeerichaa Doktar Liyaa Taaddasaa kaleessa sirna eegaliinsa talaallii gifiraa magaalaa Walanciitiitti argamuun haasaa taasisaniin akka jedhanitti, dhukkubni gifiraa... Read more »

Finfinnee: ABOn Jaal Daawud Ibsaatiin hogganamu qabsoo demokraatawaa taasisuuf ulaagaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa barbaadu guutee galmaa’uuf sochiirra jiraachuu miseensi Gumii Sabaa Himaa addichaa beeksisan. Miseensichi Obbo Qajeelaa Mardaasaa ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Finfinnee: Naannolee yaa’iinsi invastimantii itti baay’atu keessaa Oromiyaan tokko. Kanaanis dameen invastimantii dinagdee Oromiyaa darbees kan biyyaa haalaan utubaa tureera. Waggoota lamaan darbanitti rakkoo nageenyaatiin walqabatee galiin achirraa argamu akkuma biyyaattuu hir’iateera.... Read more »

Quuqqaa ummata Oromoo sirbaan ibsuusheetiif dararaa guddaan irra ga’ee biyya ishee dhiistee akka godaantuuf kan dirqamte Artistiifi Qabsooftuu Ilfinash Qannoo turtii waggoota 20 booda dhiheenya kana biyya isheetti deebi’uun ishee ni yaadatama.... Read more »

Finfinnee: Artistootniifi atileetonni Oromoo dheengadda Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti akkaataa indastirii aartii Oromoo dinagdeedhaan ijaaruun danda’amurratti mari’ataniiru. Doktar Darajjee Garafaa Ogeessa fayyaafi xiinxalaa siyaasaa yoo ta’an, qabsoo siyaasa ummata Oromoo keessatti qooda... Read more »

Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa walga’iisaa idilee Kibxata darbe adeemsiseen miseensota Komiishinii Daangaa Bulchiinsaafi Dhimma Eenyummaa akkasumas kan Komiishinii Araara Biyyaalessaarratti bal’inaan mari’atee fooyyessa taasisuun raggaasise. Haaluma kanaan miseensummaa Komiishinii Daangaa Bulchiinsaafi... Read more »

Bishooftuu: Komishiniin Misoomaafi Tajaajila Hawaasummaa Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yasus Itoophiyaa, wiirtuu horsiisa qurxummii ammaayaawaa Bishooftuutti argamu tibbana eebbisiiseera. Pirezdaantiin waldichaa Luba Yoonaas Yiggazuu sirna eebbichaarratti haasaa taasisaniin akka jedhanitti, Waldaan Warra... Read more »

Pirezidaantiin BMNO Obbo Lammaa Magarsaa Manneen hojii Mootummaa ji’oota jahan darban keessa raawwii hojii gadiaanaa galmeessisan hatattamaan tarkaanfii sirreessaa fudhachuu akka qaban hubachiisan. Obbo Lammaam kana kan hubachiisan qorannaa raawwii hojii waajjiraaleei... Read more »

Finfinnee: Paartiileen morkattootaa waadaa waliigaltee paartiileefi walta’insa Boordii Filannootiin qophaa’erratti akka yeroof akka waliihigalle Walittiqabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. Walittiqabdittiin Aadde Burtukaan Miidhagsaa ibsa Roobii darbe gaazexeesitootaaf kennaniin, waadaan waliigaltichaa seera... Read more »