ODUU

Yunivarsiitii Bulee Horaatti hojiin baruu barsiisuu sababa rakkoo nageenyaatiin addaan citee ture Wiixata darberraa kaasee eegaluusaa pirezidaantiin yunivarsiitichaa, Doktar Caalaa Waataa ibsan. Pirezidaantichi ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka ibsasaaniitti, ji’a... Read more »

Waggaa lama dura qabsoo haadhawaa ummanni biyyattii keessumaa Qeerroon taasiseen jijjiiramni dhufuun ni yaadatama. Jijjiirama kanaanis ummanni guutuu biyyaa gammadee gammachuusaa waltajjiiwwan garagaraarratti ibsataa ture. Jijjiramni haaromsaa qabsoo ummataatiin dhufes yeroo gabaabaa... Read more »

Waggoota hedduuf ogummaafi humna artii fayyadamee siyaasa ummata Oromoo dammaqsuuf hojjechaa kan tureefi jiru, Artisti Umar Suleeymaan tibbana gara biyyasaatti deebi’eera. Artistichi Gaazexaa Bariisaa wajjin gaafdeebii bal’aa kan taasise yoo ta’u, ibsa... Read more »

“Ajajaafi miseensonni WBO waamicha nageenyaa fudhatan harka keenya jiru” -Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo
Labsii nageenyaa torban lamaan kana Gujiitti labsame fudhachuun Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Kibbaafi miiltoowwansaa harka abbootii Gadaa Jiraachuu Abbaa Gadaan Gujii ibsan. Abbaan Gadaa Jiloo Maandhoo ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif kennaiin... Read more »

Oromiyaa Lixaatti rakkoon nageenyaa hammaachaa ture tarkaanfii qaamoleen nageenyaa naannichaafi federaalaa walta’insaan hawaasa, abbootii Gadaafi amantii mariisisuun fudhataniin tasgabbaa’aa jiraachuushee Komishinarri Komishinii Poolisii Oromiyaa Jeneraal Alamaayyoo Ijjiguu Roobii darbe miidiyaaleef ibsaniiru. Baatiiwwan... Read more »

Dhaabbatni ‘Global Alliance for The Right Of Ethiopians’ dhaabbata miti mootummaa sarbama mirga Itoophiyaanotaa akka addunyaatti qaqqabaa ture maqsuuf ALA bara 2013 Itoophiyaanotaan kan hundaa’e yoo ta’u, loogii tokko malee aantummaa lammiileef... Read more »

Qabiinsa mirga namoomaarratti jijjiiramni galmaa’aa jiraachuu Bulchiinsi Manneen Sirreessaa Federaalaa beeksise. Daarektari olaanaan bulchiinsichaa Obbo Jamaal Abbaasoo ibsa kaleessa miidiyaaleef kennaniin haalli qabiinsa mirga namummaa fooyya’aa jiraachuu eeranii, Bulchiinsicha jala kan jiran... Read more »

Sababa dhabamuu odeeffannoo qindaa’aatiin biyyattiin bishaan dhugaatii sadarkaasaa eeggateefi lammiilee biyyattii hundaaf ta’u dhiheessuu akka hindandeenye ragaaleen ni agarsiisu. Ijaarsi projektota bishaan dhugaatii adeemsifamaa turanis dhaabbilee garagaraatiin bifa bittinaa’een adeemsifamaa turuusaatiin odeeffannoon... Read more »

Magaalaa Finfinnee keessatti manneen barnootaa Afaan Oromootiin barsiisaa jiran keessaa, Gaara Guuriifi Burqaa Wayyuu tibbana Dhaabbata Al Maktuumiitiin eebbifamuusaanii waldaan ‘Charity Development Association (CDA’) ibseera. Walitti qabaan boordii waldichaa, Obbo Mohaammad Alii... Read more »

Bara 1987 irraa eegalee Itoophiyaatti filannoon biyyaalessaa si’a shanaffaa kan adeemsifame yoo ta’u, baroota kanneen keessatti paartiileen siyaasaa guutummaatti waliigaltee uumanii hinbeekan. Kanarraa kan ka’e adeemsi filannoo biyyaalessaa nagaafi iftoomina qabu, walabaafi... Read more »