ODUU

Naqamtee: Wallaggi burqaa hayyootaafi qabsaa’otaa kanneen akka Hayilee Fidaa, Abdiisaa Aagaa, Baaroo Tumsaa, Alamaayyoo Atoomsaa, Lammaa Magarsaafi kanneen birooti. Ta’us, sirnoota darbanirraa kaasee hanga yeroo dhiyootti sababa dhiibbaa siyaasaatiin misooma hawaasummaafi dinagdee... Read more »

“Yeroo ammaa sodaa tokko malee jiruu keenya gaggeeffachaa jirra” –Oromoota naannoo Sumaalee jiraatan
Jigjigaa: Ummattootni obbola Oromoofi Sumaalee waggoota dheeraaf nagaan waliin jiraachaa turan shira qaamota alaatiin gidduusaaniitti xaxameen walgaarreffachuu bira darbanii sadarkaa inni tokko isa biraa buqqisuutti ga’anii turan. Haala kanaan naannoo Sumaalee keessaa... Read more »

Jigjigaa: Xumura yaa’ii paartii SDP irratti argamuun haasaa kan taasisan Ministirri Muummeen Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad, yeroo jalqabaatiif yoo xiqqaate nama digrii jalqabaa qabu gara hooggansaatti fiduudhaan seenaa paartichaa keessatti boqonnaa... Read more »

Finfinnee: Maniiwwan misooma waaraa ALA bara 2030tti milkeessuuf Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin qabaman keessaa dhiyeessa inarjii ammayyaawaafi amansiisaa ta’e gatii madaalawaatiin lammiilee hunda bira akka gahu gochuudha. Ministirri Ministeera Bishaanii, Jallisiifi Inarjii Doktar... Read more »

Finfinnee: Waggaa tokko dura biyyi Itoophiyaan diigamuuf fiixeerra geessee qabsoo hadhaawaa hoggantootni jijjiiramaafi lammiileen marti taasisaniin deebitee ijaaramte. Osuma oftuultonni, “Oromoon biyya gaggeessuu hindanda’u, Oromoon masaraa yoo gale ameessi nuu hindhaltu, Oromoon... Read more »

Finfinnee: Jijjiiramoota siyaas-dinagdee waggaa tokko keessatti argaman itti fufsiisuuf sirni yaadannoo waggaa 1fa Kibxata darbe Galma Barkumeetti adeemsifameera. Sirnicharratti anga’ootni mootummaa federaalaafi naannolee, ambaassaaddarootaafi keessummoota kabajaa dabalatee kutaaleen hawaasaa garagaraa hirmaachuun deggarsa... Read more »

Finfinnee: Hirmaannaafi deeggarsa ummataa ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaarratti qabbanaa’e deebi’ee akka finiinuuf korri qophaa’aa jiraachuu Waajjirri Hirmaannaa Ummataa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa Damee Oromiyaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa, Obbo Amaan Alii ibsa... Read more »

Finfinnee: Lafti qabeenya uumamaa kan ummataafi mootummaa waan ta’eef, gurguramuufi jijjiiramuu akka hindandeenye heera mootummaa RFDI keeyyata 40/3 jalatti eerameera. Imaammanni misoomaafi hoggansa lafaas heeruma biyyattii bu’uureffachuun kan bahe yoo ta’u, namni... Read more »

Waggaa 29fan hundeeffama ODP tibbana naannawawwan adda addaatti sirnoota gara garaatiin haala ho’aadhaan kabajamaa jira. Naannawawwan ayyaanichi itti kabajame keessaa tokko Magaalaa Finfinneeti. Ayyaana Dilbata darbe kutaalee hawaasaa adda addaafi hoggansa hojii... Read more »

Tibba kana pirezidaantiin Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa, Obbo Lammaa Magarsaa abbootii qabeenyaa naannicha keessa socho’an wajjin Finfinneetti mari’ataniiru. Abbootiin qabeenyaa maricharratti gaaffiileefi yaadota adda addaa kaasuun pirezidaantichaan deebii bal’aan kennameera. Abbootiin qabeenyaa haalli... Read more »