ODUU

Finfinnee: Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa akka haaraatti hundeessuuf wixinee labsii qophaa’erratti Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa kaleessa walga’ii idilee 39fa gaggeesseen mari’ateera. Barbaachisummaa wixinee labsichaa erga sakatta’een boodas yaada murtee 56/2011n Koree Dhaabbii... Read more »

Bulchiinsa Heera keeyyata 96fi 97 jalatti aangoon gibiraafi taaksii mootummaa federaalaa akka ittaanutti tumameera. Keeyyata xiqqaa Mootummaan Federaalaa meeshaalee alatti ergamaniifi galanirratti shuura gumrukii, taaksiifi kafaltiilee biroo ni buusa, walitti qaba. Mindeeffamtoota... Read more »

Finfinnee: Misooma qonnaa bu’uura dinagdee biyya keenyaa ta’e ceesisuuf kallattii kaa’ameen hojiitti seenamuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise. Waltajjii marii qonnarratti jijjiirama fiduu kaayyeffatee waajjira Pirezidaantii BMNOtti kaleessa gaggeeffamerratti Hogganaan biirichaa... Read more »

Mariin hariiroo obbolummaa cimsu Kibxata darberraa eegalee sadarkaa godinaafi maagaalota guguddooti jalqabe guyyaa dheengadda sadarkaa aanaaleetti itti ittifufuun kaleessa ammoo gandoota naannichaatti gegeeffameera. Marichaan duudhaa gaggaarii waliin jireenyaa ummattoota walitti hidheefi tokkoomsee... Read more »

Finfinnee: Ministeerri Nageenyaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa, bara hojii arfaffaa, walga’ii idilee 48fa Kibxata darbe taa’amerratti gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii miseensootaaf dhiheesseera. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufiriyaat Kaamiil gabaasa dhiheessaniiru; gaafiileefi... Read more »

Finfinnee: Rakkoo nageenyaa bakkeewwan garagaraatti mudateen lammiilee qe’eefi qabeenyasaaniirra buqqa’an keessaa kumni 875 gara q’eesaaniitti deebi’uu Ministeerri Nageenyaa ibse. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufriyaat Kaamil gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii Kibxata darbe miseensota... Read more »

Finfinnee: Akka biyyaalessaatti rakkoolee guguddoo Itoophiyaa mudachaa jiran keessaa malaammaltummaan isa ijoo yoo ta’u, kutaalee hawaasaa hunda miidhuun namootni muraasni qofti qabeenyi ummataatti seeraan ala akka fayyadaman kan taasisu ta’uu hayyoonni ni... Read more »

Finfinnee: “Doktar Nagaasoo Gidaadaa Soolan waliin bultii dhaabbannee waggoota 35f jiraanneerra. Waggoota kanneen keessatti akka abbaa warraatti qofa osoo hintaane akka obboleessaafi hiriyaa gaariitti waliin yeroo dheeraa dabarsine.” “Doktar Nagaasoon, hayyuu siyaasa... Read more »

Adaamaa: Ummatni Oromoofi Somaalee durirraa kaasee akka ummata tokkootti nagaafi jaalalaan waliin jiraachaa kan turan yoo ta’u, har’as taanaan gammachuufi gadda qaban walumaan qooddachaa ummata jiraataniidha. Waggoota muraasa darban asitti garuu shira... Read more »

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad badhaasa nageenyaa Dhaabbanni Barnoota, Saayinsiifi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (‘UNESCO’) qopheessu injifatan. Badhaasni nageenyaa Doktar Abiyyi injifatan; nageenya fiduu, kabachiisuufi tursiisuuf gumaacha taasisaniini. Badhaasni injifatanis kan... Read more »