ODUU
Ji’oottan jahan darbanitti daawwattoota biyya alaarraa galiin dolaara Ameerikaa biliyoona 1.4 argamuusaa Ministeerri Aadaafi Turiizimii beeksise. Ministirri Ministeerichaa Doktar Hiiruut Kaasaa, Ji’oottan jahan darbanitti turistoota biyya alaarraa dolaara biliyoona 2.7 walitti... Read more »
Bu’uuruma koreen teeknikaa fi araaraa akkasumas Gumiin Abbootii Gadaa waamicha dhiyeessaniin loltootni Adda Bilisummaa Oromoo zoonii Lixaa guyyaa kaleessaa irraa eegalee deebi’aa jiru. Guyyaa kaleessaa aanaa Manasibuu ganda Harawweetti qaama mootummaa... Read more »
Finfinnee: Raayyaan Ittisaa Biyyaa (RIB), diinaaf sodaa Itoophiyaanotaaf ammoo gaacha ta’uu Ajajaan Humnoota Waraana Waliigalaafi Ministirri Muummee ibsan. Ajajaan humnoota waraanaafi ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad, guyyaan RIB torbaffaa kaleessa istaadiyeemii Adaamaatti... Read more »
Finfinnee: Ji’oota muraasaa as ministeeroota jijjiiramni itti mul’achaafi sammuu namootaa keessatti iddoo argataa dhufan keessaa Ministeerri Galiiwwanii isa tokko. Keessumaa gama kontiroobaandii to’achuutiin tattaaffii cimaatu taasifamaa jira. Hojii cimaa raawwatame anaanis hanga... Read more »
Finfinnee: Gabrummaatu itti hammaatee manaa isaan baase. Akkuma nama kamiittuu osoo hojjetanii jiraachuu danda’anuu jiruun bilisummaa hinqabne lafee foon hinqabne itti taanaan mana ho’aa irra bosona qorraa, bultii mijaawaa irra egeree mi’aawaa... Read more »
Finfinnee: Lakkaawwii ummataafi manaa barana si’a afraffaaf gaggeeffamurratti ragaaleen ummataa afaanota shaniin funaanamuun shakkii uumuu akka hinqabne Komishiniin Lakkaawwii Ummataa ibse. Sekireeteriyaatiin komishinichaafi Darikterri Ejensii Istaatiksii Giddugaleessaa Obbo Birraatuu Yiggazuu ibsa Roobii... Read more »
Finfinnee: Dhaabbileen Adda Dimokraasummaa Warraaqsa Ummattoota Itoophiyaa (ADWUI) arfan (ODP, ADP, WDUKfi ABUT) dhaabbilee deggartootaa dabalatee akka biyyaalessaatti hundeessuuf qorannoon gaggeeffamee qophiin xumuramuusaa Waajjirri ADWUI ibse. Waajjirichatti Qindeessaan Damee Paartiilee Siyaasaafi Waldaalee... Read more »
Finfinnee: Maatii Kush keessatti sabootni Oromoofi Sidaamaa baay’ina ummataatiinis ta’ee bal’ina lafa irra qubataniitiin akkasumas daangaa dheeraa wajjummaan qooddachuudhaan maatii takko. Ilmaan kuush kunniin ollummaafi obbolummaa maatii tokkoo qofa osoo hintaane, gama... Read more »
Walanciitii: Talaalliin Gifiraa marsaa 2fa guutummaa biyyattiitti kennamuu eegaluusaa Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministir De’eetaan ministeerichaa Doktar Liyaa Taaddasaa kaleessa sirna eegaliinsa talaallii gifiraa magaalaa Walanciitiitti argamuun haasaa taasisaniin akka jedhanitti, dhukkubni gifiraa... Read more »
Finfinnee: ABOn Jaal Daawud Ibsaatiin hogganamu qabsoo demokraatawaa taasisuuf ulaagaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa barbaadu guutee galmaa’uuf sochiirra jiraachuu miseensi Gumii Sabaa Himaa addichaa beeksisan. Miseensichi Obbo Qajeelaa Mardaasaa ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »