ODUU
Finfinnee: Jijjiiramni amma biyyattiitti dhufe jijjiirama lubbuun hedduu itti wareegame akkasumas, kan haadholiin ijoolleesaanii itti gabbaran waan ta’eef kan akka salphaatti ilaalamu akka hintaane gaazexeessaafi barreessaa Abdii Fiixee gaafdeebii Gaazexaa Bariisaa waliin... Read more »
Finfinnee: Tarkaanfiin ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamaa jiru seera qabeessa ta’uu Biiroon Bulchiinsaafi Ittifayyadama Lafaa Oromiyaa ibse. Hogganaan biirichaa, Doktar Milkeessaa Miidhagaa ibsa dheengadda kennaniin, tarkaanfiin tibbana ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamaa jiru labsii... Read more »
Miseensi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Jaal Abdataa Laggasaa Qajeelaa, (maqaan qabsoosaa Yaadannoo) kaleessa ganama ture waamicha abbootiin Gadaafi ajaja Hayyu Dureen ABO, Jaal Daawud Ibsaa dabarsan fudhachuun ummatatti kan makame. Innis imala... Read more »
Finfinnee: Miseensi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Jaal Abdataa Laggasaa Qajeelaa, (maqaan qabsoosaa Yaadannoo) kaleessa ganama ture waamicha abbootiin Gadaafi ajaja Hayyu Dureen ABO, Jaal Daawud Ibsaa dabarsan fudhachuun ummatatti kan makame. Innis... Read more »
Koreen teeknikaa araara mootummaafi ABO godinaalee 12; aanaalee Oromiyaa 22tti bobba’e Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) simachaa jira. Koreen araaraa miseensota 71 qabu kan Amajjii 14,2011 hundaa’ee, Guraandhala 6 bara 2011 gara godinaaleefi... Read more »
Koreen giddugaleessaa ODP hojiilee baatii jahan darbanitti hojjetaman gamaaggamuun kallattii gara fuula duraa kaa’eera. Baatiiwwan jahan darbanitti olaantummaa seeraa mirkaneessuufi misoomni haala karooratiin hojjetamuun ibsameera. Itti gaafatamaan Waajjira Giddugaleessaa Oromoo Dimokraatiik Paartii(ODP)... Read more »
Fooramiin magaalotaa 8ffaan naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti mata duree “Ida’amuun badhaadhina magaalotaatif” jedhuun kabajamaa ture har’a xumurame. Kaayyoon fooramichaa karaa nagaafi haala barbaadamuun milkaa’uusaa Ministirri Ministeera Misooma Magaalaafi Konistiraakshinii Obbo Jaanxiraar Abbaay... Read more »
Itoophiyaafi Uraaguwaay hariiroosaanii cimsuuf waliigaltee marii siyaasaa mallatteessan. Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Doktar Warqinaa Gabayyoon gitasaanii Uraaguwaay Ruudoolf Niin Noovaan waliin mari’ataniiru. Marichaanis hariiroo biyyoota lamaanii cimsuuf waliigalaniiru. Doktar Warqinaa waliigaltichi hariiroo... Read more »
Jijjiiramni amma biyyattiitti dhufe jijjiirama lubbuun hedduu itti wareegame akkasumas, kan haadholiin ijoolleesaanii itti gabbaran waan ta’eef kan akka salphaatti ilaalamu miti. Jijjiiramichi Oromoodhaan dhufuunsaa injifannoo guddaadha. Oromoon waggoota dheeraaf biyya kanaaf... Read more »
Mariin dubartoota hayyootaa yeroo jalqabaatiif magaalaa Finfinneetti gaggeeffame. Waltajjichi Pirezdaantii RFDI Saahilawarqi Zaawudeetiin kan qophaa’e yoo ta’u, hoggansi dhaabbilee barnoota olaanaa hundi, qorattoonniifi miseensonni boordii irratti hirmaataniiru. Pirezdaanti Saahilawarqi dubartoonni ogummaarratti bobba’aniin... Read more »