ODUU
Adaamaa: Bakka hoogganaan keenya seera kabajee hinkabachiifnetti seera maleessummaa to’achuun ulfaataa ta’uu pirezidaantiin BMNO, Obbo Lammaa Magarsaa, manni seeraan alaa hanga ijaaramutti ilaalanii erga xumurameen booda diiguun badii hooggansi raawwate dhoksuu kan... Read more »
Finfinnee: Hundeeffamni Ejensii Diyaaspooraa rakkoolee diyaaspooraa kanaan dura mudachaa turan kan furu ta’uu Ejensiin Diyaaspooraa Itoophiyaa ibse. Daariktarri olaanaan ejensichaa, Aadde Salaamaawwit Daawwit Kibxata darbe gaazexeessitootaaf ibsa kennaniin akka jedhanitti, waggoota darban... Read more »
Adaamaa: Guraandhala 23, qonnaan bulaan Oromoo Sabbataa, Buraayyuu, Sulultaa, Laga Xaafoofi kallattii Oromiyaa hunda irraa wal waamee fardaan Finfineetti qajeela. Fardeen Oromoo gaafas Finfinnetti beellama qabatan eenyu eessaa ka’ee eenyuun durfamuudhaan eessatti... Read more »
“Waanti heeraan tumame hojiirra oolchuu dhabuun dogoggora guddaadha” – Doktar Nagaasoo Gidaadaa Adaamaa: “Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma Finfinneerratti wantuma bara darbe jedhe san ammas jedha.” Bara darbe mootummaan karaa bilchinaafi beekumsa irratti... Read more »
Finfinnee: Injifannoo Adwaa 123fa boru haala ho’aan kabajuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaafi Tuurizmii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Ittigaafatamaan biirichaa, Gargaaraa Pirofeesaraa Nabiyyuu Baayyee ibsa dheengadda kennaniin injifannoon Adwaa wareegama sabootaafi sablammiileen argame... Read more »
Finfinnee: Sanyii dhala namaa ishee jalqabaa kan taate Luusiin ykn Dinqinash ergama nageenyaafi jaalalaa qabattee gara iddoo argamashee, Affaaritti imalte. Imalli luusii iddoo argamashee Affaarirraa eegaluun gara naannolee biyyattii hundatti kan qajeeltu... Read more »
Finfinnee: Lammiilee Oromoo sababa walitti bu’iinsa daangaafi rakkoo nageenyaatiin qe’ee isaanii irraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf akkasumas nageenya, fayyaafi nyaata isaanii eeguuf sochii bal’aan taasifamaa jiraachuu Komiishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa Oromiyaa ibse.... Read more »
Godinni Wallagga Lixaa aanaalee 23 qabdu keessaa aanaan Beegii ishii tokko. Dilbata darbe Ministirri Muummee RFDI, Doktar Abiyyi Ahmadiifi Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa aanicha, Magaalaa Beegiitti argamanii hawaasa... Read more »
Finfinnee: Qonnnaan bultoonniifi hojjettoonni misoomaa 700 ol ta’an Dilbata iftaanii kan badhaafaman ta’uu Biiroon Misooma Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Dhaabaa Dabalee ibsa Kibxata darbe gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti, ... Read more »
Finfinnee: Yaa’iin idilee 9fa waggaa afraffaa bara hojii 5fa Caffee Oromiyaa iftaanirraa eegalee guyyoota sadiif Magaalaa Adaamaatti kan adeemsifamu ta’uu Waajjirri Caffee Oromiyaa beeksise. Afyaa’iin Caffee Oromiyaa, Aadde Loomii Badhoo yaa’icha ilaalchisuun... Read more »