ODUU
Finfinnee: Waltajjii ajanadaa marii walittiqabuu naannoo Gaambeelaatti gaggeeffamaa jirurratti lammiileen kutaalee hawaasaa garagaraarraa babahan kuma tokkoofi 300 hirmaachaa jiraachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Sagantaan ajandaa marii walittiqabuu naannoo Beenishaangul Gumuz Adoolessa 23... Read more »
Asallaa: Kenniinsa tajajilalaafi hojii kaadaastaraa si’eessuuf halkan hanga sa’aatii 6:00tti hojjetaa jiraachuu Ittigaafatamaan Waajjira Lafaa Magaalaa Asallaa ibsa. Ittigaafatamtichi Obbo Abbabaa Rattaa tibba darbe turtii gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin, lafti lafee dugdaa... Read more »
Finfinnee: Balaa rooba hordofee mudachuu malu baraaruuf haalli qubannaa hawaasaa taasifamu saaxilamummaa balaarraa bilisa ta’uu qorannoo saayinsiitiin deggaramuu akka qabu Hayyuun Hayidroo Ji’olojii Yunivarsitii Finfinnee Doktar Waaqgaarii Furii ibsan. Naannawaan yaa’aa Laggeen... Read more »
Maqii: Wayita baatii Waxabajjii dhimma hojiitiif gara Maqii deemnetti kenni tajaajilaa Waajjira Galii Magaalattii maal akka fakkaatu mil’annee turre. Mil’annaan keenya kun yaada abbootiin dhimmaafi ibsa ittigaafatamaa kan of keessaa qabuudha. Jiraataan... Read more »
Finfinnee: Rifoormiin Dinagdee Maakaroo Itoophiyaa tibbana taasifame rakkoo dinagdee biyyattii furu ta’uu Ministeerri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi Kamisa darbe Qoodafudhattootaf akka ibsanitti, rifoormichi Itoophiyaa iyyummaafi idaa keessaa kan baasu... Read more »
Finfinnee: Sababa jijjiirama haala qilleensaatiin tamsa’inni dhibee busaa hammaachaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Dhibeewwan koleeraafi gifiraa jijjiirama haala qilleessaatiin walqabatee mudate to’achuufis xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu ibseera. Hogganaa ittaanaan biirichaa Doktar Tasfaayee... Read more »
Bara 2011-2015tti biqiltuulee biliyoonni 32 dhaabamaniiru Finfinnee: Sagantaa dhaabbii biqiltuu Hagayya 13 gaggeeffamuun guyyaa sanatti biqiltuu miliyoona 150 dhaabuuf karoorfachuu Minsteerri Qonnaa ibse. Bara 2011 hanga 2015tti waliigalaan biqiltuun biliyoona 32 dhaabachuus... Read more »
Finfinnee: Jijjiirama siyaasaa biyyattiitti taasifameen walqabatee Itoophiyaa badhaatuufi tasgabbooftuu dhaloota dhaalchisuuf mootummaan sektaroota hundatti riifoormii taasisaa jira. Hundaa ol, dinagdee damdaneessaafi beekumsa biyya keessaarratti bu’uureeffame hordofuun yeroo gabaabaa keessatti qamadii alaa galchuurraa... Read more »
Finfinnee: Bara 2017tti ijaarsi seeraan alaa hundi furmaata kan argatan ta’uu bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu beeksise. Kaantiibaan magaalichaa Obbo Alamaayyoo Asaffaa sagantaa eebba Pirojektii Misooma Kaadaastara Magaalichaa Kamisa darbe taasifamerratti haasaa taasisaniin akka... Read more »
Finfinnee: Godina Jimmaatti bara omishaa 2016/2017 lafa hektaara kuma 856fi 630 sanyiiwwan midhaan garagaraatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 33 ol argachuuf kan karoorfamu ta’uu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan waajjirichaa Obbo... Read more »