Yakka garajabummaa juuntichaa hanga siinootiraakiidhaan nama fixuutti fulla’e

Riippoorta gaazexichaatiin Shantamaalaa Darajee Anbassaa raayyaa ittisaa biyyaa ajaja Kaabaatti oggeessa  suphaati. Juuntota ABUTn  Onkoloolessa 24 bara 2013 halkan sa’aatii 4:30 irratti haleellaa irratti raawwatameen yakka tokko malee mana hidhaa Qalamiinootti darbataman.... Read more »

“Gola Juuntaan goole ijaaraa juunticha seeratti dhiyeessaa jirra” -Doktar Abrahaam Balaay

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Murni Juuntaa ABUT hundeeffamumasaarraa hattuufi ofittoo ta’e misoomsuu caalaa saamichaaf ukkaamsaa mirga namoomaan kan of ijaare yoo ta’u, waggoota 27f daranyoo dhala namaa ta’aa tureera. Gaafa aangootti dhufu dimokraasiifi... Read more »

Moyyaalee gara abdii misoomaatti

Bayyanaa Ibraahimiin Moyyaalee: Magaalaa giddugala daldalaafi wiirtuu hawaasummaa turte Moyyaaleen hattootaafi garajabeeyyii lubbuu baasaniin garmalee miidhamtee maqaa gaarii dur qabdu sadarkaa dhabuurra geessee turte. Jijjiirama yeroo ammaa biyyi keenya dhandhamaa jirtu kun... Read more »

“Ummanni ammas deggarsa taasisu cimsee ittifufuun mootummaa maddii hiriiruu qaba” -Obbo Hayiluu Addunyaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Raayyaan Ittisa Biyyaa (RIB) sabootaafi sablammoota biyyattii biratti akka gaachana biyyaatti ilaalama. Raayyaan biyya malee saba, amantiifi dhaaba siyaasaa bakka  hinbu’u. Kanaafi ji’a tokkoon dura yakki irratti raawwatame afaan... Read more »

Karoorri biyyaalessaa ragga’e

Rippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Manni marii ministirootaa karoora misoomaa biyyaalessaa waggaa 10 Itoophiyaan daandii guddinaarra akka imaltu taasisu raggaasise. Manni marichaa karoora misoomaa biyyaalessaa waggaa 10 Itoophiyaan guddina dinagdee si’ataa akka galmeessiftu taasisu... Read more »

“Qilleensa nagaa kan baafanne erga fuula raayyaa ittisa biyyaa argineeti” – Abbootii amantii magaalaa Shiree

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Erga raayyaan ittisa biyyaa magaalota Tigraayi mara to’annoosaa jala oolchee kaasee ummatni naannichaa qilleensa nagaa argachaa akka jiru abbootiin amantii magaalaa Shiree ibsan. Haaji Muhaammad Murhaan jiraataa magaalattii yoo... Read more »

Sabdaneessummaa keessaan ijaarsa biyyaa dhugoomsuu gaafata

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Guyyaan sabootaa, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa si’a jalqabaatiif mirgi ofiin ofbulchuusaanii heera mootummaa RFDItiin raggaasifame waan ta’eef bara 1988 irraa kaasee Sadaasa 29 akka kabajamuuf murtaa’e. Ergasii kaasee wagguma waggaatiin... Read more »

“Kan Oromoo ajjeesuufi dhiiga dhangalaasu kamuu keenyaa miti” – Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo

Rippoortara Gaazexichaatiin Finfinnee: Qaamni maqaa Oromootiin socho’aa Oromoo ajjeesu, dhiiga dhangalaasu keenya miti jechuun gocha ABO Shaneen Godina Gujiitti raawwataa jiru Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo balaaleffatan. Abbaa Gadaa Gujiifi Walittiqabaan Gumii Abbootii... Read more »

“Diyaaspooraa tokko tokkoof jeequmsi daldala” – Rogeessa Masfin Fayyisaa

Charinnat Hundeessaatiin Gaazexaan Bariisaa tibbana miseensa raayyaa ittisaa duraaniifi rogeessa ammaa Masfin Fayyisaa wajjin gaafdeebii bal’aa tasiseera. Yaadni inni keessumaa dhimma diyaaspooraarratti nuu kenne akka ittaanutti dhiyaateera. Jeequmsa akka madda galiitti Diyaaspooraa... Read more »

“Itoophiyaa nagaa dhorkaa kan tureefi jiru murna ABUT” – Pirofesara Gargaaraa Buzaayyoo Daggafaa

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad Wixata darbe gaaffiilee miseensotni Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa dhimma yeroorratti dhiyeessaniif deebii bal’aa kennaniiru. Deebii kennaniinis erga ministira muummee ta’anii muudamanii booda gaaffiilee... Read more »