Biyyi keenyaa Wixata darbe, Adoolessa 22 bara 2011 seenaa cimaa tokko addunyaarratti galmeessisteetti; seenaa duula Ashaaraa Magariisaatiin biqiltuu miliyoona 200 dhaabu. Duulichi kan yaadameen ol milkaa’uun riikardii addunyaa gama kanaan Hindiin qabamee... Read more »
Naqamtee: Qabsoon farreen nageenyaarratti taasifamu cimee kan ittifufu ta’uu Bulchaa Ittaanaa Godina Wallagga Bahaa beeksisan. Obbo Asmaraa Ijaaraa ibsa torban darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, farreen nageenyaa jiruufi jireenya hawaasaa yaaddoo... Read more »
Finfinnee: Naannoo Amaaraatti ummata Walloo sababoota adda addaatiin qe’eesaaniirraa buqqa’an deggaruuf konsartiin muuziqaa boru waaree booda Galma Barkumeetti kan geggeeffamu ta’uu koreen qophii konsartichaa ibse. Barreessaan korichaa Dargaggoo Saphaaloo Kadir dhimmicha ilaalchisuun... Read more »
Finfinnee: Hooggansi kana booda Oromiyaaf barbaachisu kan gochaa malee kan jechaa qofa ta’uu akka hinqabne hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa beeksisan. Hoggantichi Obbo Admaasuu Daamxawu ibsa Roobii darbe addatti gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »
Finfinnee: Manni maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, yaa’ii idilee sadaffaa bara hojii jahaffaasaa Kamisarraa eegalee guyyoota sadiif geggeessaa jirurratti sagantaan misooma manneen haaraa akka eegalamu ibsame.. Mana marichaaf gabaasa raawwii bara 2011 kan... Read more »