Maanguddoo waggaa 72 kan ta’aniifi Komishinii Mirga Namummaa Itoophiyaa kamishinarummaan kan tajaajilan Ambaasaaddar Xurunaa Zeenaa bara 1939 kan dhalatan akka moggaasa duriitti Bulchiinsa Waliigalaa Kafaa, Aanaa Koontaati. Barumsasaanii sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa Magaalaa... Read more »
TOI: Nageenyaaf gatii walqixa kanfallee bu’aasaas qixa qooddachuu qabna jechuun gargaaraan Pirofeesaraa Mihiretuu Shaanqoo dubbatan. Naannolee biyyattii hundaafi bulchiinsa magaalota lamaan irraa dargaggoonni walitti baba’an konfiransii dhimma tokkummaafi nageenyaa qophaa’e rratti marii... Read more »
Finfinnee: Indastiriin Konistiraakshinii indastiriiwwaan gurguddoo addunyarra jiran keessaa adda duree yoo ta’u, humna namoota hedduu hanga dhibbantaa 20 hirmaachisuudhaanis isa ijoodha. Akka qo’annoon gara garaa ibsutti, addunyaarraa waggaa waggaan hojjettoonni kuma 60... Read more »
Naqamtee: Hojidhabdummaan ammaalle rakkoo dargaggoota isa hamaa ta’uu Godinni Wallagga Bahaa beeksise. Bulchaa Ittaanaan Godina Wallagga Bahaa, Obbo Asmaraa Ijaaraa ibsa addatti gaazexaa Bariisaaf kennaniin, rakkoon hojidhabdummaa dargaggoota godinichaa hubaa jiru... Read more »
Jigjigaa: Yuunivarsitiin Jigjigaa hojii baruu barsiisuu bara 2012f qophii gaarii taasisaa jiraachuu bara barnootichaa barattoota haaraa kuma sadiif 612 simatee kan barsiisu ta’uu beeksise. Pirezidaantii eeggataan yunivarsitiichaa, Doktar Abdii Ahmad akka jedhanitti,... Read more »