Barri simanne carraa gaarii kan nuuf ta’u, yaada qajeelaa yoo qabaanne qofa

Finfinnee: Abbootiin amantii bara haaraa 2012 ilaalchisuun dhaamsaafi hawwii gaarii qaban lammiilee Itoophiyaa maraaf dabarsaniiru. Pirezidaantiin Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusii Itoophiyaa Luba Yoonaas Yiggazuu akka jedhanitti, barri kun, yeroon waljijjiiruun... Read more »

Maa’ikalaawwii: Mana hidhaa kaleessaa godambaa har’aa -Obbo Yasiiwaas Asaffaa

Finfinnee: Torban har’aa waajjira kootii bahee akka yeroo biraa gara mana kootti otoo hintaane kallattii koo gara mana hidhaa (Maa’ikalaawwii) durii godambaa ammaattin qajeele. Agarsiisa suuraafi agarsiisawwan mooraa keessatti daaw’attootaaf dhiyaate takkaa... Read more »

Qaala’iinsi gabaa namtolcheen ummata boochise, gurmaa’ina caasaa haaraa dirqisiise

Finfinnee: Abbaan itti dafqa xuruurratee giphiisaa itti dhadhawate hafee inni boodarra harkasaa dhadhahaa dhufe asii achi gidduu fiffiigee gama lachuu kukkutatee, gamaa gamana waliin dhahee jara dadhabbii irraa qabdu gogaa luqqisee kiishasaa... Read more »

Sirreeffamaa, miila kutaa, haqa dabsaa qaama haqaa ta’uun hindada’amu

Adaamaa: Qaamoleen haqaa aangoo dahoo godhachuun gocha alseerummaan qaama sirreeffamtootaa gara jabummaan hir’isaa  turuu agarsiistuuwwan hedduutu jiru. Gochi kunimmoo biyya sirna dimokraasiin bulaa jirtutti shaakalamuunsaa alseerummaa yoo ta’u, gochi suukanneessaan akkasii akka... Read more »

Birraan bari’ee fooliin barnootaa urgaa’e

Finfinnee: Barnootni mi’eessituu, milkeessituu, si’eessituufi ijaartuu jireenyaa ta’uushee hayyootni damee barnootaa hedduun irratti waliigalu. Kunis beekumsi invastimantii barnootaarraa argamu fedhii dhalootaa guutuurra darbee ijaarsa biyyaatiif murteessaa ta’uu kan mul’isuudha. Hayyoota Oromoo osoo... Read more »

“Caaseffamni Sirna Gadaa Oromoo kan mootummaa federaalaa caalaa ammayyaa’aadha”-Abbaa Gadaa Doktar Mulugeetaa Dabbabaa

Finfinnee: Sirni Gadaa Oromoo sirna bulchiinsa hawaas-dinagdee, siyaasaafi amantii ummata Oromoo kan calaqqisiisu yoo ta’u, jaarraawwan hedduuf dhimma itti bahamaa tureera; har’as itti tajaajilamaa jirra. Haa ta’u malee sirni mootummoota darbanii eenyummaa... Read more »

Manni hidhaa Maa’ikalaawwii daaw’attootaaf baname

Guyyaa Haqaa Qaam’ee 5 bara 2011 kabajamu sababeeffachuun manni hidhaa duraanii Maa’ikalaawwii jedhamuun beekamu kaleessarraa eegalee ummataan daaw’atamaa jira. Walittiqabaan koree kominikeeshinii, miidiyaafi qophii waltajjii ayyaanichaa Obbo Zinaabuu Tunnuu akka jedhanitti, mana... Read more »

Doktar Abiyyi Ahmad Sinodosii Bataskaana Ortodoksii wajjin mari’atan

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiifi Ministirri Muummee ittaanaan Dammaqaa Makonnin Sinodosii Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaa wajjin kaleessa waajjirasaaniitti mari’atan. Marii gaaffii sinodosichi dhiyeesse bu’uureffachuun taasifamerratti ejjennoo mootummaan jijjiiramaa as bataskaana ilaalchisuun qabuufi... Read more »

Hojmaanni Paarkii Shaggar jijjiiramuufi

Finfinnee: Hojmaanni Paarkii Shaggar akka haaraatti jijjiiramee hawaasaaf tajaajila fooyya’aa akka kennuuf karoorfamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise. Kantiibaa ittaanaan Magaalaa Finfinnee, Injiinar Taakkalaa Uumaa Paarkii Shaggar Kutaa Magaalaa Gullalleetti argamu Kibxata darbe... Read more »

Pirojektii omisha buna keenyaa bayyanachiisu

Finfinnee: Akkuma “Dura fiiganiif dursanii hinqaqqaban” jedhamu biyyi jalqaba addunyaa buna dhandhamsiiste tun boodarra biyyoota dhandhama bunaa baratanii irraas fayyadamuuf kutataniif harka kennattee, biyya dursitee kaate booddeen hordofuuf dirqamte. Hunda caalaa immoo... Read more »