ODUU
Finfinnee: “Dubbii mariin fixu aalbeen walfixu” makmaaksi jedhamu aadaa Oromoo miti, hinturres. Oromoon saba mariitti amanu, waldhaga’uufi sirna Gadaatiin walseerratuudha. Taateen waggoota shanii as sababa waldhaga’uufi waltuffachuun Oromiyaafi Oromoo gidduutti mudate gaaga’ama... Read more »
Finfinnee: Misoomni Koriidarii guddina turiizimii magaalotaa saffisiisuu keessatti shoora olaanaa waan qabuuf magaalota hunda keessatti babal’isuun barbaachisaa ta’uu Komishinarri Komishinii Turiizimii Oromiyaa Aadde Lalisee Dhugaa ibsan. Aadde Laliseen ibsa torbee darbe Gaazexaa... Read more »
Finfinnee: Akka ragaan Ministeera Barnootaa agarsiisutti manneen barnootaa sadarkaa 1ffaafi sadarkaa giddugaleessa Itoophiyaa keessaa harki 86 hanqinoota bu’uuraalee misoomaa qabu. Akkasumas manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa harki 71 hanqina bu’uuraalee misoomaa qabu. Hanqina... Read more »
Finfinnee: Daandii Walisoorraa Wancii geessu hordofee sigigi lafaa mudachuu akka danda’u Qorataan Injiinariingii Hayidiroo ji’oloojikaalaa Yunivarsitii Finfinnee Baay’isaa Raggaasaa (PhD) hubachiisan. Balaa sigigaa xiqqeessuuf kaartaan sigiga mul’isu (‘Hazard zonation map’) akka biyyaatti... Read more »
Harariitti waltajjiin marii ajandaa walittiqabuu har’a jalqabama Haraarii: Mariin calallii ajandaa naannolee waliigaltee biyyaalessaa uumuuf boqonnaa ta’uu murteessaa ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Naannoo Harariitti waltajjiin marii ajandaa walittiqabuu har’a, Hagayya 4... Read more »
Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Gofaa, aanaa Gazee Gofaatti balaan sigiga lafaa lubbuu namoota 223 ol galaafate godinaalee naannichaa hedduuttis yaaddoo ta’eera. Balaan sigiga lafaa haala kanaan dura hinbaratamneen Itoophiyaa bakkoota hedduutti... Read more »
Adaamaa: Oromiyaatti kaadaastara lafa baadiyyaafi magaalaa hojiirra oolchuun erga jalqabamee waggaa afur lakkoofsiseera. Kaadaastarri lafa baadiyyaafi magaalaa kun sirna bulchiinsaafi ittifayyadama lafaa ammayyeessuun rakkoolee lafaan walqabatan furuu keessatti gumaacha olaanaa taasisaa kan... Read more »
-Waggaatti imaltoota miliyoona 100 keessummeessa Finfinnee: Ijaarsi pirojektii guddicha buufata xiyyaaraa Idilaaddunyaa Itoophiyaa haaraa Bishooftuutti ijaaramuuf jiru Afrikaarraa isa jalqabaa ta’uufi waggaatti imaltoota miliyoona 100 akka keessummeessu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa beeksise. Hojigaggeessaa... Read more »
Finfinnee: Naannoo Amaaraa, Godina Addaa Saba Oromootti qonna ganna baranaatiin lafa heektaara kuma 58.8 sanyii midhaanii akaakuuwwan garagaraatiin uwwisuuf karoorfamee hanga ammaatti lafti hektaarri kuma 54 sanyiidhaan uwwifamuu Qajeelchi Qonna Godinichaa beeksise.... Read more »
Finfiennee: Dargaggooti biyya ceesisuuf nageenya amansiisaa dursanii mirkaneessuu akka qaban dargaggootni Wallaggaa Bahaafi Harargee Bahaa ibsan. Kanaafis, gurmaa’insi dargaggootaa cimaan barbaachisaa ta’uu ibsaniiru. Miseensi Koree Raawwachiiftuu Hojii Waldaa Dargaggoo Godina Harargee Bahaa,... Read more »