Irreechi of danda’ee yuneskootti akka galmaa’uuf hojjetamaa jira

Finfinnee: Duudhaaleen Irreecha keessa jiran jijjiiramoota hawaas-dinagdeefi siyaasa Itoophiyaa ceesisuurra darbanii walta’insa biyyoota Afrikaaf kan gumaachan ta’uu abbootiin Gadaa Oromoo ibsuurratti argamu. Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaas duudhaaleen Irreecha keessa jiran marti ilaalcha... Read more »

“Iccitii muka Odaa nurra kan beeku Waaqa” -Abbaa Gadaa Hayiluu Laggasaa

Finfinnee: Odaan Oromoo biratti muka seenaafi kabaja guddaa qabuudha. Odaan uumamaan mukeen biroorraa adda. Odaa, Gadaafi Oromoon  walirraa adda hinba’an. Odaan galma, kabajaafi mallattoo Oromooti. Mukti kun uumamaan biqiloota biroo irraa adda... Read more »

“Duudhaaleen keenya bu’uura nagaa, jaalalaafi tokkummaa keenyaati” -Ministira Aadaafi Turizimii

Finfinnee: Ayyaana Irreechaa baranaa sababeeffachuun dheengadda foramii Irreechaa tokkoffaan Finfinnee Hoteela Sharaatan Addisitti adeemsifameera. Foramicharratti waraqaaleen qo’annoo adda addaa seenaafi duudhaalee Sirna Gadaafi ayyaana Irreechaarratti xiyyeeffatan dhiyaataniiru. Hogganaan Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa... Read more »

“Irreechi guyyaa waadaa/irbuuti” -Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Ministirri Muummee  Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad ayyaana Irreechaa har’aafi boru Finfinneefi Bishooftuuttu kabajamu sababeeffchuun ergaa ittaanu dabarsaniiru. Irreechi nageenya, jaalala, araaraafi tokkummaadha Kabajamaafi hammataa ummata Oromoo! Hunda dura baga kabaja ayyaana... Read more »

“Irreechi Hora Finfinnee seenaa Oromoo keessatti galmee haaraadha” -Obbo Shimallis Abdiisaa

Pirezidaantii Itaanaan BMNO, Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Irreechaa waggaa 150 booda Hora Finfinneetti har’a akkasumas boru Bishooftuu, Hora Harsadeetti kabajamu sababeeffachuun ummata Oromoofi biyyattii maraan ergaan baga geessanii dabarsan akka armaan gadiitti... Read more »

Jiraattotni Qooftuu madda anniisaa aduu argatan

Finfinnee: Qooftuun, Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee, Aanaa Aqaaqii keessatti kan argamtu yoo taatu, jiraattotni gandichaa torban darbe madda anniisaa aduu argataniiru. Gaggeessaan hojii Tajaajila Elektirikii Itoophiyaa Obbo Shifarraa Taliilaa sirna eebba,... Read more »

Barnootni egeree Oromiyaa murteessa

Finfinnee: Biiroon Barnoota Oromiyaa waggumaan yaa’ii barnootaa si’a lama adeemsifachaa kan ture yoo ta’u,    kan bara jalqabaa kanas Fulbaana 12 bara 2012 Finfinnee, Hoteela Intarkontinantaaliitti adeemsifateera. Kaayyoonsaas tokkoon tokkoon rakkoolee barnootaa naannichaa... Read more »

“Baay’inni humna malee ba’aa miti” -Obbo Shimallis Abdiisaa

Ummata Oromoo miliyoona 40 caalu keesaaa dhibbantaan 23 sarara hiyyummaa gadii keessatti argama. Babal’achuu hiyyummaa kanaaf sababa kan tae hanniifi saamichi heddummaachuu waliin kan walqabatu yoo ta’u, hudhaalee kanneeniin gaaga’amni dinagdee biyyattiirra... Read more »

“Qabsoo keenya harka mirgaatiin qabannee bitaadhaan dinagdee keenya guddifachuuf socho’uu qabna” -Obbo Jawaar Mahaammad

Finfinnee: Irreechi Hora Finfinnee jaarraa tokkoofi walakkaa booda barana Fulbaana 24 bara 2012 kan kabajamu yoo ta’u, borumtaasaa ammoo Irreechi Hora Harsadii Magaalaa Bishooftuutti ni kabajama. Ayyaanicha sababeeffachuun agarsiisniifi baazaarii Kibxata darberraa... Read more »

Irreechi yoom, akkamitti eegalame?

Finfinnee: Irreechi utuu Kuushotni adda adda hinqoodamin waggoota kuma 12 dura naannawa Sulula Abbayyaatti eegalame. Ayyaanni Irreechaa guyyaa Oromoon eenyummaasaa itti yaadatee Waaqa, lafaafi waliisaa gidduutti araara buusuufi gamtaadhaan ba’ee Waaqasaa itti... Read more »