Ijaarsi Hospitaala Sabbataa waggootaaf harkifate ture dhiyootti eegala

Finfinnee: Ijaarsi Hospitaala Sabbataa waggootaaf harkifate ture ji’oota muraasaan booda akka itti fufu Biiroon Eegumsa Fayyaa  Naannoo Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Doktar Darajjee Dhugumaa ibsa Gaazexaa Bariisaaf addatti kennaniin, ijaarsi Hospitaala Sabbataa... Read more »

“Ummanni Buunoo Beddellee nageenyasaa dammaqinaan tikfataa jira” -Aadde Liidiyaa Caalii

Beddellee: Ummanni Godina Buunoo Beddellee nageenyasaa dammaqinaafi xiyyeeffannaan tikfataa jira jechuun bulchiinsi godinichaa ibse. Ittaantuu bulchituun bulchiinsa godinichaa, Aadde Liidiyaa Caalii ibsa torban darbe waajjirasaaniitti Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, ummanni godinichaa yeroo kamuu... Read more »

Sagalee sirreeffamtoota Mana Sirreessaa Qaallittii

Finfinnee: Manni sirreessaa akkumaa maqaansaa ibsuyyuu iddoo amalli namoota yakkaan shakkamuun to’annaa seeraa jala oolan itti sirreeffamuudha. Asiin dura garuu manneen sirreessaa addaddaa biyyattiin qabdu keessatti haalli qabiinsa mirga namoomaa daran sarbamaa... Read more »

Daandiin Finfinnee- Hawaasaa balaa tiraafikaatiin dorgomaa hin arganne

Finfinne: Halkan keessaa naannoo  sa’aa  6tti  Hararirraa  ka’ee dadhabbii cimaan booda magaalaa Finfinnee ga’e. daandii dheeraa hangana fagaatu immoo konkolaachisisaa dhiisii namoota konkolaaticha yaabbataniifis salphaa hinturre. Dadhabbii kana bayyanachuuf konkolaachiftootni hedduu Jimaa... Read more »

Daldalli seeraan alaa hanga yoomiitti ummataafi dinagdee biyyaa miidha?

Daldalli seeraan alaafi kontirobaandiin rakkoo ijoo ummatas ta’e dinagdee Itoophiyaa miidhaa jiraniidha; omishaaleen galii sharafa alaa argamsiisan seeraan ala gara biyya alaatti akka gurguraman taasisuudhaan dinagdee biyyattii daran miidhaa jira. Daldalli seeraan... Read more »

Naannoleen sadeen walta’insaan hojjechuuf karoora qopheeffatan

Adaamaa: Oromiyaa, Beenishaangul Gumuziifi Gaambellaan bulchiinsa mootummaa naannolee sadeenii Itoophiyaa Lixaatti waldaangessaniidha. Ummattoonni naannolee sadeenii jaarraawwan hedduuf nagaafi jaalalaan waliin jiraachaa waan turaniif seenaan, aadaan, afaaniifi jireenya hawaasummaa walkeessa galaniiru. Waggoota shanii... Read more »

Faayidaa lagni Baaroo kennuufi kunuunsi lagichaaf taasifamaa jiru wal hinmadaalu

Gaambeellaa: Pirezidaantiin Yunivarsitii Gaambeellaa Doktar Ujuluu Ukkook waltajjii hariiroo ummattoota Oromoofi Gaambeellaa caalaatti cimsuuf dhiyeenya kana Gaambeellaatti adeemsifame irratti akka jedhanitti, Magaalaan Gaambeellaa bara 1902 hundoofte. Lagni Baaroo magaalattii bakka lamatti addaan... Read more »

Walitti dhufeenya mootummaafi amantii

Finfinnee: Sirnoota darban keessa eenyummaafi heddumminni sabootaafi sablammootaa hacuucamaa akka ture galmee seenaarraa kan hubatamuudha. Sirni mooticha Haaylesillaasee falaasama amantii takkittii qofa hordofaa waan tureef, walqixxummaafi tokkummaan ummattoota biyyattii gaggeessaa hinturre. Sirni... Read more »

“Garaagarummaan siyaasaa qabaannus nageenya Oromiyaarratti ABO, KFOfi ODPn waliin jirra” -Pirofeesar Mararaa Guddinaa

Finfinnee: Garaagarummaan siyaasaa jiraatus dhimma nageenya Oromiyaarratti Addi Bilisummaa Oromoo, Kongirasiin Federaalistii Oromoofi Oromoo Dimokraatik Paartiin waliin kan hojjetan ta’uu Dura Taa’aan KFOfi MEDREK  ibsan. Dura Taa’aa KFO fi MEDREK Pirofeeser Mararaa... Read more »

“Dhaabni maqaa Oromoon socho’u waliif malee walitti duuluu hinqabu”- Obbo Leencoo Lataa

Finfinnee: Dhaabni maqaa Oromoon socho’u waliif malee walitti duuluu akka hinqabne Hogganaan ADO beeksisan. Hogganaa ADO Obbo Leencoo Lataa ibsa addatti Gaazexaa Bariisaaf Wiixata darbe kennaniin jaarmiyaaleen siyaasaa maqaa Oromoon socho’an kamiyyuu... Read more »