ODUU
Harariitti dhaabbileen daldalaa fooyyessa dinagdee gooroo sababeeffachuun gatii dabalan 63 saamsaman
Harar: Dhaabbileen daldalaa fooyyessa dinagdee gooroo sababeeffachuun gatii seeraan ala dabalan 63 saamsamuu Ejansiin Misooma Daldalaa Mootummaa Naannoo Hararii ibse. Ejansichatti daarektarri galmeessa, eyyama daldalaafi to’annoo Obbo Miliyoon Tsiggee ibsa dheengadda Gaazexaa... Read more »
Finfinnee: Nageenya tiraafikii mirkaneessuun kutaalee bulchiinsa magaalichaa shan moodeela gochuuf hojjechaa jiraachuu Waajjirri Geejjibaa Magaalaa Shaggar beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Yaasiin Ahmad wayita waajjirichi Kibxata darbe qooda fudhattoota wajjin waliigaltee hojii mallatteessetti... Read more »
Finfinnee: Waliigalteen omisihaalee Itoophiyaa sadii mosee (dinnicha), avokaadoofi shunkurtii biyyoota miseensotaa Komeessaatiif dhiyeessuu dandeessisu Ministeera Qonnaa, Komeessaafi Waldaa Omishtootaafi Ergitoota Hortiikaalcharii Itoophiyaa jidduutti Kibxata darbe kan mallatteeffame guddina damichaatiif abdii ta’uun ibsameera.... Read more »
Dirree Dhawaa: Mariin biyyaalessaa waliigaltee biyyaalessaa fiduudhaan dubartootaafi biyyaaf riqicha gara furmaata waaraatti ceesisuudha jechuun dubartootni marii biyyaalessaa naannoo Harariifi Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa irratti hirmaatan ibsan. Naannoo Harariifi Bulchiisa Magaalaa Dirree... Read more »
Finfinnee: Konkolaachistootni omisha fe’anii iddoo tokkoo gara biraa geessan bakka omishicha fe’anitti qofa kaffaluu kan qaban ta’uu Biiroon Galiiwwan Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Lammeessaa Ayyalaa ibsa Kamisa darbe Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »
Jilli Pirezdaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu, Bishaan Gurraachaa hanga Kofaleetti, Kofalee hanga Hasaasaatti hojiiwwan misooma qonnaa hedduu dheengadda daawwateera. Obbo Shimallis Abdiisaa haasaa daawwannicharratti taasisaniiin akka jedhanitti, godinichi jijjiirama akka... Read more »
Finfinnee: Ijaarsi zoonii dinagdee addaa Addis Tumooroo bakka Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad argamanitti Roobii darbe jalqabame. Zoonichi tumsa kaampaanii Chaayinaa ‘CCCC’n Finfineetti lafa heektaara 35 irratti kan ijaaramu yoo ta’u, mooliiwwan... Read more »
Finfinnee: “Hagayya 17/2016 guyyaa tokkotti biqiluuwwan miliyoona 600 dhaabuudhaan ashaaraa keenya haa keewwannu. Guutummaa Itoophiyaatti qalbii tokkoon ashaaraa keenya haa keewwannu. Yoo tokko taane kana caalaayyuu ni dandeenya! Gaheessonni biqiltuuwwan 20 ol,... Read more »
– Ayyaanonni kunniin Hagayya 13 irraa eegalee kabajamu Finfinnee: Ayyaanota Goobeefi Shinooyyee kanaan dura naannawa murtaa’e qofatti kabajamaa turan Oromiyaa guutuutti babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuun Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa ibse. Biirichatti ogeessi... Read more »
Finfinnee: Horsiise bultoota Booranaa hongeen loon jalaa fixee abdii kutataa turetu haala kanaan dura hinbaramneen omisha qamadiitiin abdii jiruusaanii deebisanii gabbifachaa jiru. Lafa gogaafi hongeen irra deddeebiidhaan mudachuurraa kan ka’e akka lafa... Read more »