Ayyaana Irreecha mallattoo waloominaafi tokkummaa taasisuuf hojjetamaa jira

Finfinnee: Ayyaana Irreechaa mallattoo waloominaafi tokkummaa taasisuuf Agarsiisaafi Baazaarii Irreechaa bara 2017 (Irreechaa Expo) qophaa’uu Biiroon Aadaafi Turiizimii Oromiyaa beeksise. Irreecha baranaatti namootni miliyoona 10 ol ni hirmaatu jedhamee akka eegamus ibsameera.... Read more »

 Naannoolee Affaariifi Sumaaleetti calallii ajandaaf leenjiin haala mijeessitootaa kennamaa jira

Naannolee Affaariifi Sumaaleetti calallii ajandaa marii biyyaalessaa gaggeessuuf leenjiin haala mijeessitoota (moderates) Fulbaana 8 bara 2017 eegalee kennamaa jiraachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Komishinara Olaanaan Komishinichaa Pirofeesar Masfin Arayaa Kibxata darbe Gaazexaa... Read more »

 Omishni oyiruurraa haala gaariirra jiraachuu Oromiyaafi Sidaamaan ibsan

Finfinnee: Omishi bara 2016/17 oyiruurra jiru haala gaariirra jiraachuu Biiroleen Qonnaa Naannolee Oromiyaafi Sidaamaa ibsan. Naannolee lamaanitti callaa kuntaalli miliyoona 349.5 akka eegamu ibsameera. Biiroo Qonnaa Oromiyaatti Daarektarri Misooma Midhaanii Obbo Muusxafaa... Read more »

 Ijaarsi waajjiraalee gandoota Oromiyaa hundi ji’a kana eegalama

Finfinnee: Ijaarsi waajjiraalee gandoota Oromiyaa hundi Fulbaana kana keessa kan eegalu ta’uu Biiroon Paablik Sarviisiifi Misooma Qabeenya Humna Namaa naannichaa beeksise. Ittaanaan Hogganaa biirichaa Obbo Daamxoo Gammachuu Kamisa darbe Gaazexaa Bariisaaf akka... Read more »

 Godinaalee Guraageetti qophiin ayyaana Masqalaa xumurame

Finfinnee: Godinoota Guraageetti qophiin ayyaana Masqalaa xumuramuu Qajeelchi Adaafi Tuurizmii Godina Guraageefi Guraagee Bahaa ibsan. Ittigaafatamtuun Qajeelacha Aadaafi Tuurizmii Godina Guraagee Aadde Masarat Amargaa ibsa Kaleessa Gaazexaa Bariisaaf kennaniin, godinichatti ayyaana Masqalaa... Read more »

Barattoota qaxalee egeree Oromiyaaf abdataman

Finfinnee: Akka biyyaatti qulqullina barnootaa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan fudhatamaa jiran keessaa fooyya’iinsi sirna qormaataa isa tokko. Kana dura barataan hatees haa ta’u hojjetee wanti eegamu darbuusaati. Jijjiiramaan booda garuu barataa cimee qormaata hojjete... Read more »

Torbeen Turizimii Fulbaana 21-23/2017 Adeemsifama

Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa dinagdee damdaneessaa uumuun galma imala badhaadhinaa saffisiisuuf qabeenya uumamaa qabu hundaa adda baasee humna namaa gurmeessuun kallattii hundaan hojjechaa kan jiru yoo ta’u, damee tuurizimii biyyaarraas qixa barbaadamuun... Read more »

 “Daandiin asfaaltii nu jalaa cituusaatiin rakkoo hamaaf saaxilamneerra” – Jiraattota Magaalaa Gimbii

 “Rakkinicha maqsuuf furmaata yeroo gabaabaafi dheeraatiin hojjetamaa jira”– Bulchiinsa Daandiiwwan Federaalaa Finfinnee: Godina Wallagga Lixaatti daandiin asfaaltii magaalaa Gimbii iddoo baay’eetti waan manca’eef rakkachaa jiraachuu jiraattotni magaalattii yoo ibsan, rakkinicha furmaata yeroo... Read more »

Gaaffiin ulaa galaanaa gaaffii misooma waloo malee waraana waliinii miti

Finfinnee: Waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaan Somaaleelaandi waliin taasifte mataduree idil addunyaa ta’uu bira darbee Somaaliyaa Somaaleelaandi waggoota 25 oliif malee jiraatte hirriba dhorkuu danda’eera. Itoophiyaan qajeeltoo misooma waloo gaanfa Afrikaaf wayita ifaajaa... Read more »

 Irreechi ayyaana waloo Oromoorra darbee ummattoota biyyattii walitti fiduudha

Finfinnee: Irreechi cabiinsa waggoota dheeraa keessaa ba’ee Oromoo walitti fiduu bira darbee ayyaana waloomina Sabaafi Sablammootaa cimsaa jiru ta’uu Hayyootni ibsan. Hayyootni damichaa ibsa Roobii darbe Gaazeexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, Irreechi... Read more »