“Ummanni Oromoo qabeenyasaa kan hinqabneef qooduurra darbee hanga ilmoo waliif kennuutti waliif hoo’a” – Obbo Mogos Ida’ee

Finfinnee: Buusaa Gonofaan miseensa horachuu, miseensotarraa gumaata walittiqabuu, barataa nyaachisuufi midhaan ofeeggannoof gargaaru walittiqabuufi omishuurratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu beeksise. Hogganaan dhaabbatichaa Obbo Mogos Ida’ee akka Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatti himanitti, Buusaa Gonofaan... Read more »

 Finfinneetti daldaltoota gatii hinmalle dabalan 2,447 irratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee: Fooyya’iinsa dinagdee gooroo hordofee Finfinneetti daldaltoota qaala’iinsa gatii hammeessuuf meeshaaleerratti gatii hinmalle dabalan 2, 447 irratti tarkaanfiin seeraa fudhatamuu Biiroon Daldalaa Magaalattii beeksise. Hoggantuun biirichaa Aadde Habiibaa Siraaj turtii Roobii darbe... Read more »

 “Waltajjiin ‘BRICS+’ walta’iinsa dinagdee bal’aaf akka hojjennu karra baneera” – Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad yaa’ii biyyoota miseensota ‘BRICS+’ maddiitti dura bu’oota biyyoota adda addaa waliin dhimmoota gara garaarratti mari’ataniiru. Kanas waltajjiin ‘BRICS+’ walta’iinsa dinagdee bal’aaf akka hojjennu karra baneera jechuun Ministirri... Read more »

 “Misoomni koriidarii magaalaa miidhagsuurra darbee dhaloonni biyyasaa waliin hariiroosaa akka cimsatu taasisa” – Aadde Caaltuu Saanii

-Misoomni koriidarii baadiyyaas eegalameera Finfinnee: Misoomni Koriidarii magaalotatti hojjetamaa jiru kaayyoo magaalota miidhagsuu qofa kan qabu osoo hintaane, dhaloonni hariiroo biyyaafi mootummaasaa waliin qabu cimsuurratti bu’aa olaanaa akka qabu Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee... Read more »

Gumaacha gurgurtaa aksiyoona %10 Itiyoo Telekoom dinagdeefi dijitaalaayizeshinii keessatti

Finfinnee: Guddina dinagdee biyyaa mirkaneessuuf mootummaan fooyyessa dinagdee mandhalee (‘home grow economy reform’) eegaluun hojiiwwan garagaraa hojjechaa jira. Gurgurtaan akisiyoona %10 Itiyoo Telekoom tibbana bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) argamanitti ifoomses... Read more »

 Oromiyaatti ji’oota sadan darbanitti namootni miliyoona 1.2 dhibee busaatiin qabaman

Finfinnee: Oromiyaatti tatamsa’ina dhibee busaa bara darberraa kaasee hammaataa jiru maqsuuf sochii jabaan taasifamus ammayyuu namootni dhibee busaatiin qabaman miliyoona 1.2 dhaqqabuu Biiroon Fayyaa Naannichaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Doktar Tasfaayee Kabbabaa... Read more »

 Raayyaa qormaata keessatti ijaaramaa dhufe

Finfinnee: Raayyaan ittisa biyyaa bu’uura cimaa Itoophiyaati jedhan pirezidaantiin RFDI Taayyee Atsqasillaasee. Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa 117ffaan mataduree “Raayyaa qormaata keessatti ijaaramaa dhufe” jedhuun qajeelcha olaanaa raayyaa ittisaatti taateewwan garagaraatiin kaleessa Qajeelcha... Read more »

 “Galmeewwaan 80 ol mana murtii idileetti dadhabaman mana murtii aadaatiin furreerra” – Mana Murtii Aadaa Matahaaraa Dirree Gobbuu

Finfinnee: Warri Fantaallee warra Gadaan bulu gadadoofi jibbaaf bakka hinqabne, waldhabdee akka tasaa isaan mudatu furachuuf mana murtii idilee caalaa Jaarsa biyyaaf warra dursa kennuudha. Manni murtii aadaa cancala hawaasummaatiin hidhamee as... Read more »

 Dhaloota garaasaarra biyyasaa jaalatu uumuuf hojjechuun barbaachisaadha

Finfinnee: Dhaloota garaasaarra biyya jaalatu uumuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu hoggantoonni olaanaan Naannoo Oromiyaa ibsan. Hoggantoonni kunneen kabaja guyyaa Alaabaa 17ffaa ilaalchisuun turtii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, biyya kan guddisu, birmadummaa... Read more »

 Birmadummaa aarsaan argame dafqaan ittifufsiisuun dirqama hundaati

Adaamaa: Itoophiyaan birmadummaa aarsaa lubbuu, dhiigaafi lafeetiin argatte wabii midhaan nyaataatiin of danda’uudhaan itti fufsiisuu akka qabdu Hoggantootnifi Hayyootni sektaroota garagaraa beeksisan. Tajaajilli Oduu Itoophiyaa marii qooda fudhattoota garaagaraa hirmaachise mataduree, “Birmadummaa... Read more »