Oduu Bariisaa
Bayyanaa Ibraahimiin Bishooftuu: Akka mana barnootaasaaniitti qabxii gaarii galmeessisanii darbuu malee ni kufna jedhanii yaadda’uu kan hinjirre ta’uu kan himan barattootni Mana Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO), qormaata kutaa 12ffaa... Read more »
Waasihun Takileetiin Adaamaa: Ilaafi Ilaameen aadaa sirni keenya itti nu hoogganu hamma ta’etti waldhabdee mariin furuun osoo danda’amuu wal ajjeesaa, wal buqqisaa Oromiyaa dirree jeequmsaa gochuun saalfachiisaa ta’uu Haati Siinqee Tuulamaa Aadde... Read more »
Finfinnee: Akka ragaaleen mul’isanitti Itoophiyaatti haadhooliifi shamarran kuma 100 keessaa 17 kaansarii fiixee gadameessaatiin qabamu. Waggaatti ammoo kumni torbaaf 500 haaraa qabamu. Kanneen dura qabaman dabalatee haadholiifi shamarran kuma shaniifi 338 lubbuusaanii... Read more »
. Finfinnee: “Nama gargaaruuf nama ta’uu qofaatu ga’aadha. Rakkoo tokko guddisnee ilaalla taanaan qofaa keenyaan hiikuu hindandeenyu ta’a. Garuu adda babaasnee, ani yoon kana hiike, inni kaan immoo isa sana yoo hiike... Read more »
• Namoonni miliyoona 26.5 deddeebi’anii yaalamaniiru• Pirojektoonni fayyaa 167 xumuramaniiru• Haadhooliin kuma 500 tajaajila da’umsaa argataniiru Finfinnee: Biiroon Fayyaa Oromiyaa (BFO) ji’oottan ja’aan bara 2015tti hojiilee ergamaan kennamaniif haala gaariin raawwachuun ibsame.... Read more »
Finfinnee: Waldaan Aksiyoona Geejibaafi Lojistiksii Gadaa, Bara 2006 konkolaattota sadiifi humna namaa 15 hincaalleen hojii eegale, yeroo ammaa kana sochii dinagdee Oromiyaafi biyyaa cimsuuf konkolaattota fe’umsaa 150 gara biyyaa galchuun sirna hojii... Read more »
Finfinnee: Korri Qorannoo Oromoo idil addunyaa mataa duree, “Haasbarruu Oromoo gaanfa Afrikaa keessatti, kan durii, ammaafi boruu” jedhuun Roobii darbe Yunivarsiitii Haramaayaatti taa’ame. Korri kun qindoomina yunivarsitii Jimmaafi Haramaayaatiin kan qophaa’e yoo... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Akka ragaan Dhaabbata Nyaata Addunyaa mul’isuutti ALA bara 2050tti namoonni dabalataa biliyoonni lama gara addunyaa kanatti ni dhufu. Kanaanis baay’inni ummata addunyaa biliyoona 10tti kan guddatu yoo ta’u, rakkinichimmoo... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Bishooftuu: Sagantaan sosochii invastimantiifi industirii “Itoophiyaan haa omishtu, Oromiyaan haa omishtu” jedhu qindoomina Biiroo Invastimantiifi Industirii Oromiyaafi Ministeera Industiriin qophaa’e dheengadda Magaalaa Bishooftuutti adeemsifameera. Hoggantoonni seektara invastimantiifi industirii naannoo Oromiyaafi... Read more »
Riippoortaroota gaazexichaatiin Barataa Roobeeraa Asmaraa (652) “Qabxiin koo guddaan Herreega yoo ta’u 100n fide, xiqqoon ammoo ‘Aptitude’ 90dha. Fuuldurattis Sooftiweer Injinariingii barachuun barbaada” jechuun Gaazexaa Bariisaaf yaadasaa kan kenne MAna Barnootaa Bultii... Read more »