“Oromiyaatti lammiileen ongeef saaxilaman miiliyoonni 5.2 odeeggarsa hatattamaa barbaadu” – Buusaa Gonofaa Naannichaa

Finfinnee: Naannoo Oromiyaa iddoowwan addaddaatti lammiilee sababa ongeetiin miidhaaf saaxilaman miiliyoona 5.2 ol deeggarsa namoomaa hatattamaa akka barbaadan Buusaa Gonofaa Naannichaa ibse. Amma ammaatti walta’iinsa mootummaa naannichaafi Komishinii Hoggansa Sodaa Balaatiin lammiilee... Read more »

Daaw’annaan Doktar Abiyyi tibbana biyyoota adda addaatti taasisan Itoophiyaa kan humneessuudha

Finfinnee: Afeerraa daaw’annaa biyyoota alaa gara garaarraa Ministira Muummee Itoophiyaaf taasifame hordofuun bu’aaleen Itoophiyaa gama hundaan humneessan argamaniiru. Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad biyyoota Awuroppaa akka Xaaliyanii, Maaltaa, Faransaay, akkasumas sadarkaa... Read more »

 “Nagaa waaraan dhufuu kan danda’u meeshaa lafa kaa’anii taa’anii mari’achuu qofaani”– Pirofesar Masfin Ari’ayaa

Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Mariin biyyaalessaa akka milkaa’uuf hojiifi ittigaafatamummaa komishinichaa akkasumas labsiisaa sirnaan hubataniifi beekanii wajjummaan hojjechuun akka barbaachisu Pirofesar Masfin Ari’ayaa ibsan. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Pirofesar Masfin Ari’ayaa gaafdeebii barruu... Read more »

 “Bittaan gatii qamadii baasii qonnaan bulaa shallaggii keessa kan galcheedha”  – Aadde Masarat Asaffaa

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Ejensiin Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa fayyadamummaa qonnaan bultootaa mirkaneessuufi gabaa tasgabbeessuu keessatti dhaabbilee hojjetaa jiran keessaa isa tokkodha. Omishaafi omishtummaan qonnaan bulaa dachaan akka dabaluufis dhiyeessiiwwan qonnaa gatii madaalawaan... Read more »

 “Inisheetiviin ‘Smart Adama’ bu’aa olaanaa fidaa jira”  – Obbo Hayiluu Jaldee

Adaamaa: Magaalaan Adaamaa magaaloota Oromiyaa sochiin dinagdee ho’aa, nageenyi tasgabbaa’aa, miidhaginniifi magariisummaan irraa mul’atu keessaa tokko yoo taatu, magaalaa bareedduu sulula qiinxamaa jedhamuun beekamti. Keessumaa yeroo dhihoo as gama bulchiinsa lafaa, magaalaa... Read more »

Daldala Seeraan Alaa Ittisuun Dirqama Lammii Hundaati

Waltajjiin marii “Gumii Balal” marsaa 28ffaan ‘Daldala Seeran Alaafi kontiroobaandii ittisuun dirqama lammummaati’ jedhuun geggeeffamaa jira. Mariin Gumii Balala dhimma waloo irratti hayyootaafi dhimmamtoota mariisisuun kan beekkamu guyyaa har’aas dhimma daldala seeran... Read more »

 Mootummaafi sirna jabaa ijaaruuf caasaa kominikeeshinii cimaa uumuun murtees­saa ta’uun ibsame

Finfinnee: Biyya tokko keessatti mootummaa jabaafi sirna cimaa ijaaruuf ogeessa kominikeeshinii imaammataafi tarsiimoo mootummaa hubatee hojjetu, mootummaafi ummata gidduutti walhubannaa uumuu danda’u horachuun murteessaa ta’uun ibsame. Kunis odeeffannoo qulqulluu, si’ataafi wayitawaa ta’e... Read more »

 Walgahii Gamtaa Afrikaarratti hoteelonni fakkii biyyaa ijaaruufis hojjechuu qabu jedhame

-Walgahichi Guraandhala 8-12tti adeemsifama  Finfinnee: Walgahii Idilee Mana Maree Raawwachiiftuu 42ffaafi Yaa’ii Idilee Hoggantootaa 36ffaaf koreen biyyaaleessaa hundaa’e qophii damee hoteelaafi turizimiitiin taasifamaa jirurratti dheengadda marii gaggeesse. Kanaanis hoteelonni daldala irra darbee... Read more »

 Atileet Daraartuu Tulluu gumaacha nageenyaaf taasifteef IGAD irraa beekamtii argatte

Finfinnee: Komishinarri Gargaartuu Atileet Daraartuu Tulluu Itoophiyaa keessatti sagalee nagaa ta’uun gumaacha nagaaf taasisteen IGAD namoota dhiibbaa uumtoota jechuun beekamtii kenneefira. IGAD gabaasa waggaa sadaffaa dhaabbatichaa Keeniyaa Mombaasaatti Roobii darbe kan adeemsifate... Read more »

 Mootummaan naannichaa hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessan ni deeggara

Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa jalqabbii jajjabeessaa fayyadamummaa ummataa guddisuufi raawwii imala badhaadhinaa akka biyyaafi akka naannootti qabame milkeessuuf taasifamu gama hundaan akka deeggaru Pirezedaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Awwaluu Abdii himan... Read more »