Oromiyaan turizimiirraa qarshii biliyoona 8.2 ol argatte

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Ji’oota jahan darbanitti Oromiyaan turistoota biyya keessaafi biyya alaa irraa qarshii biiliyoona 8.2 ol maddisiisuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa beeksise. Komishinarri ittaanaan komishinichaa Obbo Daraaraa Katamaa ibsa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »

 Tajaajilli Ibsaa Itoophiyaa baasii qarshii miliyoona 11f saaxilame

 Taammiruu Raggaasaatiin  Finfinnee: Ji’oota ja’an darbanitti bu’uuraalee misooma ibsaarratti yakkoonni 74 raawwatamuufi kanaan walqabatee baasii qarshii miliyoona 11f saaxilamuus Tajaajilli Ibsaa Itoophiyaa beeksise. Tajaajila Ibsaa Itoophiyaatti Daarektarri Kutaa Seeraa Obbo Abbabaa Tasfaa... Read more »

‘Damee fayyaa keessatti gaheen kominikeeshinii bakka bu’ummaa hinqabu

Bayyanaa Ibraahimiin Adaamaa: Ogeessa fayyaan osoo hintaane hoggansi sadarkaadhaan jiru hundi waan hojjaturratti kominikeetara ta’uu akka qabuufi kun immoo hojiin kominikeeshinii fayyaa ijoo hojiiwwan hundaa ta’uu Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Doktar Mangistuu... Read more »

 Oromiyaan qamadii kuntaala miliyoona 10 ol alatti erguuf karoorfatee hojjechaa jira

• Ganna dhufu biqiltuu biliyoona sadiifi miliyoonni 700 qophaa’eera  Gammchuu Kadiriin Finfinnee: Qamadii kuntaala miliyoona 10 ol gabaa alaatti erguuf sirna qonnaa garaagaraa fayyadamuun omisha callaa qamadii dabaluuf xiyyeeffate hojjechaa jiraachuu Biiroon... Read more »

Taateewwan haala qilleensaa rooba arfaasaaf sababa dabalaa jiru

Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Uumama rooba arfaasaa baranaatiif taateewwan haala qilleensaa sababa ta’an guyyaadhaa garaguyyaatti dabalaa deemuu Inistitiyutiin metiworolojii Itoophiyaa beeksise. Inistitiyutichatti Raawwachiisaan Hojii Raaga Metiworolojiifi Akeekkachiisa Duraa Doktar Asaamminoo Tashoomaa akka dheengadda... Read more »

 Lammiilee ongeen mudateef qaamolee garagaraatiin qarshiin miliyoona 850 arjoomame

Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Oromiyaatti lammiilee jijjiirama qilleensaatiin ongeef saaxilamaniif abbootii qabeenyaafi kutaalee hawaasaa adda addaarraa qarshii miliyoonni 850 arjoomame. Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa sirna beekamtii kennuufi galateeffannaa Roobii darbe... Read more »

 “Yeroo kamuurra tokkummaa cimsuufi waltumsuun barbaachisaadha”- Aadde Xayyibaa Hasan

Waaqshuum Fiqaaduutiin Dubartummaafi hoggansa, bu’aa ce’ii jireenyaafi haala yeroo ilaalchisee Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa Daarektara olaanaa Ittaantuu Dhaabbata Godaantotaafi Godaantota Deebisanii Dhaabuu Federaalaafi Pirezidaantii Ittaantuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa, Aadde Xayyibaa Hasan wajjin... Read more »

 Gandoota Magaalaa Adaamaa Odaafi Biiqqaa dubartootaan hogganaman

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Aadde Faaxumaa Mohaammad gandoota 10 Magaalaa Adaamaa keessaa, bulchituu Ganda Odaati. Isaanis ji’oota ja’an dura gandichatti ramadamanii hojii kan eegalan yoo ta’u, Waajjira Dhimma Nageenyaa gandichaarraa kan hafe kaabineewwansaanii... Read more »

 “Walittibu’iinsi Oromiyaa keessaa cabiinsa uumuurra bu’aa Oromoof buuse hinqabu” – Obbo Qajeelaa Mardaasaa

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Walmufiin mootummaafi qaama hidhatee bosona jiruu jidduutti uumame cabiinsaafi walxiqqeessuurraa kan hafe bu’aan Oromoof buuse akka hinjirre Ministirri Aadaafi Ispoortiifi Hayyuduree Ittaanaan ABO Obbo Qajeelaa Mardaasaa hubachiisan. Obbo Qajeelaan... Read more »

 Miseensotni Caffee Oromiyaa waamicha araaraa milkeessuuf hunduu tumsuu qaba jedhan

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Miseensotni Caffee Oromiyaa tibbana ibsa addatti Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, waamicha araaraa Pirezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa qaamota hidhatanii bosona keessa socho’aniif taasisan milkeessuuf hunduu tumsuu qaba jedhan. Miseensa Caffee... Read more »