Oduu Bariisaa
Finfinnee: Dogoggora seenessiifi galmeessi seenaa uume soroorsuun fuulduratti tarkaanfachuun barbaachisaa ta’uu Yunivarsiitii Finfinneetti Qorataan Aadaafi Seenaa Doktar Dachaasaa Abbabaa ibsan. Ibsa qorataan kun addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, ijaarsa Itoophiyaa... Read more »
Finfinnee: Gochaafi yaadaan biyya diigaa qoosaan bilisummaa pireesii jedhamu biyya kamuu akka hinjirre gaazeexessaafi rogeessi miidiyaa Dammaqaa Nagaasaa ibse. Koreen hojiraawwachiiftuu biyya kanaaf balaa guguddoo adda baase keessaa tokko da’oo bilisummaa pireesiitiin... Read more »
Finfinnee: Hanqinni sharafa alaa kitaaba imaammata barnoota haaraa dhiyeessuurratti danqaa uumaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Ittigaafatamaan biirichaa Doktar Tolaa Bariisoo ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, biirichi imaammata barnootaa... Read more »
Ciroo: Sanyii filatamaa baay’isuufi qulqullinasaa mirkaneessuun hanqina dhiyeessa sanyii filatamaarratti mul’atu furuun qonnaan bulaan sanyii haala qilleensa naannawaatiin wal bare, dhibee dandammatuufi omishaafi omishtummaa guddaa kennu dhiyeenyatti akka argatu taasisuun wabii nyaataa... Read more »
Finfinnee: Waamichi araaraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaama hidhatee bosona jiruuf taasise isaan gammachiisus hojiirra oolmaansaa harkifachuun garuu kan isaan yaaddessu ta’uu hayyuun siyaasaa gameessi Jaal Leencoo Lataa ibsan. Hayyichi ibsa Roobii darbe... Read more »
Finfinnee: Kitaabni mataduree, DHALOOTA IDA’AMUU Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin barreeffame hubannoo dhalootaa gabbisuufi hojiif onnachiisuurratti shoora guddaa qabaachuu namootni Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf addatti yaada kennan ibsan. Komisinarri Ittaanaan Komishinii Turizimii Oromiyaa... Read more »
Finfinnee: Naannoo Tigraayitti bulchiinsi yeroo hundaa’uun waliigaltee nageenyaa sirnaan lafa qabsiisuufis ta’e hojii Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa naannichatti raawwatuuf tumsa olaanaa qabaachuu komishinarri Komishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa beeksisan. Ambaasaaddar Tashoomaan gaafdeebii... Read more »
Finfinnee: Qophii qonnaa bara 2015/16f mootummaan hirpha bittaa xaa’ootiif qarshii biliyoona 21 ramaduu Ministeerri Qonnaa beeksise. Hirphi taasifames dhiyeessii xaa’oo saffisiisuufi qaala’iinsa gatii fooyyessuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhameera. Ministirri Ministeera Qonnaa... Read more »
Finfinnee: Mariin Gumii Balal marsaa 30ffaa kaleessa mata duree “Kalaqaafi Teknolojii Walqixxummaa Koorniyaaf” jedhuun galma Waajjira Pirezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kaleessa adeemsifameera. Marichi Guyyaa Dubartoota Addunyaa ‘March 8’ akka addunyaatti yeroo... Read more »
Finfinnee: Hariiroon dippilomaasii Ameerikaafi Itoophiyaa kan yeroo dheeraa ta’us walwaraansa Itoophiyaa kaabaatti mudateen walqabatee yeroof sakaalamee turuun nibeekama. Haata’uutii ammaan tana nageenya waaraa biyyattii keessatti buusuuf tarkaanfii mootummaan Itoophiyaa gama maraan fudhachaa... Read more »