Oduu Bariisaa
Finfinnee: Gareen jila Pirezdaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamuufi Pirezdaantota naannoleefi kantiibota bulchiinsoota magaalaa Finfinneefi Dirre Dhawaa of keessatti hammatu, dheengadda Magaalaa Maqalee galuun haala ummanni Tigiraay keessa jiruufi warshaalee... Read more »
Finfinnee: Rifoormii taasifameen Itoophiyaan humna qilleensaa dirqama fedhe ga’uu raawwachuu danda’an horachuu ajajdoonni waraanaa olaanoon biyyattii ibsan. Sagantaa eebba dokimantarii tibbana mata duree “Samichi keenya” jedhuun gaggeeffamerratti Shuumiin Itaamaajoorii Raayyaa Ittisa Biyyaa... Read more »
Finfinnee: Rooba arfaasaa baranaa fayyadamuun godina Booranaatti lafa qonnaaf karoorfame keessaa yeroo ammaa dhibbantaa 82 sanyiidhaan uwwifamuu Buusaa Gonofaan godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan Buusaa Gonofaa godinichaa Obbo Liiban Saaraa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »
Finfinnee: Naannoon Sidaamaa, ji’oottan saglan darban bara baajataa bara 2015tti, galii qarshii biliyoona 5.9 sassaabuusaa beeksise. Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Galiiwwan Mootummaa Naannoo Sidaamaa Obbo Haayiluu Kuduraa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »
Finfinnee: Roobni arfaasaa hanga xumura Caamsaatti cimee waan itti fufuuf omishaalee jallisii bonaa ga’an qixa sirriin sassaabamuu akka qaban Institiyutiin Metiworolojii Itoophiyaa beeksise. Sassaabbiin`omishaalee jallisii bonaa bakkeewwan tokko tokkotti sababa roobaan boodatti... Read more »
Finfinnee: Mariin mootummaafi qaama hidhatee bosona jiru jidduutti taasifamu egeree Oromoofi Oromiyaaf tarkaanfii murtessaafi abdii guutuun eegamu ta’uu Paartiilee siyaasaa morkattootaa Oromoo yaadasaanii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf addatti kennan ibsan. Dilbata darbe qaamolee... Read more »
Finfinnee: Addunyaa haalaafi amalaan jijjiiramni saffisaa mul’atu kana keessatti kaayyoo ganamaatti cichuun uumama addaa ta’uu nama gaafata. Fedhiifi ejjennoon namaa yeroo waliin jijjiiramuun taatee uumamaa ta’us fedhii ofii daangessanii maqaa gaarii horachuun... Read more »
Finfinnee: Ittigaafatamaam Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa, Obbo Girmaa Yashiixalaa Kamisa dheengaddaa dhukaasa namoota hinbeekamneen irratti banameen lubbuunsaanii darbeera. Kana ilaalchisuun Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) lubbuun darbuu Ittigaafatamaan Waajjira... Read more »
Yeroo baay’ee nageenya biyyaa kan mirkaneessu mootummaa qofa akka ta’etti fudhatama. Waan uumameerraa ka’uun yaadni “Maaliif mootummaan tarkaanfii hinfudhatu?” yaadoonni jedhan baay’inaan ni ka’u. Yaadni qoodni koo maali jedhu garuu waan dagatame... Read more »
Finfinnee: Rayyaa ittisa biyyaa saboota, sablammootaafi Ummatni biyyatti hundi keessatti of argan ga’umsaan ijaaruu danda’uun bilchinaa olaanaa ta’uu Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Birgaader Janaraal Hayiluu Gonfaa ibsan. Wayita raayyaan ittisa... Read more »