Oduu Bariisaa
Finfinnee: Kanaan booda Itoophiyaa keessatti cilee nama dibuunis ta’e nama ajjeesuun aangoon qabatamu akka hinjirre Durataa’aan Paartii Kongiraasii Biyyaalessa Oromoo duraniifi Gorsaan Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannawaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Tolasaa Tasfaayee... Read more »
Finfinnee: Jilli Pirezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Kamisa darbe Godina Arsii Lixaa, Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti, qonnaan bultootaafi waldaalee Intarpiraayizii Maayikiroofi Xixiqqaa (IMX)’n gurmaa’aniif tiraakteroota qonnaa dhaabbata “Keenyaarraa” dabarsuun... Read more »
Finfinnee: Bu’aan marii araaraa Mootummaa Federaalaafi ABUT gidduutti taasifamerraa argamaa jiru cimee ittifufuu akka qabu Yunivarsiitii Finfinneetti Hayyuun Federaalizimiifi Saayinsii Siyaasaa beeksisan. Bu’aan argamaa jiru waliin jireenya ummattoota biyyaattii gara fuulduraa cimsee... Read more »
Finfinnee: Pirojeektonni gurguddoon Aadaa Oromoorratti hojjetan lama yeroo dhiyootti Finfinnee keessatti akka eebbifaman Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaan Ittaanaa biirichaafi Ittigaafatamaan Damee Aadaa Obbo Birhaanuu Buuxee ibsa dheengadda addatti Dhaabbata Pireesii... Read more »
Finfinnee: Injifannoon Gootota tokkummaafi walta’uudhaan Itoophiyaa gara boqonnaa fooyya’aatti ceesisuun akka danda’amu barumsa kan kennu ta’uu Pirezdaantiin Itoophiyaa Saahilawarqi Zawudee ibsan. Dhaloonni amma jiru gootota Itoophiyaarraa tokkummaa barachuu akka qabuus hubachiisaniiru. Guyyaan... Read more »
Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti Qonna Arfaasaa baranaarraa callaa kuntaala miliyoona 22 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa ibse. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Bariisoo Fayyisaa ibsa torban kana addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Hawaasa ilaalchaafi gocha finxaalessummaa saaxilu uumuuf walqixxummaafi olaantummaa seeraa kabachiisuun fala duraa ta’uu Hayyuun Seeraa, Misooma Nagaa Yunivarsitii Dirree Dhawaa ibsan. Hayyuun yunivarsitichaa Doktar Roobaa Pheexiroos yaada dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Waggoottan afran darban dhangalaatii dhiigaan seenaa gurraachi obboloota giddutti galmaa’ee araara dhugaafi tokkummaan goolabamu akka qabu hayyuun seenaa Pirofeesar Tasammaa Ta’aa hubachiisaniiru. Hayyuun kun, yaada addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »
Finfinnee: Magaalonni Oromiyaa keessatti argaman Oromoo akka fakkaataniif hojjetamaa akka jiru Biiroon Misooma Magaalaa Oromiyaa beeksise. Marii Gumii Balal marsaa 31ffaa kaleessa mata duree “Oromoofi Magaala” jedhurratti Hogganaan biirichaa Obbo Mahammad Guyyee... Read more »
Finfinnee: Tiraanisfoormeeshinii misooma qonnaa naannichaa mirkaneessuuf inisheetiivii haaraa 13 bara 2015tti hojiirra oolchuuf adda ba’uu Manni Marii Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Oromiyaa ifoomse. Marii marsaa 2ffaan mana marichaa kaleessa adeemsifame. Pirezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa... Read more »