Oduu Bariisaa
Finfinnee: Finfinneetti Masaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa ijaaruun bu’aa qabsoo ummata Oromoo akka ta’e Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Sirna jalqabsiisa ijaarsa Masaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Roobii darbe waajjira Pirezdaantiitti... Read more »
Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Nageenyi Oromiyaa yeroodhaa gara yerootti fooyya’aa jiraatus tarkaanfiin qaamota hidhatanii nagaa booressaa jiranirratti yeroo ammaa fudhatamaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenya Oromiyaa ibse. Hoogganaan biirichaa... Read more »
Gammachuu Kadiriin Adaamaa: Hirmaannaafi fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf gurmaa’insa dubartootaa cimsuun murteessaa ta’uu Federeeshiniin Dubartoota Oromiyaa beeksise. Yaa’iin idilee 3ffaa Federeeshinii Dubartoota Oromiyaa mata duree “Gurmaa’insa dubartootaa jijjiirama waloof” jedhuun kaleessaa magaalaa Adaamaatti... Read more »
Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Yeroof addaan cituu gargaarsa namooma naannoo Tigiraay bakkatti deebisuuf Sagantaan Nyaata Addunyaafi qooda fudhattoota waliin mari’achaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa beeksise. Komishinarri Komishinichaa Ambaasaaddar Doktar Shifarraa Takilamaariyaam... Read more »
Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Kaantibaan Magaala Finfinneefi kaantibaan Magaalaa Atlaantaa dhimmoota garagaraarratti waliin hojjechuuf walii galan. Jilli Kaantibaa Magaalaa Atlaantaa Mistar Andiree Dikeensin durfamu kaleessaa gara Itoophiyaa dhufuun Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach... Read more »
– Nageenya keenya tikfachaa badhaadhina mirkaneessina jedhu Waasihun Takileetiin Adaamaa: Sagantaa Dorgommii Dandeettii Ogummaa teknolojii Qorannoofi Qo’annoo Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa 4ffaa Adaamaatti kaleessa qophaa’erratti kalaqawwan aleen addaddaa galmaahaniiru Dargaggoo... Read more »
Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Itoophiyaan damee beeyladatiin bu’aa abdachiisaa galmeessaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti, Raawwachiisaan Hojii Dursaan Dhimmoota Tarsimoo Obbo Zeenaa Habtawaldi raawwii ji’oota sagalii ministeerichaa tibbana wayita dhiyeessan akka jedhanitti, Itoophiyaan... Read more »
• Omisha qamadii bonaarraa callaa kuntaalli miliyoona 26.2 argameera Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Inisheetiivonni garagaraa bocamanii hojiirra oolan jiruufi jireenya ummata naannichaa jijjiiraa jiraachuurra darbee misooma ariifachiisaa galmeessuuf galtee guddaa ta’uu Mootummaan Naannoo... Read more »
Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Oromiyaan galaana qabeenya roga maraati yoo jedhame yoo xiqqaate malee dubbii harbeessuu hinta’u. Wayita Obbo Shimallis Abdiisaa “Oromiyaa ni jijjiirra, Itoophiyaa ni utubna, gaanfa Afrikaa ni tasgabbeesina,” jedhan kuufama... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Agarsiisni Qonnaafi Saayinsii mataduree, “Bakka yaaliitii hanga Omishaatti” jedhuun Finfinnee Godambaa Saayinsiitti qophaa’eefi torban sadiif turu Dilbata darbe Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)n banameera. Waltajjicharratti omishaaleefi meeshaaleen qonna ammayyaa... Read more »