Komishinichi kutaalee hawaasaa marii biyyaalessaarratti hirmaatan calalaa jira

Finfinnee: Komishiniin Marii Biyyaalessaa kutaalee hawaasaa garagaraa maricharratti hirmaatan calalaa jiraachuu beeksise. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Ambaasaaddar Mahaammud Diriir ibsa Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka himanitti, komishinichi boqonnaa qophiifi ajandaa... Read more »

 “ Ofiin of bulchuun yunivarsitiiwwan biyyattii kaffaltii barnootaarratti yaaddoo hin uumu” – Doktar Nagarii Leencoo

Finfinnee: Labsiin ofiin of bulchuu yunivarsitiiwwan biyyattii 1294/2015 tibbana ba’e “Mirga barachuu ummata harka qalleeyyii mulqa,” sodaan jedhu miseensota mana maree biyyattii dabalatee bal’inaan ka’aa jira. Kanuma bu’ureeffachuun maalummaafi yaadrimee labsichaa ilaalchisee... Read more »

 Saamichi keebilootaa raawwatamu addaan ciccitiinsa humna ibsaaf sababa ta’eera

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Saamichi keebilootaafi sibiilota humna ibsaarratti raawwatamu addaan ciccitiinsa humna ibsaaf sababa guddaa ta’uu Tajaajilli Ibsaa Itoophiyaa beeksise. Gaggeessaa Hojii Olaanaan Tajaajilichaa, Injinar Shifarraa Taliilaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

Yaadonni gorsitoota dinagdee walabaa imaammata dinagdee qopheessuuf gumaacha olaanaa qabu

 Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Dinagdee waraana kaabaatiin miidhame dandamachiisuuf galteen yaadaa mana marii gorsitoota imaammataa dinagdee walabaa imaammata dinagdee qopheessuuf murteessaa ta’uun ibsame. Manni marichaa waggoota lama dura Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin... Read more »

“Oromiyaatti qamadiin waggaa guutuu omishamaafi sassaabamaa jira”– Obbo Shimallis Abdiisaa

Natsaannat Taaddasaatiin Shanoo: Kilaastarri misooma qamadii jallisii Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Abbichuufi Nya’aa, Ganda Dirmaa Kibxata darbe jila Pirezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfameen daaw’atameera. Lafti qamadiin kilaastaraan omishame... Read more »

 Oromiyaatti dhiyeessiin tiraaktaraa cimee ittifufa

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinne: Naannoo Oromiyaatti dhiyeessiin tiraaktaraa cimee kan itti fufu akka ta’u Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Makaanaayizeeshinii Obbo Indaaluu Hundeessaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin, hubannoo cimsuu taasifamerraa... Read more »

 Babal’achuun bu’uraalee misoomaa guddina dinagdee bayyaatiif shoora olaanaa qaba

Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Guddina dinagdee biyyaafi babal’inni bu’uuraalee misoomaafi carraa hojii uumuu murteessaa ta’uu Doktar Lataa Seeraa beekisan. Hamma dhaabbileen misoomaa ofdanda’anitti mootummaan akka dhaabbilee misoomaatti hirmaatee madda galii ta’uun fala ta’uus... Read more »

Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa 13ffaan akka waliigalaatti Caamsaa 30 adeemsifama

– Konfiransichi sadarkaa sadarkaadhaan adeemsifamaa jira    Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa 13ffaan akka waliigalaatti Caamsaa 30 bara 2015 kan adeemsifamu yoo ta’u torban kana sadarkaa gandaa, kutaalee magaalaa, aanaa, magaalaafi... Read more »

 Bataskaanni Ortodoksii Tawaahidoo koree nagaa akka dhaabdu ibsame

Gammachui Kadiriin Finfinnee: Bataskaanni Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa haala yeroo ilaalcha keessa galchuun koree nageenyaa sadarkaa idiladdunyaatti akka dhaabdu ibsame. Walga’iin bataskaanichaa Caamsaa 1-16 bara 2015tti adeemsifamaa ture xumuramuu ilaalchisuun Paatiriyaarkiin Qulqulluu Abuna... Read more »

 “Duubatti harkifachuun dhiyeessii xaa’oo nuyaaddesseera” -Qonnaan Bultoota

Shanoo: Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Abbichuufi Nya’aatti, Qonnaan Bulaa Ganda Dirmaa kan ta’an Obbo XilAahuun Birruu Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatti akka himanitti, barana dhiyeessi xaa’oo boodatti harkifachuufi hanqachuun yaaddoo guddaa keessa isaan... Read more »