Oduu Bariisaa
Finfinnee: Itoophiyaan sagantaa ashaaraa magariisaa boqonnaa jalqabaa bara 2011 hanga bara 2014tti ture ummata miliyoona 20 hirmaachisuun dhaabbii biqiltuu miliyoona 25 gaggeessiteetti. Marsaa lammaffaa hanga bara 2018 turuun ammoo uffata magariisaa biliyoona... Read more »
– Milkaa’ina Ashaaraa Magariisaatiif naannoleen kutannoon hojjetu Finfinnee: Ministirri Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaa yeroo raawwaannu Itoophiyaan biqiltuu biliyoona 31n ni uffifamti jedhan. Doktar Abiyyi Ahmad odeeffannoo karaa... Read more »
Finfinnee: Ji’oota kurnan darbanitti dargaggootni miliyoona 8.6 tajaajila lammummaarratti hirmaachuusaanii Biiroon Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa ibse. Biirichatti daarektarri Sosochiifi Hirmaannaa Dargaggootaa Obbo Ingaasaa Hayiluu ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka dubbatanitti, tajaajila... Read more »
Finfinnee: Omishaafi omishtumመaa qabeenya beeyiladaa biyyaattii guddisuun maaddii guutuu dhugoomsuuf shoora olaanaa akka qabu Doktar Yohaannis Girmaaa beeksisan. Ministeera qonnaatti gorsaa ministir de’eetaa damee qabeenya beeyladaafi qurxummii kan ta’an Doktar Yohaannis Girmaa... Read more »
Akkuma Oromoon waanjoo gabrummaa ofirraa buusee mootummaasaa hundeeffateen biyyattii keessatti Baankii dhuunfaa isa jalqabataa ta’ee kan hundaa’e Baankiin Awaash, yeroo dukkanaa keessatti warraaqsa diinagdee Oromoo kan eegalchiise ta’uusaatiin ummata biratti kabaja addaa... Read more »
Finfinnee: Haala qabatamaa biyyattii amma jiruun sirna federaalizimii sabdaneessaa diimokraatessanii hojiitti hiikuun ala filannoon biroo bu’a qabeessa akka hin taane Yunivarsitii Finfinneetti Hayyuun Sirna Federaalizimii Doktar Tasfaayee Jimaa ibsan. Hayyuun kun ibsa... Read more »
– Oromiyaatti dhiyeessii guddistuu callaarratti xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuun ibsame Finfinnee: Xaafiin Godina Booranaatti omishame torban booda kan walittiqabamu ta’uufi bara omishaa 2015/2016f qophiin oyiruu qonnaafi dhiyeessiin guddistuu callaa barbaachisaan taasifamaa jiraachuu Biiroon... Read more »
Finfinnee: Hariiroon Itiyoo-Sudaan Gamtaa Afrikaa cimsuu keessatti shoora olaanaa akka qabu Obbo Musaa Sheekoo beeksisan. Dippilomaasiin Itiyoo-Sudaan bu’aa ba’ii guddaa keessa darbuun ayyaana hundeeffama gamtichaa waggaa 60ffaa ga’uu ibsaniiru. Xiinxalaan Siyaasaa Gaanfa... Read more »
Finfinnee: Oromiyaan sagantaa Ashaaraa Magariisaa milkeessuuf ganna baranaa biqiltuu biliyoona 4.4 dhaabuuf sochiirra jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa ibse. Biirichatti Daarektarri Misoomaafi Kunuunsa Bosonaa Obbo Katamaa Abdiisaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiif kennaniin;... Read more »
Finfennee: Duudhaaleen hawaasaa bu’aa waloo cimsan cimsuun finxaalessummaa maqsuuf dawaa ta’uu hayyootni beeksisan. Hayyootni Roobii darbe yaadasaanii addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennan kunneen akka jedhanitti, tokkummaa, obbolummaa, walqixummaa, nageenyi, waldanda’uun waliin jiraachuufi... Read more »