“Qaala’iinsi gatii timaatimiifi shunkurtii rakkoo hojmaata daldalaatiin mudateedha” – Biiroo Qonnaa Oromiyaa

Finfinnee: Qaala’iinsi gatii timaatimiifi shunkurtii rakkoo dhiyeessii osoo hintaane rakkoo hojmaata daldalaa keessatti mudate ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Bariisoo Fayyisaa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, omishni... Read more »

Hojiilee misoomaa godinaalee Wallagga Bahaafi Wallagga Lixaatti

Finfinnee: Godinaaleen Wallagga Bahaafi Wallagga Lixaa  sochii misooma qonnaa abdachiisaarra jiraachuu hoggantoonni hojii godinaalee kanneenii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiif ibsaniiru. Hoggantoonni kunneen akka jedhanitti, dhiyeessii xaa’oorratti hanqinni jiraatus hojiin qonnaa haala gaariidhaan adeemsifamaa... Read more »

Sosochiin fooyyessa manneen barnootaa guutuu biyyaatti boru eegala

Finfinnee: Sosochii fooyyessa manneen barnootaa biyyaalessaatiin guutuu biyyattiitti sadarkaa manneen barnootaa kuma 50 ol fooyyessuuf kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Barnootaa ibse. Sosochichis akka biyyaatti boruu eegalama. Ministeerri Barnootaa sagantaa sosochii guutuu biyyaatti... Read more »

 “Gaaffii barootaaf deebii atattamaa argachuu keenyaaf galata qabna” – Jiraattota Aanaa Sabbataa Hawaas

Sabbata: Godina Shawaa Kibba Lixaatti gaaffiin misoomaa yoo xiqqaate dhaloota lama lakkoofsise waggoota muraasa keessatti deebii argachuusaaf jiraattonni Aanaa Sabbataa Hawaas Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf yaada kennaniin mootummaa galateeffatan. Aanichatti tibba kana riqichaafi... Read more »

 Uwwisni bosonaa Oromiyaa dhibbantaa 17 irraa 26tti guddachuun ibsame

Arsii: Uwwisni bosonaa Oromiyaa dhibbantaa 17 irraa gara 26tti guddachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittanaan biirichaafi Ittigaafatamaan Damee Qabeenya Uumamaafi Wabii Midhaan Nyaataa Obbo Eeliyaas Kadir sagantaa dawwannaa qophii biqiltuu godina... Read more »

 Tajaajila lammummaaf waamichi lammummaa dhiyaate

Finfinnee: Daboo walii ba’uun, daadoo walii haramuufi humnaafi qabeenyaan rakkataa gargaaruun duudhaa Oromoo ganamaafi tumsaa Sirna Gadaati. Oromoon saba falaasama jireenyaafi aadaa waltumsuu dinqisiisaa qabudha. Dubbiin “Isa dhageettii qabutu dhugaafi hunda qaba”... Read more »

 Hudhaaleen Paarkii Indaastirii Bulbulaa furamaa jiru

Finfinnee: Hudhaalen Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaa furamaa jiraachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa beeksise. Ittigaafatamaan Qunnamtii Ummataa Korporeeshinichaa Obbo Geetaahun Addunyaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin, korporeeshinichi erga eebbifamee kan... Read more »

 Oromiyaatti kitaabilee barnootaa miliyoona 27 ol maxxansuuf sochiin eegalame

Finfinnee: Bara barnootaa 2016tti hanqina kitaabilee barnootaa furuuf sochiin maxxansa kitaabilee miliyoona 27 olii eegalamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Tajaajila lammummaatiin manneen barnootaa kuma afur ol ijaaruufis karoorfameera. Sadarkaa Hogganaa Ittaanaatti Gorsaan... Read more »

 Haqa ce’umsaa; araaraafi nageenya waaraaf

Finfinnee: Biyyi keenya akkuma sirna haqaa qabdu haqa haqaaqame hedduunis komatamti. Duubatti deebinee yoo ilaalle waa baay’ee kaasuun ni danda’ama. Haa ta’uutii jijjiiramaa as qofa yoo ilaalle biyyattiitti gaariifi aarii hedduun dalagameera.... Read more »

 Yoo dhalootni daandii sirriitti deebi’e biyyaaf nagaan deebi’a

Finfinnee: Biyya sabootaafi sablammootni duudhaalee waloon barootaaf utubamtee as geesse Itoophiyaatti, dhimmi nageenyaa erga ajandaa ta’ee bubbuleera. Hawaasni jaarraawwan hedduu waliin jiraate wajjin jireenya gara fuulduraatiif shakkii keessa galuun namoota hedduuf gaaffiis... Read more »