Oduu Bariisaa
Finfinnee: Kufaatiin sirna barnootaa mudate akka biyyaatti erga ajandaa ijoo ta’ee bubbuleera. Waggaa keessa jirru kanatti barattoota qormaata seensa dhaabbilee barnoota olaanaa qoraman keessaa %3 qofti darbuun dhimma rifaatuu guddaa uumeedha. Rakkoo... Read more »
Finfinnee: Pirofesar Mahdii Haamid Muudeefi Jaal Leencoo Lataafa’iin kan hundaa’e Gaazexaan Bariisaa bara 1969 irraa eegalee Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin (DhPI) torbanitti altokko maxxanfamaa kan jiru yoo ta’u, dagaagina ogbarruufi Afaan Oromootiif waan... Read more »
Finfinnee: Boorana, aanaalee Mi’oofi Taltalleetti sassaabbiin omisha xaafiifi qamadii kombaayinaraan gaggeeffamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Duula mataduree, “Hongee darbe yaadachaa haahojjennu” jedhuun qonni gannaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera. Hogganaan waajjirichaa Obbo Mahaammad... Read more »
Finfinnee: Ijaarsi hidha Laga Abbayyaa biyyoota miseensa yaa’a lagichaatiif bu’aaqabeessummaasaa mul’isaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa beeksise. Ijaarsi hidhichaa dhibbantaa 91 irra ga’uunis ibsameera. Waajjirichatti Daarektarri Daayirektoreetii... Read more »
Finfinnee: Nama waa’ee sirna dinagdee hinhubanneef qaala’iinsa jireenyaatiin gamatti guddinni dinagdee kan yaadamu miti. Dhugumaan dhimmi daabboo dhimma yeroo namaa kennu waan hintaaneef beela keessatti jiraachuu guddina dinagdee yaaduun rakkisaadha. Kanumaafi, wayita... Read more »
Finfinnee: Hanga ammaatti raabsa xaa’oo taasifameen xaa’oo kuntaalli miliyoona 4.6 qonnaan bulaa qaqqabuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Bariisoo Fayyisaa addatti ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, bara... Read more »
Nageenya waaraaf waldhaga’uufi tokkummaan jabaachuu akka qabu Pirofeesar Tasammaa Ta’aa ibsan. Hayyichi turtii tibbana dhimma nageenyaarratti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa wajjin taasisaniin akka jedhanitti, aadaan waldhaga’uu waan laafeef akka biyyaatti gatii hinmalletu kaffalamaa... Read more »
Finfinnee: Haalli nageenyaa Naannoo Amaaraa yeroo ammaa fooyya’aa waan ta’eef sochii qonnaarratti dhiibbaan uumame akka hinjirre Biiroon Kominikeeshinii Naannichaa ibse. Hogganaan biirichaa Obbo Gizaachoo Mulunaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »
Finfinnee: Yaalaafi ittisa dhibeewwan koleeraafi busaarratti hojjetamaa jiraachuu Waajjiraaleen Fayyaa Godina Qellem Wallaggaafi Baalee Bahaa ibsan. Hanqinni qoricha busaa mudachuunis ibsame. Ittigaafatamaa Ittaanaan Waajjira Eegumsa Fayyaa Godina Qellem Wallaggaa Obbo Yoonaas Ittaanaa... Read more »
Finfinnee: Hojii tola ooltummaa dargaggootni naannichaa bara kana hojjetaniin baasii qarshii biliyoona 3.1 baraaruun akka danda’ame Waldaan Dargaggoota Oromiyaa beeksise. Pirezidaantiin Waldichaa Dargaggoo Kadir Indaalkaachoo akka Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf himetti, hojii tola... Read more »