Oromiyaatti hojjettoota ragaa barnootaa sobaatiin tajaajilaa turan kuma 12, Somaaleetti 700 irratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee: Oromiyaatti barana qofa hojjettoota kuma 12 ol ragaa barnootaa sobaatiin tajaajilaa turanirratti tarkaanfiin seeraa fudhatamuu Biiroon Pablikii Sarvisiifi Misooma Qabeenyaa Namaa Oromiyaa beeksise. Ragaan barnootaa hojjettoota guutuu Oromiyaa qulqulleessuuf sochiin taasifamaa... Read more »

 “Waan gad dhaabantu nama dhaaba” -Abbaa Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaa

Finfinnee: Aadaafi duudhaan Oromoo lalisummaafi magariisummaa waliin hidhata jabaa akka qabu Abbaan Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaa ibsan. Abbaan Gadaa kun sagantaa ashaaraa magariisaa ilaachisee addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, magariisummaan falaasama... Read more »

Komishinichi loltoota hidhannoo hiikkatan kuma 75 deebisee dhaabuuf hojjetaa jira

Finfinnee: Hanga baatii Muddee bara 2016tti loltoota hidhannoo hiikkatan kuma 75 deebisee dhaabuuf hojjetaa jiraachuu Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa ibse. Koomishinichi waltajjii marii Dhaabbilee Siviilii Hawaasaa waliin haala loltoota hidhannoo  hiikkatan deebisanii itti... Read more »

Dhaabbii biqiltuu iftaaniitiif qophiin xumuramuu naannoleen ibsan

Finfinnee:  Waamicha guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona 500 dhaabuuf Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad dhiyeessaniifi iftaan mataduree, “Borii keenya har’a haa dhaabnu” jedhuun adeemsifamuuf qophii xumuruusaanii naannoleen beeksisan. Mootummaan Naannoo Sidaamaa, Amaaraa, Gaambeellaa,... Read more »

 “Hangi boqqolloo faca’eefi dhiyeessiin xaa’oo yuuriyaa walhinsimu”

– Omishaalee gannaarraa waliigalaan callaa kuntaala miliyoona 29 oltu eegama Finfinnee: Omisha gannaa bara 2015/16tti hamma boqqolloo faca’eefi hammi xaa’oo adii (Yuuriyaa) dhiyaatee kan walhinsimne ta’uu Biiroon Qonnaa Naannoo Beenishaangul Gumuz beeksise.... Read more »

 Mootummaan naannoo Oromiyaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjachaa jira

– WMOn gamoo Odaa G+11 Magaalaa Adaamaatti eebbisiise Adaamaa: Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjachaa jiraachuu Pirezdaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii ibsan. Obbo Awwaluun, haasaa kaleessa sirna... Read more »

 “EBCn ga’umsa sagalee Afrikaanotaa ta’uurratti argama” – Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Korporeeshiniin Birodikaastingii Itoophiyaa (EBCn) ga’umsa sagalee Afrikaanota hunda ta’uurratti argamuunsaa ibsame. Eebba EBC Miidiyaa Kompileeksii haaraa ijaaramerratti haasaa kan taasisan Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) akka dubbatanitti, guddinni Itoophiyaa kan lakkaa’amu... Read more »

 Bara 2016f qarshiin biiliyoona 801.65 ragga’e

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee bajata mootummaa federaalaa bara bajataa 2016f qophaa’e qarshii biiliyoona 801.65 sagalee caalmaan raggaasise. Wixineen kun kan ragga’e yaa’ii idilee 28ffaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa... Read more »

 Oromiyaatti paarkiiwwan industirii qonnaa afur ijaaramuufi

Finfinnee: Naannoon Oromiyaa paarkiiwwan industirii qonnaa dabalataa afur ijaaruuf qophiirra jiraachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa beeksise. Hogganaan kominikeeshinii korporeeshinichaa Obbo Geetaahuun Addunyaa ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, paarkiiwwan dabalataa... Read more »

 “Biyyaaf hojjechuun bu’aa argachuu caala”

Finfinnee: Biyya haala qilleensaa mijataafi dachee gabbataa qabdu Itoophiyaatti dhimmi wabii midhaan nyaataa har’ayyuu ajandaa ijoodha. Kanaafis sababni guddaan yeroo baay’ee dhiyaatu fedhiifi dhiyeessiin walsimuu dhabuudha. Hanqinni dhiyeessii omishaafi omishtummaa wajjin hidhata... Read more »