“Gaafan biyyaa ba’e biqiltuu dhaabeen ba’e; biyya koo tajaajiluuf yoomuu qophiidha” – Atileet Fayyisaa Leellisaa

Finfinnee: Bara 2009 biyyaa ba’uun dura biqiltuu hedduu dhaabuusaafi ammas waan irraa eegamuun biyyasaa bilisaan tajaajiluuf qophii ta’uu Atileet Fayyisaa Leellisaa ibse. Atileetiin kun addatti akka Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsetti, naannawaa... Read more »

 Walfixuurra waldhabbii mariin fixuun barbaachisaadha

Finfinnee: Gaafa Oromoon Gadaadhaan bula jedhamu ganamuma dimokraatawaadha jechuudha. Kanaafis fakkeenya gaarii kan ta’u uumaafi uumama maraaf kabaja qabaachuusaati. Waldhabdeen taatee jireenya keessatti mudatu ta’us mariirra humna filachuun garuu Oromoo duubatti deebisuurraa... Read more »

Naannichatti hanqinni dhiyeessii xaa’oo mudachuun ibsame

Finfinnee:  Bara omisha 2015/2016tti  xaa’oo yeroodhaan kan hin dhiyaatneef ta’uu  Biiroon Qonna Naannoo  Itoophiyaa Kibba Lixaa beeksise. Hogganaa Ittaanaa biirichaa kan ta’an obbo Asiraat Asfaaw ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »

 “Nageenya waaressuuf ejjennoon mootummaa marii nageenyaa eegalame ittifufsiisuudha” -Obbo Addisuu Araggaa

Finfinnee: Nageenya waaressuuf ejjennoon mootummaa marii nageenyaa eegalame cimsee ittifufsiisuu akka ta’e Hogganaan Damee Subqunnamtiifi Qunnamtii Idil Addunyaa Paartii Badhaadhinaa Biyyaalessaa Obbo Addisuu Araggaa ibsan. Waadaa ummataaf seename dhugoomsuuf hariiroon hooggansaafi ummataa... Read more »

Yuunivarsitiiwwan barattoota kumaatamaan lakkaa’aman eebbisiisan 

Finfinnee: Yuunivarsitiiwwan biyyaattii 16 sagantaalee barnootaa adda addaatiin barattoota kuma 32fi 849 eebbisiisan. Haaluma kanaan Yuunivarsitiin Finfinnee barattoota digrii jalqabaa, 2ffaafi 3ffaan barsiise 8,868; Yuunivarsitiin Jimmaa digrii jalqabaatiin barattoota 1,835, digrii 2ffaa... Read more »

Oromiyaatti barana biqiltuu muduraa miliyoona 25 oltu dhaabama

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti bara bajataa 2015tti biqiltuu muduraalee akaakuu garaagaraa miliyoona 25 ol dhaabuuf sochiirra jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Misooma Muduraa Obbo Taganyi Irranaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

 Giddugalichi jireenya qonnaan bultoota misoomaaf kaafamanii jijjiiraa jira

 Finfinnee: Giddugalli Misooma Beeyladaa Qonnaan Bultoota Misoomaaf Qe’eesaaniirraa kaafamanii Finfinnee, Kutaa Magaalaa Aqaaqii, naannawa Koyyee Facceetti ijaarame jireenyasaanii jijjiiraa jiraachuu qonnaan bultoonni ibsan. Giddugalichi Dheengadda Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeetiin eebbifamee... Read more »

 Gabaa kappitaalaa milkeessuuf galii namoota dhuunfaa guddisuun barbaachisaadha

Finfinnee: Karoora gabaa kappitaalaa milkeessuuf galii namoota dhuunfaa guddisuun barbaachisaa akka ta’e yunivarsiitii Finfinneetti hayyuun dinagdee Pirofeesar Alamaayyoo Gadaa ibsan. Pirofeesar Alamaayyoon ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, gabaan kaappitaalaa... Read more »

 “Mindaan baatii sadii nuu hinkanffalamne” -Hojjettoota “Mindaan baatii Caamsaa gara baankiitti ergameera” -Warshaa Sukkaaraa Fincaa’aa

Finfinnee: Sababa rakkoo alseerummaan mindaan baatiilee sadiif nuu hinkaffalamne jechuun hojjettootni warshaa Fincaa’aa ibsan. Mootummaan rakkoosaaniif furmaata akka kennus gaafatan. Nageenyaaf maqaan koo akka hindha’amne jechuun addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf yaada kan... Read more »

Qellem Wallaggaa godina misoomaafi nageenyaa taasisuuf tumsa hundaa barbaada

infinnee: Godinaalee Oromiyaa rakkoo nageenyaa qaban keessaa godinni Qellem Wallaggaa isa tokko. Rakkoo nageenyaarraa kan ka’e hawaasni godina kanaa ofirraa bu’ee fayyadamummaa misoomaa mirkaneeffachuurratti danqama guddaa qaba. Haala nageenyaafi misooma godinichaa ilaalchisee... Read more »