Gandoota baadiyyaa Oromiyaa hundatti manneen barnoota Bu’uura Boruu ijaaramuufi

Finfinnee: Naannoon Oromiyaa bara bajataa 2016tti gandoota baadiyyaa hundatti keessatti Manneen Barnoota Bu’uura Boruu ijaaruuf akka ta’e Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Hogganaa ittaanana biirichaa Obbo Girmaa Baay’isaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu waggaatti cuuciiwwan miliyoona 12 ni dhiyeessa

– Invastimantiiwwan turizimiifis xiyyeeffannaa kenneera Bishooftuu: Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf dandeettii waggaatti cuuciiwwan miliyoona 12 gabaaf dhiyeessuu uumuu beeksise. Galii guddifachuufis invastimantiiwwan hawwata turistiitiif xiyyeeffannaa olaanaa kennuus ibse. Kantiibaan... Read more »

 Rakkoon dhiyeessii xaa’oo akka furamuuf qonnaan bultoonni gaafatan

Finfinnee: Rakkoon dhiyeessii xaa’oon walqabatu furamuufii akka qabu qonnaan bultoonni godinaalee Buunnoo Baddalleefi Iluu Abbaaboor gaafatan. Qonnaan bultoonni kunneen addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, mootummaan xaa’oo isaaniif dhiyeessaa jiraatus fedhiifi dhiyeessiin... Read more »

“Sagantaan ashaaraa magariisaa biqiloota bosonaafi margarratti xiyyeeffachuu qaba” -Obbo Dachaasaa Jiruu

Finfinnee: Sagantaan ashaaraa magariisaa gara fuulduraatti biqiloota bosonaafi margaarratti xiyyeeffachuu qaba jechuun qorataan  bosonaa Obbo Dachaasaa Jiruu beeksisan. Qorataan kun ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, sagantaan ashaaraa magariisaa sadarkaa... Read more »

Omisha ruuzii wabii nyaataa mirkaneessuurra darbee alergiif abdatame

Finfinnee: Inisheetiiviin misooma ruuzii hojiitti hiikamaa jiru wabii midhaan nyaataa mirkaneessuurra darbee alergiif abdachiisaa ta’aa dhufeera. Biyyi keenya kanaan dura akkuma meeshaalee biroo qamadii alaa galchaa turtus hojii cimaa hojjetameen yeroo gabaabaa... Read more »

“Itoophiyaafi Ruusiyaan biyyoota bu’aa ba’ii hedduu keessa waliin darbaniidha” -Abiyyi Ahmad (PhD) Ministira Muummee Itoophiyaa

Finfinnee: Yaa’ii Afrikaa-Ruusiyaa magaalaa seena qabeettii  Ruusiyaa ‘Saint Petersburg’tti taa’amaa jirutti kan hirmaatan Doktar Abiyyi, “Yeroo jalqabaatiif magaalaa kana dhufus Itoophiyaafi Ruusiyaan biyyoota seenaa walfakkaatuufi bu’aa ba’ii hedduu keessa waliin darbuusaanii bareecheen... Read more »

 Bu’aalee qorannoo walitti hidhamiinsa industiriifi humna nama baratee cimsuurratti fuulleffate

Finfinnee: Bu’aan qorannoo walitti hidhamiinsa industiriifi huma nama baratee cimsuurratti xiyyeeffate barattoota Yunivarsiitii Saayinsiifi Teknolojii Finfinneen ifoome. Agarsiisni bu’aalee qorannoo barattootaa marsaa sadaffaan Kibxata darbe moooraa yunivarsitichaa keessatti dhiyaateera. Daarektarri giddugala gabbisa... Read more »

“Hundeeffamuun mana barumsaa Jaarraa Abbaa Gadaa duudhaa keenya guddifachuuf gumaacha olaanaa qaba” – Jiraattota Boolee Bulbulaa

Finfinnee: Boolee Bulbulaatti maqaa goota Oromootiin hundeeffamuun mana barumsaa duudhaa Oromoo Tuulamaa iddootti deebisuufi guddisuuf gumaacha olaanaa qaba jechuun jiraattonni Boolee Bulbulaa beksisan. Manni barumsaa Jaarraa Abbaa Gadaa Barnoota Idileen Duraafi Sadarkaa... Read more »

 Inistitiyuutichi dhibee omisha warqee maqsuuf hojjechaa jira

Finfinnee: Dhibeewwan omisha warqee miidhan maqsuuf hojjechaa jiraachuu Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa beeksise. Daarektarri olaanaan Inistitiyuutichaa Obbo Tashoomaa Boggaalaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka dubbatanitti, Oromiyaa godinaalee Shawaa Lixaafi Shawaa... Read more »

 Bakka ka’anirra lafa ga’antu murteessaadha

Finfinnee: Barattuu Siifan Mahaammad kan dhalattee guddatte Godina Jimmaa, aanaa Shabee Sombootti. Barattoota qabxii olaanaa galmeessisuun dorgommiidhaan Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaatti barataa jiran keessaa ishee tokko yommuu taatu, shamarrummaafi... Read more »