Haalli nageenyaa naannoo Amaaraa gara labsii yeroo atattamaa labsuutti ce’eera

Finfinnee: Haalli nageenyaa naannoo Amaaraa yeroo ammaa to’annoo idilee ala ta’uusaan olaantummaa seeraa kabachiisuuf Manni Maree Ministeerota murtoo labsii yeroo atattamaa dabarsuuf dirqameera. Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa kaleessa taa’een qaamolee hidhannoon deeggaramanii... Read more »

Bara bajataa 2015tti Hidha Haroomsaa guddichaaf qarshiin biliyoona 1.4 walitti qabame

Finfinnee: Bara bajataa 2015tti ijaarsa hidha haaroomsa guddicha Itoophiyaaf  hirmaannaa ummataatiin qarshiin biliyoonni  1.4  walitti  qabamuu  Waajjirri Qindeessaa Pirojektii Hidha Haaroomsa Itoophiyaa Guddichaa beeksise. Waajjirichatti Ittaantuu Daarektaraa kan ta’an Aadde Fiqirtee Taammir... Read more »

Oromiyaan qonnaan bultootaafi horsiise bultoota kuma 25 gara invastimantiitti ceesisuufi

Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa bara bajataa 2016tti qonnaan bultootafi horsiise bultoota kuma 25 gara invastimantiitti ceesisuuf karoorfatee hojjetaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii naannichaa  beeksise. Hogganaan biiricha Obbo Hayiluu Addunyaa karoora bara 2016 ilaalchisee... Read more »

Oromiyaatti ijaarsi manneen barnootaa idilee duraa 600 eegalame

Finfinnee: Sosochii sagantaa fooyya’iinsa manneen barnootaan ijaarsi manneen barnootaa idilee duraa 600 eegalamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Manneen barnoota naannichaa dhibbantaan 86 ol sadarkaasaanii kan eeggatan akka hintaanes ibsameera. Hogganaa ittaanaan biirichaa... Read more »

Inistitiyuutichi sanyiiwwan midhaanii omishtummaa dabalan 17 qorannoon argate

Finfinnee: Sanyiiwwan midhaanii omishtummaa dabalan 17 qorannoon argachuu Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa beeksise. Daarektarri Olaanaan inistitiyuutichaa Obbo Tashoomaa Boggaalaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, inistitiyuutichi qorannoo saayinsawaa taasisuun sanyiiwwan... Read more »

Gujiitti waldaaleen albuuda warqii baasuurratti gurmaa’an warqii kiilogiraamii 185 Baankii Biyyaalessaatiif dhiyeessan

Finfinnee: Godinni Gujii akaakuuwwan albuuda gara garaa 32 ol kan qabdu yoo ta’u, kana keessaa waldaaleen seeraan gurmaa’an 173 barana warqii kiilogiraamii 185 Baankii Biyyaalessaatiif dhiyeessuun ibsame. Hogganaan Waajjira Misooma Albuuda godinichaa... Read more »

Itoophiyaan maashinoota aara industirii lakkaa’an fayyadamuu eegalte

Finfinnee: Itoophiyaan faalama qilleensaa industiriiwwaniin uumamu hir’isuuf maashinoota aara industirii keessaa bahu lakkaa’uuf gargaaran alaa galchuun fayyadamuu eegaluu Ministeerri Industirii beeksise. Ministeerichatti Gaggeessaan Hojii Pirojektii Raawwachiisa Seektara Jijjiirrama Qilleensaa Obbo Saamu’eel Halaalaa... Read more »

 Kaampaaniin Albuudaa Keefii bara dhufu hojii eegala

Finfinnee: Kaampaaniin Albuudaa Keefii bara 2016tti Godina Wallagga Lixaatti hojii albuuda baasuu akka eegalu ibse. Bulchaan kaampaanichaa Mistar Haarii Anagoostiras ibsa Kamisa darbe miidiyaaf kennaniin akka jedhanitti, kaampaaniin kun gara Itoophiyaa dhufee... Read more »

 “Ashaaraan magariisaa faayidaa naannawaa, hawaasummaafi dinagdee olaanaa qaba” -Doktar Adafris Warquu

Finfinnee: Ashaaraan magariisaa bu’aalee naannawaa, dinagdee, hawaasummaafi dhaabbataa kan mirkaneesse ta’uu walittiqabaan Koree Teknikii Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa Doktar Adafris Warquu hubachiisan. Waldaan Misooma Oromiyaa bosona manca’e bosoneessuun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessaa jiraachuu ibse.... Read more »

Naannolee lamaafi bulchiinsa magaalaa tokkotti calalliin hirmaattoti marii biyyaalessaa taasifame

Finfinnee: Naannolee Sidaamaa, Harariifi Bulchiisa Magaalaa Dirre Dhawaatti calalliin hirmaattota marii biyyaalessaa xumuramuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Sassaabbiin yaadota ajandaa marii biyyaalessaaf ka’umsa ta’an adeemsifamaa jiraachuunis ibsameera. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessa Doktar... Read more »