“Galmi finxaaleyyii Itoophiyaa sabdaneettii har’aa yoo danda’an gara duriitti deebisuu yoo milkaa’uu baatemmoo akka diigamtu gochuudha” -Obbo Hayiluu Addunyaa

Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa galmi finxaaleeyyii olaantummaa kanaan dura dhaban deeffachuu, eenyummaa sabaafi sablammootaa balleessuu, fedhii isaanii humnaan uummata Itoophiyaa irratti fe’uuf sochaa’aa kan jiran yoo ta’u yoo kuni... Read more »

 Imala waggoota sadii turizimii naannichaarratti jijjiirama qabatamaa fidaa jiru

Finfinnee: Komishiniin Turizimii Oromiyaa (KTO) waggaa sadan har’aa kan hundaa’e yoo ta’u, yeroo kana keessattis qormaatawwan kanneen akka weerara Koviid-19, waraana idil addunyaafi biyya keessaatiin qoramus jijjiirama qabatamaa damicharratti fidaa jiraachuudha komishinichi... Read more »

 Paarkiin Indastirii Jimmaa bara dhufu guutummaatti hojii eegala

Finfinnee: Paarkiin Indastirii Jimmaa bara dhufu guutummaatti hojii kan eegalu ta’uun ibsame. Gaggeessaa Hojii Olaanaan paarkichaa Obbo Tasfaayee Likkiisaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, paarkichi bara 2011 erga eebbifamee... Read more »

Sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin namoota kuma 700f carraan hojii uumameera

Finfinnee: Sagantaa Ashaaraa Magariisaan namoota kuma 700 carraan hojii uumamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti Daarektara Qabeenya Uumamaa kan ta’an Obbo Tafarraa Taaddasaa ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, ashaaraan magariisaa... Read more »

 “Hojiin kalaqa yunivarsitichaa qaroomina Oromiyaa Lixaa haala calaqqisiisuun hojjetamaa jira” -Doktar Lataa Tasfaayee

Finfinnee: Xiyyaara nama maleessa (diroonii) dabalatee bu’aaleen kalaqa garagaraa Unvarsiitiin Dambi Dolloo kalaqe calaqqee qaroomina Oromiyaa Lixaa kaleessaa ta’uu pirezidaantiin yunivarsitichaa ibsan. Komii kanfaltii durgoofi hojiiwwan dabalataa ilaalchisee barsiisota biraa ka’us furuuf... Read more »

 Tumsi Baankiin Addunyaafi Mootummaa Jaappaan cimee itti fufa

Finfinnee: Pirezidaantiin Baankii Addunyaa Ajaayi Baangaafi Ministirri Haajaa Alaa Jaappaan Hayaashii Yoshiimaasaa daawwannaa tibbana Itoophiyaatti taasisaniin, biyyattii waliin walitti dhufeenyaan hojjechuufi tumsa walirraa hincitne taasisuuf waadaa seenaniiru. Itoophiyaan torban tokkotti qondaaltota addunyaa... Read more »

 BBOn kitaabota miliyoona saddeet barattoota biraan gaheera

Finfinnee: Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO)n kitaabota sirna barnoota haaraa miliyoona saddeet maxxansiisuun barattoota kutaa tokkoffaa hanga saddeettaffaa baratan biraan ga’uufi kitaabonni miliyoona lama ammoo qophaa’anii jiraachuu beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Doktar Bultoosaa... Read more »

 “Hawaasni Diyaaspooraa dhimma biyyaarratti ejjennoo waloo akka qabaataniif irratti hojjetamaa jira” -Obbo Dammaqaa Nagaasaa

Finfinnee: Hawaasni Diyaaspooraa akka kana duraa faallaa walii dhaabbachuu dhiisee dhimma biyyaarratti ejjennoo waloo akka qabaatu taasisuurratti hojjetamaa jiraachuufi gaaffii mana jireenya hawaasichaa furuuf mandarri dayaasporaa kan ijaaramu ta’uu Pirezidaantii Ittaanaan Waldaa... Read more »

 “Dhageettii Itoophiyaan biyyoota alaa biratti qabdu dinagdeefi siyaasaa keessootiin murtaa’a” -Doktar Diimaa Nagoo

Finfinnee: Dhageettii Itoophiyaan biyyoota alaa biratti qabdu haala guddina dinagdeefi siyaasa keessoosheen kan murtaa’u ta’uu Hayyuun Siyaasaafi Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Doktar Diimaa Nagoo ibsan. Haala amma jiruun Itoophiyaaf miseensa... Read more »

“Hojii Ministeerri Barnootaa qulqullina barnootaa fooyyessuuf raawwataa jiruun bu’aa gaariin galmaa’aa jira” -Doktar Nagarii Leencoo

Finfinnee: Hojii Ministeerri Barnootaa bara darberraa eegalee qulqullina barnootaa fooyyessuuf taasisaa jiruun jijjiiramni gaariin mul’achaa jiraachuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti, Koree Dhaabbii Dhimmoota Misooma Humna Namaa, Bobbii Hojiifi Teknolojii beeksise. Walittiqabaan... Read more »