“Itoophiyaafi Emereetonni Araba Gamtoomanii misooma waaraa ittifufsiisuuf tumsasaanii ittifufu” – Ministira Muummee Abiyyi Ahmad

• Itoophiyaafi Emereetoonni Araba Walta’anii dameelee misoomaa 17 irratti waliigaltee mallatteessan Finfinnee: Itoophiyaafi Emereetonni Araba Gamtoomanii Misooma waaraa ittifufsiisuuf tumsasaanii akka ittifufuan Ministira Muummee Abiyyi Ahmad ibsan. Waliigalteen misoomaas mallatteeffame. Ministirri Muummee... Read more »

Affaaritti hoomaan hawaannisaa miidhaa dhaqqabsiisaa jira

Finfinnee: Weerarri hoomaa hawaannisaa naannoo Affaaritti mudate omishaaleefi biqilootarraan miidhaa dhaqqabsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa, Qabeenya Umamaafi Beeyladaa naannichaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Eegumsa Biqilootaa Obbo Habiib Abdallaa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kaleessa akka ibsanitti,... Read more »

 Sirna Gadaa: Sirna sagalee caalmaan osoo hintaane haqaan murtoo kennu

Finfinnee: Oromoon saba qaroomaa waggoota hedduu dura sirna bulchiinsa mataasaa tumatee ittiin bulaa as ga’edha. Umriinis ta’e duudhaalee of keessatti hammatuun Sirni Gadaa sirna dimokraasii addunyaan faarsuun yoo walbira qabamu fardaa lafa.... Read more »

Doktar Gaarummaa Abdiisaa: Hayyuu Moosaajii Afaan Oromoo kalaqan

Finfinnee: Yunivarsitii Mattuutti barsiisaa Fiiziksii kan ta’an Doktar Gaarummaa Abdiisaa moosaajii Afaan Oromoo daa’imman barsiisuufi bifa adda ta’een akaakuu barnoota garaagaraarratti hundaa’uun hiika jechootaa kennu hayyuu kalaquu danda’aniidha. Abbaan kalaqaa kun yaada... Read more »

 “Raayyaa ittisa biyyaa maqaa balleessuun sabaafi Sablammoota jibbuurraa madda” – Ustaaz Kaamil Shamsuu

Finfinnee: Ijaarsi Raayyaa Ittisa Biyyaa (RIB) calaqqee saboota, sablammootaafi ummattoota biyyattii waan ta’eef maqaa balleessiin taasifamaa jiru sabaafi sablammoota jibbuufi fudhachuu dhiisuurraa kan maddu ta’uu Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ustaaz... Read more »

 Haala naannichi keessa jirutu labsiin yeroo hatattamaa akka labsamu ka’umsa ta’e

Finfinnee: Haalli qabatamaan naannoo Amaaraa keessa jiru labsiin yeroo hatattamaa akka labsamuuf ka’umsa sirrii ta’uu Miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Miseensa Koree Dhaabbii Haajaa Alaafi Nageenyaa kan ta’an Obbo Saadiq Adam... Read more »

“Geengoo jeequmsaa keessaa ba’uuf falli jiru aadaa marii gabbisuu qofa” – Obbo Mulaatuu Gammachuu

Finfinnee: Daddaaqama siyaasa biyyattii wal’aanuufi geengoo jeequmsaa keessaa ba’uuf falli waaraan aadaa marii gabbisuu qofa ta’uu Miseensi Koree Raawwachiiftuu Hojii Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo Obbo Mulaatuu Gammachuu ibsan. Obbo Mulaatuun haala boora’uu... Read more »

Bu’aqabeessummaan hariiroo dippilomaasii Itoophiyaa dabalaa jira

Finfinnee: Bu’aqabeessummaan hariiroo dippilomaasii biyyattii daran dabalaa jiraachuu Ministeerri Haajaa Alaa Itoophiyaa beeksise. Dubbii Himaan Ministeerichaa Ambaasaaddar Mallas Alam ibsa tibbana miidiyaaf kennaniin akka jedhanitti, torban lamaan darbanii eegalee anga’ootni biyyoota Afrikaa,... Read more »

 “Hojii to’annoofi hordoffii waggoota lamaatiin qarshii biliyoonni  11.32 deebi’uu danda’eera” -Aadde Sa’aadaa Abdurramaan

Finfinnee:  Caffeen Oromiyaa ijaarsa sirna dimokiraasii dagaagsuu, bulchiinsa gaarii mirkaneessuu, misooma ariifachiisaa ummanni sadarkaan irraa fayyadamu gama hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaan fiduun itti gaafatamummaa olaanaan heeraafi ummataan itti kenname dhugoomsuufi amantaa ummatni irraa... Read more »

“Naannoo Amaaraatti magaalotni to’annaa Jaawusaa jala turan  bilisa ba’aniiru” -Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa

Finfinnee: Magaalotni naannoo Amaaraa Finxaaleyyii Jaawusaan to’atamanii turan qindoomina Raayyaa Ittisa Biyyaafi ummata naannichaan bilisa ba’uu Tajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa ibse. Balaliin xayyaaraas gara naannichaatti eegalamuus hubachiiseera. Ministirri Tajaajilichaa Doktar Laggasaa Tulluu ibsa... Read more »