Oduu Bariisaa
Finfinnee: Itoophiyaan qormaata keessaafi alaatiin osoo hingufatin dhageettiin sadarkaa addunyaatti argachaa jirtu akka ji’a goobanaa guddachaa, mul’achaa jira. keessumaa ji’oota lamaa as qofa yoo ilaalle qondaaltonni idiladdunyaa dachee Itoophiyaarra ejjetan kan yaadameen... Read more »
Finfinnee: Sagantaa maaddii guutuun omisha aannanii liitira biliyoona 6.8 irraa gara liitira biliyoona 8.6tti guddisuun akka danda’ame Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti, Qajeelchituu Raawwachiiftuu Hojii Damee Misooma Beeyladaafi Qurxummii Aadde Tsigeredaa Fiqaaduu ibsa... Read more »
Finfinnee: Rakkoo nageenyaa tibba darbe naannoo Gaambeellaatti mudatee tureen walqabatee poolisoota dabalatee namootni shakkaman 82 to’annoo seeraa jala oolfamanii dhimmisaanii qoratamaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenya naannichaa ibse. Hogganaan biirichaa Obbo Chool Kuun... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaa keessatti waraana miidiyaa qolachuuf hawwaasa hubannoo miidiyaa qabu horachuun barbaachisaa ta’uu Yuunivarsitii Finfinneetti, Hayyuun Subqunnamtiifi Gaazexeessummaa Obbo Nutmaan Aliyyii ibsan. Obbo Nutmaan gaafdeebii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa waliin taasisaniin akka jedhanitti,... Read more »
Finfinnee: Gaaffiin kamuu deebii kan argatu hokkoraan osoo hintaane nageenyaaf dursa kennuun ta’uu mootummaan Naannoo Amaaraa beeksise. Haalli nageenya Naannoo Amaaraa boora’uu erga eegalee bubbuleera. Kanaan walqabatee, hoggantoota poolisii naannichaa sadarkaa garagaraarratti... Read more »
Finfinnee: Dubbiin lafaa dubbii lafeefi eenyummaa waan ta’eef weerarri lafaa weerara eenyummaa ta’uu hubatamuu akka qabu Biiroon Lafa Oromiyaa ibse. Hogganaan biirichaa Obbo Guutaa Laachoree sirna bulchiinsa lafaafi rakkoolee sanaan walqabatan ilaalchisee... Read more »
Finfinnee: Garaagarummaa ilaalcha siyaasaan biyya rakkoo walxaxaa keessa seente baraaruuf murtoon ummata bal’aa murteessaa ta’uu Gorsaan Tarsiimoo Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Obbo Ibsaa Nagawoo beeksisan. Obbo Ibsaan yaada Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf dheengadda... Read more »
Finfinnee: Fooyya’iinsi imaammata maallaqaa Baankii Biyyaalessaa tibbana ifoomse qala’iinsa gatii to’achuuf shoora olaanaa qabaachuusaa Yunivarsitii Haramayaatti Hayyuun Dinagdee Fireezar Xilaahun (PhD) ibsan. Hayyichi ibsa kaleessa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, fooyya’iinsi... Read more »
Finfinnee: Fuudhaafi heerumni yookiin saalquunnamtiin saala walfakkaataa ummata Itoophiyaa sodaa Uumaa qabu biratti daran ciigaasisaa ta’uu barsiisotni amantii garaagaraa ibsan. Mana Amantii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Sooraa Haddis Alamaayyoo Isheetuu akka jedhanitti, Macaafa... Read more »
• Itoophiyaafi Emereetoonni Araba Walta’anii dameelee misoomaa 17 irratti waliigaltee mallatteessan Finfinnee: Itoophiyaafi Emereetonni Araba Gamtoomanii Misooma waaraa ittifufsiisuuf tumsasaanii akka ittifufuan Ministira Muummee Abiyyi Ahmad ibsan. Waliigalteen misoomaas mallatteeffame. Ministirri Muummee... Read more »