Marii Biyyaalessaa dawaa dhibee siyaasa biyyattii fayyisu

Finfinnee: Mariin Gumii Balal Marsaa 33ffaan mataduree ‘Marii Biyyaalessaa: Carraafi Yaaddoowwan Jiran’ jedhuun kaleessa Waajjira Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti adeemsifameera.  Hogganaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa, Ministir De’eetaan Tajaajila Kominikeeshinii... Read more »

Obbo Araggaa Kabbadaa pirezidaantii Naannoo Amaaraa ta’uun muudaman

Finfinnee: Manni Marii Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa pirezidaantii naannichaa taasisuun muude, gaaffii aangoo gadilakkisuu pirezidaantii duraanii Doktar Yiliqaan Kaffaalaa fudhate. Manni marichaa yaa’ii hatattamaa kaleessa Baahiritti taa’een haala tasgabbii naannichaarratti kan... Read more »

 Naannoon Affaar turiizimiirraa galii qarshii miliyoona 49.95 argate

Finfinnee: Bara bajataa 2015tti naannoon Affaar daawwattoota alaarraa qofa galii qarshii miliyoona 49. 95 argachuu Biiroon Turiizimii Naannichaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Turiizimiifi Misooma Paarkiiwwanii Obbo Mahaammad Hasan ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

 Hojii eegumsa naannawaa: Itoophiyaa pirezidaantii eegumsa naannawaa Afrikaa taasise

Finfinnee: Itoophiyaan jijjiirama haala qilleensaa maqsuuf hojii bal’aa hojjetteen pirezidaantii eegumsa naannawaa Afrikaa akka taatee filatamuushiitiif sababa ta’uu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannawaa Federaalaa beeksise. Abbaa taayitichaatti daarektarri Waliigalaa Abboomamummaa Seeraa Obbo Girmaa... Read more »

Baay’inaan dhufuun hoggantoota biyyootaafi dhaabbilee addunyaa milkaa’ina dippilomaasii Itoophiyaa kan mul’isuudha

Finfinnee: Daawwannaa hojiif baay’inaan dhufuun hoggantoota biyyootaafi dhaabbilee addunyaa agarsiistuu milkaa’ina dippiloomaasii Itoophiyaa kan mul’isu ta’uu hayyuun Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Adiladdunyaa ibsan. Yunivarsiitii Finfinneetti barsiisaan saayinsii siyaasaa Obbo Shimallis Hayiluu ibsa addatti... Read more »

 Inistiitiyuutichi appilikeeshinii sagalee gara barreeffamaatti jijjiiru hojiirra oolche

Finfinnee: Inistiitiyuutiin Artafishaal Intalajansii Itoophiyaa appilikeeshinii sagalee gara barreeffamaatti jijjiiruufi afaanota Itoophiyaa barsiisu misoomsee hojiirra oolchuu beeksise. Daarektarri komunikeeshinii inistiitiyuutichaa Obbo Tasfaayee Zawudee ibsa Gaazexaa Bariisaatiif dheengadda kennaniin inistiitiyuutiinsaanii appilikeeshinii tokko kan... Read more »

 Oromiyaatti bara 2014 gurgurtaa kaarbooniirraa qarshiin miliyoona 500 argame

Finfinnee: Omishaalee garagaraa gabaaf dhiyeessuun waanuma uumamaan baratameedha. Haa ta’u malee, qilleensa gurgurtaaf dhiyeessuun baay’ee keenyaaf gaaffii ta’uu mala. Haa ta’uutii bara 2014 bosona Baalee qofatti gurgurtaa kaarbooniirraa galiin qarshii miliyoona 500... Read more »

 “Gara biyyi itticeeturratti waliigaluun caba siyaasa biyyattii wal’aanuuf murteessaadha” – Jaal Leencoo Lataa

Finfinnee: Gara biyyi itticeeturratti waliigaltee uumuun caba siyaasa biyyattii wal’aanuuf dhimma murteessaa ta’uu hayyuun siyaasaa Jaal Leencoo Lataa ibsan. Jaal Leencoon akka dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf ibsanitti, siyaasa biyyattii ilaalchisee garaagarummaan yaadaa... Read more »

Paarkiiwwan 24fi iddoowwan ikoo turizimii 18 haaraan iftooman

Finfinnee: Oromiyaatti paarkiiwwaniifi iddoowwan ikoo turizimii haaraan 42 kaleessa iftooman. Sirni beeksisuu iftoomsuu kunis kaleessa Magaalaa Shaggar, Bosona Subbaatti bakka pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, abbootiin Gadaafi qooda fudhattoonni dhimmichaa argamanitti adeemsifameera. Paarkiiwwaniifi... Read more »

“Qabiinsi mirga namoota to’annaa seeraa jala jiranii haala gaariirra jira” – Boordii Qorannoo Labsii Yeroo atattamaa

Finfinnee: Boordiin Qorannoo Raawwii Labsii Yeroo Hatattamaa hojiilee hanga ammaatti hojjateefi kallattiiwwan gara fuulduraa ilaalchisee kaleessa wayita ibse kennetti, qabiinsi mirga namoota to’annoo seeraa jala jiranii haala gaariirra jiraachuun ibseera. Walittiqabduu ittaantuun... Read more »