Oduu Bariisaa
Finfinnee: Guyyoonni ji’a 13ffaa Qaam’ee ja’an baranaa moggaasawwan gara garaatiin kabajamaa kan jiran yoo ta’u, kaleessa Qaam’ee 3 mataduree ‘Tola Ooltummaan Biyyaaf’ jedhuun sadarkaa federaalaatti Finfinnee, Paarkii Michoominaatti kabajameera. Ministirri Muummee Doktar... Read more »
-Bara 2016tti qurxummii toonii kuma 138 omishuuf karoorfame Finfinnee: Omishaafi omishtummaa damee misooma qurxummii dabaluuf maastar pilaaniin qurxummii qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti ittigaafatamaan deeskii Misooma Qurxummii Doktar Faasil Daawwit ibsa... Read more »
Finfinnee: Bona dhufu naannawawwan Itoophiyaa kibbaafi kibba bahaatti roobni idileen olii roobuu akka danda’u Inistitiyuutiin Meetiriyoolojii Itoophiyaa beeksise. Inistitiyuutichi Kamisa darbe raawwii qorannoo hojii waqtii gannaafi tilmaama haala qilleensaa bona dhufuu bakka... Read more »
Finfinnee: Hawaasni ofeeggannoon dhibee busaafi koleeraa seensa gannaarratti taasisaa ture ba’umsarrattis cimsee ittifufuu akka qabu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Biirichatti, Daarektarri Ittisaafi To’annoo Dhukkuboota Daddarboo Obbo Darajjee Addunyaa, Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf dheengadda... Read more »
Finfinnee: Qo’annoon Baankiin Addunyaa taasise akka mul’isutti, Oromiyaatti dubartoonni hanga bara 2015tti hojii invastimantiirratti hirmaatan %13.1 ta’uu mul’isa. Kun hirmaannaan dubartoota hojii invastimantiirratti hangam gadibu’aa ta’uu agarsiisa. Rakkoo gama kanaan jiru furuuf... Read more »
Finfinnee: Godinaaleefi magaalota Oromiyaa hundatti walitti hidhamiinsa gabaa uumuun qaala’iinsa gabaa ayyaanaa tasgabbeessuuf seektarootaafi qoodafudhattoota waliin hojjechaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa ittaanaan biirichaa Obbo Tasfaayee Gashoo ibsa addatti kaleessa Dhaabbata... Read more »
Finfinnee: Deeggarsa ummanni qaamolee nageenyaa waliin taasiseen Oromiyaa lixaafi kibbaatti haalli nageenyaa fooyyaa’aa jiraachuu godinaaleen Qellem Wallaggaafi Wallagga Lixaa ibsan. Ittigaafatamaan Waajjira Bulchiinsaafi Nageenya Godina Qellem Wallaggaa Obbo Tasammaa Waariyoo Dhaabbata Pireesii... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan miseensummaa garee BRICS’rraa gama guddina dinagdeetiin faayidaa olaanaa argachuu akka dandeessu Haayyuun Dinagdeefi Pirezidaantii Ittaanaan Yunivarsiitii Siivil Sarvisii Itoophiyaa Doktar Lammaa Guddisaa ibsan. Hayyuun kun ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Bara barnootaa 2016tti akaakuuwwan barnootaa haaraa sadii dabalataan kennuun kan eegalamu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Oromiyaafi Tigraayitti hojii baruu barsiisuutiif qophiin taasifamaa jiras jedhame. Hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa, Doktar Tolaa... Read more »
Finfinnee: Ayyaanni Qaam’ee ykn bara haaraa dhiyaachaa waan jiruuf gabaafi dhiyeessiin waantota ayyaanichaaf barbaachisanii tokko tokkoo maal akka fakkaatan mil’achuuf Kamisa darbe Wiirtuu Misooma Beeladaafi Hayyoomaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti argamutti... Read more »