Oduu Bariisaa
Finfinnee: Oromiyaatti bara bajataa darbetti sagantaa maaddii guutuutiin omishni aannanii liitira biiliyoona 3.1 ol argamuu biiroon qonnaa naannichaa beeksise. Foon lukkuufi dammi toonii kuma 169 ol argamuunis ibsameera. Biirichatti daarektarri Fooyyessa Sanyiifi... Read more »
Finfinnee: Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Qaam’ee 3 Guyyaan Tajaajila Lammummaa Galma Waajira Pirezidaantiitti mariifi hojii tajaajila lammummaa raawwachuun kabajameera. Saganticharratti waraqaan qorannoowwan garagaraa dhiyaatanii kan irratti mari’atame yoo ta’u, hirmaattonni karaa ergaa gabaabaafi... Read more »
liitiroo miiliyoona 16 tuqaa 5 alaa galchuun fayyadamtootaaf dhiheessuusaa dhaabbanni misooma galteewwanii industirii Itiyoophiyaa beeksiseera. Zayitii, daakuu daabboo, ashaboo industirii gogaa ittiin sukkuumuuf oolu akkasumas oomishoota biroo gahaa qopheessuusaa dhaabbatichi ibseera. Itti... Read more »
Qaam’ee 3/2015 (TOI) – Ministeerri Albuudaa fi dhaabbileen isaaf itti waamaman guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun naannoo Affaar aanaa Irebtii fi barattootaa fi magaalaa Samaraa Loogiyaa fi dadhaboof deeggarsa maallaqaa fi akaakuu birrii... Read more »
Pirezidaantiin naannoo Amaaraa Araggaa Kabbadaa hawaasni aadaa walgargaaruu cimsee itti fufuu akka qabu ibsan. Guyyaa “tola ooltummaa” sababeeffachuun magaalaa Bahaardaaritti lammiilee deeggaraa hinqabne 230’fhar’a deeggarsi taasifameera. Pirezidaantiin naannichaa sirna kanarratti akka jedhanitti,... Read more »
Finfinnee: Rakkoo garaagarummaa ilaalcha sabdanoominaa fooyyessuun wajjoomina biyyaalessaa cimsuun dhalootatti ceesisuun akka danda’amu hayyuun saayinsii siyaasaa yunivarsitii Walloo himan. Hayyuun saayinsii siyaasaa Yunivarsitii Walloo Ayyaalewu Yimar Qaam’ee 6 guyyaa Wajjummaa ilaalchisuun ibsa... Read more »
Finfinnee: Wajjummaa fiduuf olaantummaa yaadaatti qofa amanuun barbaachisaa ta’uu Paartiileen Siyaasaa ibsan. Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)fi Paartiin Innaat ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, Itoophiyaa keessatti wajjummaa osoo hintaane miira... Read more »
Finfinnee: Mariiwwan mataduree, ‘Sila Itoophiyaa’ jedhamuun adeemsifaman waltajjii Marii Biyyaalessaatiif galteen itti argamu ta’aa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee himan. Mariin ‘Sila Itoophiyaa’ 14ffaan mataduree “Finfinnee Fakkeenya Itoophiyaa” jedhuun marii... Read more »
Finfinnee: Manneen amantaa lammiilee biyyaattii biyya keessaafi ambaatti argaman hundaaf ergaa baga bara haaraa nagaan geessanii dabarsan. Barri 2016 bara nagaafi araaraa akka ta’u hawwiisaanii ta’uus ibsaniiru. Manneen amantaa bara haaraa ilaalchisuudhaan... Read more »
Finfinnee: Finfinnee, Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti kan argamu Wiirtuun Biddeenaa Lammii haadholii kuma lamaaf carraa hojii banee waggaatti galii hanga qarshii biliyoona sadii argamsiisuu danda’a. Wiirtuun kun sadarkaa indaastiriitti biddeena tolchuudhaan guyyaatti... Read more »