Bara Bajataa 2016 Magaalaa Shaggaritti carraa hojii namoota kuma 180f uumuuf karoorfame

Finfinnee: Bara bajataa 2016 Shaggaritti carraa hojii namoota kuma 180f uumuuf karoorfachuu Waajjirri Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalichaa beeksise. Hogganaan waajjirichaa Obbo Wandoosan Taammiruu ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

 Bara 2016tti Hidha Abbayyaatti yuunitii shan dabalataan eegalchiisuuf hojjetamaa jira -Oromiyaarraa ijaarsa hidhichaatiif qarshii biliyoonni 4.9 ol gumaachameera

Finfinnee: Hidha Abbayyaatti abdii guddaadhaan eeggamaa ture guutiinsi bishaanii yeroo afraffaan guutamuun ni yaadatama. Hogganaan Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa Injiinar Kiflee Horroo qondaaltota olaanaa mootummaa bakka sanatti argamaniif ibsa kennaniin, ijaarsi... Read more »

 “Jaarraa 21ffaatti qabsoon afaan qawweetiin taasifamu hinmilkaa’u” – Ahmad Hasan (PhD)

Finfinnee: Jaarraa 21ffaa keessatti ‘qabsoon’ afaan qawweetiin adeemsifamu lubbuu lammiilee galaafachuurraa eessayyuu ga’uu hindanda’u jedhan Hayyuun Saayinsii Hawaasaafi Namummaa. Yunivarsiitii Finfinnee, Giddugala Qorannootti Qorataan Saayinsii Hawaasaafi Namummaa Ahmad Hasan (PhD) ibsa Kamisa... Read more »

 Hojiin baruufi barsiisuu bara 2016 naannawaa gammoojjii Oromiyaatti Fulbaana 7 eegala

Finfinnee: Hojiin baruu barsiisuu bara 2016 naannawaa gammoojji Oromiyaa hundaatti Fulbaana 7 irraa akka eegalu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Sadarkaa Hogganaa Ittaanaatti, Gorsaan biirichaa Obbo Efireem Tasammaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

 Abbayyaa: Hidha miira wajjummaafi ni danda’amaa mirkaneesse

Finfinnee: Hidhi Abbayyaa Afrikaanota hedduuf akka Adwaa lammaffaatti kan lakkaa’amuufi miira ni danda’amaa kan mirkaneesse ta’uun ibsame. Hidhichi dandeettii hidhawwan biroo hojjechiisuu dandeessisu kan uume ta’uunis eerameera. Wayita qondaaltonni olaanaan mootummaa qophii... Read more »

Oromiyaatti yaa’iinsi turistii biyya keessaafi alaa dabalaa jira

Biiroon Aaadaafi Turizimii Oromiyaa sektaroota isa jala jiran Komiishinii Turizimii Oromiyaa, Giddugala Aadaa Oromoofi Inistiitiyuutii Qorannoo Oromoo waliin ta’uun torban darbe raawwii hojii bara 2015fi kallattii hojii baranaarratti mari’ateera. Waltajjicharratti raawwiin hojii... Read more »

Ayyaanonni Daamaraafi Irreechaa nagayaan akka kabajamaniif qophii gahaan taasifameera

Finfinnee: Ayyaanonni Daamaraafi Irreechaa bara 2016 nagayaan akka kabajamaniif qophii gahaan taasifamuu Biiroon  Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise. Hoggantuun biirichaa Aadde Liidiyaa Girmaa ibsa Kamisa darbe Miidiyaaf kennaniin akka jedhanitti, dhimma kabaja... Read more »

Hidhi laga Abbayyaa marsaa afraffaaf guutame wajjummaa biyyoota miseensa yaa’a lagichaa cimsaa jira 

Finfinnee: Milkaa’inni guutiinsa Hidha Abbayyaa marsaa 4ffaa wajjummaa biyyoota miseensa yaa’a lagichaa cimsaa jiraachuu Ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsan. Mana maree bakka bu’oota ummataatti miseensa koree dhimma alaa kan ta’an Ambaasaaddar Diinaan ibsa... Read more »

Barnoonni SAFUU sirna barnootaa keessatti hammatamuun dhaloota duudhaa ganamaatti deebisa

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti erga barnoonni Afaan Oromootiin kennamuu eegalee  waggoonni 31 lakkaa’amaniiru. Barnoonni Afaan Oromootiin kennamuun dhaloota dorgomaafi ofitti amanamummaa qabu akka uumamu gochuun milkaa’inni akka galmaa’u taasiseera. Tibbana ammoo barnoonni safuufi... Read more »

Gaarummaan kennaa fi humna kuufamaa ittiincarroomneedha-TKM

Gaarummaan qabeenyaa irraa hafaa yookaan dandeettii addaa waan qabnuuf kan raawwannuu utuu hintaane kennaafi humna kuufamaa namni hunduu ittiin carroome ta’uu Tajaajilli Kominikeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilli Kominikeshinii Mootummaa har’a Qaammee 3, guyyaa... Read more »