Oduu Bariisaa
– Godinni Baalee bara 2015tti turizimiirraa galii qarshii miliyoona 78 ol argate Finfinnee: Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee hanbaa addunyaa ta’ee Dhaabbata Barnoota, Saayinsiifi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii (‘UNESCO’)tti galmaa’uunsaa daawwattoota hedduu hawwachuun galii... Read more »
Finfinnee: Manni Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii bakka bu’ummaa haqaqabeessa akka diriirsu Itoophiyaan waamicha dhiyeessite. Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaa mataduree “Nageenya, Badhaadhina, Jijjiiramaafi Ittifufiinsa” jedhuuun Ameeriikaa, Niiwu Yoorkitti taa’amaa jirurratti kan... Read more »
Finfinnee: Bara bajataa 2016 Naannoo Oromiyaatti damma toonii kuma 113 omishuuf karoorfamuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Toleeraa Dabalaa ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, naannichi... Read more »
Finfinnee: Komishiniin Marii Biyyaalessa Itoophiyaa Finfinneefi Gaambeellaatti bakka buutoota ajandaa fo’uurratti hirmaatan adda baasuun har’a Fulbaana 5 bara 2016 kan eegalamu ta’uu beeksise. Komishinichi ibsa kenneen, hojiin hirmaattoota sirriitti adda baasuu milkaa’ina... Read more »
Shaashamannee: Waajjirri Komunikeeshinii Godina Arsii Lixaa aanaaleefi bulchiinsota magaalaa raawwii hojii bara 2015tiin hojii fooyyee hojjachaa turan sadarkeesse. Waajjirrichi dandeetti gahumsa ogeeyyiifi hoggansaa cimsuuf leenjii mata dureewwan garagaraa irratti kenneera. Ittigaafatamaan Waajjirichaa... Read more »
Karoora guddina biyyaa milkeessuun baajata mootummaafi tumsa qaamolee muraasaatiin qofa kan hindandaa’amne ta’uu dursee kan adda baase Mootummaan Naannoo Oromiyaa humnoota waloo hundeessuun labsiin raggaasisee inisheetiiviiwwaniin tumsee hojiilee garaa garaa hojjechaa jira.... Read more »
Finfinnee: Baatii gannaatti Oromiyaatti manneen barnootaa kuma sadii olirratti hojiin sadarkaa fooyyessuu hojjetamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Naannicha barnoonni Fulbaana 14 eegalama. Hogganaan biirichaa Doktar Tolaa Bariisoo akka ibsanitti, manneen barnootaa kuma... Read more »
Finfinnee: Damee haqaarratti fedhii tajaajilaa lammiilee guutuuf, tattaaffiin walta’iinsaafi fooyya’iinsa hojimaataa hojiirra oolaa jiraachuu Ministeerri Haqaa beeksise. Adeemsa kenniinsa tajaajila haqaa keessatti hojiiwwan fooyya’insa garii agarsiisan hedduun jiraatanis ammas komiin akka jiru... Read more »
Finfinnee: Bara 2015tti balaa tiraafikii naannichatti qaqqabeen qabeenyi qarshii miliyoona 400tti shalaggamu manca’uu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise. Hojiilee hubannoo ummuufi to’annoo gaggeeffameen balichi hir’achaa jiraachuus ibse. Komishanichatti qajeelchi olaanaa n mirkaneessa nageenya... Read more »
Ummanni Oromoofi saboonni, sablammoonni ummattoonni Itoophiyaa milkaa’uu guutinsa bishaanii marsaa 4ffaa Pirojektii Hidha Haaromsa Guddichaatiin baga gamaddan baga gammadne! Hidhi Haromsaa Guddichaa tokkummaan uummata keenyaa kan itti mul’ate injifannoo Aduwaa 2ffaa Itoophiyaati.... Read more »