Oduu Bariisaa
Finfinnee: Mariin nageenyaa ummata hirmaachise magaalaa Bahaardaaritti taa’amaa jira. Mariin kun mataduree “nageenya gama hundaa egeree buusuuf tumsa qaama hundaa gaafata” jedhuun taa’amaa jira. Walitti qabaan komaand poostii Bahaardaariifi naannawashee Meejer Jeneraal... Read more »
Daandiin qilleensaa Aljeeriyaa Yeroo jalqabaaf Kallattiin Aljeersirraa Finfinneetti balal’ieera. Gareen jila hooggantoota mootummaa olaanoo ministira geejjibaa Aljeeriyaa Yooseef Chaaroofiin durfamu Finfinnee dhufeera. Gareen jilaa kun buufata Xiyyaaraa idiladdunyaa Boolee watita gahu daaroktoreet... Read more »
Finfinnee: Duudhaa ganamaa Oromoo gabbisuufi dhaloota barsiisuu keessatti shoorri barnoota Safuu olaanaa waan ta’eef kan jajjabeeffamuudha jedhan Hayyuun Aadaa Obbo Jaatanii Diidaa. Waajjira Aadaafi Turizimii Godina Booranaatti qorataa hanga hogganaatti tajaajilaa kan... Read more »
Finfinnee: Balaa lolaa tibbana naannoo Gaambeellaatti mudateen namootni kuma shaniifi 101 qe’eesaaniirraa buqqaa’uufi qabeenyi qarshii biliyoonatti lakkaa’amu manca’uu Biiroon Tajaajila Ittisa Sodaa Balaa Naannichaa beeksise. Bara 2015 balaa lolaan namooti kuma 30... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan garee ‘BRICS’ keessatti fayyadamummaashee dhugoomsuuf dandeettii raawwachiisummaa cimsuufi ce’umsa teknolojiirratti xiyyeeffachuu akka qabdu hayyuun dinagidee Yunivarsitii Finfinnee Pirofeesar Alamaayyoo Gadaa ibsan. Pirofeesar Alamaayyoon ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin... Read more »
Aadaa rakkoolee karaa marii furachuu cimsachuun nageenya waaraa biyyatiitti fiduuf hunduu qindoominaan waliin hojjechuun barbaachisa ta’uu Komishiiniin Marii Biyyaalessaa hubachiise. Naannoo Gambeellaatti adeemsi bakka bu’oota ajandaa filachuurratti hirmaatan adda baasuu har’as ittifufeera.... Read more »
Finfinnee: Itiyoophiyaanonni irree tokkoomeen ashaaraa magariisaa dhugoomsaa jiraachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Sagantaan ashaaraa magariisaan naannawaa ofii magariisaan uwwisuu qofaa osoo hin taane biqiloota nyaataa, dawaa, omisha dammaafi nyaata loonii... Read more »
Finfinnee: Irreechi bifa duudhaasaa eeggateen qofa kabajamuu akka qabu Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaan Ittaanaa biirichaa Obbo Birhaanuu Buuxee ibsa Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, kabajni ayyaana irreechaa... Read more »
Finfinnee: Qabeenya dilbii naannichaa misoomsuufi beeksisuun galii gama turizimiin argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Turiizimii Oromiyaa beekisise. Komishinichi Paarkiin Biyyoolessa Gaarreen Baalee Dhaabbata Barnoota Saayinsiifi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti hambaalee qabatamaa biyyoolessaa... Read more »
Finfinnee: Garaagarummaan aadaafi amantaa saboota biyyattii akka yaaddootti ilaalamaa ture gara carraa guddaatti jijjiiramaa jiraachuu Ministirri Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa ibsan. Guyyaan bara haaraa saba Oromoo akkuma kan saboota biroo kabajamuu... Read more »