Oduu Bariisaa
Finfinnee: Marata Finfinnee kan taate magaalaan Shaggar sochii hawwataa taasisaa turteetti ammas taasisaa jirti. Hulaa hundaanuu Shaggar dubbisuun Hora Finfinneetti shubbisuu. Shaggar akka warra cidhaa Waan guute, waan hir’ate, waan hawwatuufi waan... Read more »
Finfinnee: Kabaji ayyaana Moolidaafi Masqalaa duudhaa jaalala, nagaafi araaraa qabatee kabajamuu abbootiin amantaa beeksisan. Ayyaanni Moolidaa waggaa kuma tokkoofi 498ffaafi ayyaanni Masqalaa Roobiifi Kamisa darbe sirna ho’aan kabajamaniiru. Paatiraarkiin Mana Amantaa Ortodoksii... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti qophiin qamadii bonaa bara 2016 lafa hektaara miliyoona lamaafi kuma 600 eegalamuu Biiroon Qonna Naannichaa beeksise. Bara 2015tti lafa hektaara miliyoona tokkoofi kuma 100 sanyiidhaan uwwisuun akka danda’ames ibsameera. Biirichatti... Read more »
Finfinnee: Rakkoo bulchiinsa gaarii maqsuuf sochii eegalameen bara 2015 hojjettoota rakkoo naamusaa qaban kuma 21 irratti tarkaanfii seeraa fudhachuu Biiroon Pablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa beeksise. Hoogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Daamxoo... Read more »
Finfinnee: Tarbaayinootni shanan hidhaa Laga Abbayyaa bara kana hojii eegalchiisuuf karoorfaman guddina dinagdee waloo gaanfa Afrikaa dhugoomsuuf murteessoo ta’uu hayyuun dinagdee Yunivarsitii Hawaasaa Pirofeesar Biraanuu Burjii ibsan. Pirofeesar Biraanuun Kibxata darbe Dhaabbata... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti bara barnootaa 2016tti barattoota miliyoona 11.4 galmeessuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti barattoota miliyoona 10.8 galmeessuusaa Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Ijaarsa manneen barsiisotaa 4,052 eegalaman keessaa kanneen xumuraman jiraachuus ibseera. Sadarkaa... Read more »
Finfinnee: Obbolummaa ummata Oromoo, Gaambeellaafi Beenishaangul Gumuz cimsuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa akka jiru Waajjirri Nageenyafi Misooma Waloo Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Beenishaangul Gumuziifi Gaambeellaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Firoomsaa Salamoon ibsa addatti Roobii darbe... Read more »
Finfinnee: Hanqina humna elektirikii Itoophiyaa furuu keessatti shoorri pirojektii madda anniisaa elektirikii Koyishaa olaanaa ta’uun ibsame. Gareen gaazexeessitoota biyyattii Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaan durfamu ijaarsi pirojektii madda anniisaa elektirikii meeggaa waattii kuma tokkoofi... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti bara 2015 tajaajila lammummaan hojiiwwan qarshii biliyoona 163.4 ol hojjetamuu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Tajaajilli lammummaa dandeettii raawwachuu ummata Oromoo kan yaadaniin ol ta’uufi duudhaa humneessoo... Read more »
Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaa Niiw Yoorkitti gaggeeffamaa jirurratti Itoophiyaan hojii dippilomaasii milkaa’aa hojjechaa akka jirtu Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomaniitti ertamaan Itoophiyaa Ambaasaaddar Tesfaayee Yilmaa ibsaniiru. Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaa... Read more »