Waldichi obbolummaa dagaagsuuf artistoota naannolee afeeruu ibse

Finfinnee: Tokkummaafi obbolummaan Irreechaa cimsuuf Waldaan Artistoota Oromoo artistoota naannolee kabaja ayyaanichaarratti akka argaman affeeruu beeksise. Pirezidaantiin waldichaa Artisti Dandanaa (Sayyoo) kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisuun Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf Roobii darbe akka ibsetti,... Read more »

 “Kabajni Ayyaana Irreechaa guyyaa garagaraa taasifamu guyyaa beekamaa tokkoon dabaalamuu qaba”  – Obbo Alamaayyoo Hayilee

Finfinnee: Irreecha yeroofi bakka garagaraatti kabajuun akkuma jirutti ta’ee guyyaa Irreechaa Oromoo sadarkaa addunyaatti beekamaa ta’e tokko murteessuun barbaachisaa ta’uu Giddugala Aadaa Oromootti Daarektarri Aadaafi Seenaa Obbo Alamaayyoo Hayilee ibsan. Hayyuun kun... Read more »

 Obboloonni Oromoo Irreecharratti maal jedhanii turan?

Finfinnee: Bara darbe Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadeerratti hirmaachuuf keessummoonni kallattii garagaraarraa jilasaanii qabatanii dhufunsaanii ni yaadatama. Keessumaa Naannoo Sidaamaa, Godina Gaamoofi Alaabaarraa dhufan yaada Gaazexaa Bariisaaf kennanii turan akkanaan yaadanna. Obbo... Read more »

Afaan Oromoo utuma gadqabamuu didee afaan idil addunyaan ittiin waliigalu ta’e

Finfinnee: Tattaaffii gareen dargaggoota Oromoo biyya keessaafi alaa waggoota saddeettan darban Afaan Oromoo dijitaalessuuf taasisaa turaniin, Afaan Oromoo yeroo ammaa afaan hojii dhaabbilee idil addunyaa kanneen akka ‘Facebook, Telegram, Istagram, WhatsApp’ ta’ee... Read more »

Irreechi Oromoof ibsituu eenyummaa Itoophiyaaf ammoo qabeenya walooti

Finfinnee: Irreechi Oromoof ibsituu eenyummaa Itoophiyaaf ammoo qabeenya waloo ta’uunsaa hubatamuu akka qabu ibsame. Mana Amantii Ortodoksii Itoophiyaatti Gaggeessaa Hojii Ittaanaan Mana Lubummaa Qeesis Balaay Mokonnan ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

 “Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo addunyaatti mul’ise” – Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii MNO

Uumaan uumamasaa wayita uume yeroo qabeenya hunda irra qaalii ta’e kennaa taasisee gumaachuun baraaf yeroo keessatti hojjetee akka bulu taasise. Oromoonis dhahaa tartiiba yeroo hunda qajeelfachuun waqtii dhufee darbu keessatti godhameefiin uumaa... Read more »

 “Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati!” – Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Kabajamaa Ummata Oromoo, Kabajamtoota Ummattoota Itoophiyaa, Duraan dursee baga bacaqii baatanii gara booqaa birratti ceetan, baga ittiin isin gahe jechuun barbaada. Argachuufi dhabuu, quufaafi beela, milkiifi hanqina, guutuufi hir’ina, dabarsine hunda keessatti... Read more »

 Rakkoo qaala’iinsa gatii furuuf mootummaan gabaa to’achuu qaba

Finfinnee: Rakkoo qaala’iinsa gatii furuuf mootummaan gabaa to’achuu akka qabu Yunivarsiitii Siviil Sarvisii Itoophiyaatti hayyuun dinagdee Caalchisaa Amantee (PhD) ibsan. Doktar Caalchisaan yaada Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, Itoophiyaatti... Read more »

 Kunuunsa biqiltoota sagantaa ashaaraa magariisaatiin dhaabamaniif waamichi dhiyaate

Finfinnee: Sagantaan goolabbii ashaaraa magarisaa marsaa lammaffaa waggaa tokkoffaa Ministirri muummee Abiyyi Ahimad(PhD) tibbana godina Shawaa Bahaa, aanaa Loomeetti taasisan hordofee kunuunsi biqiloota dhaabataniif akka taasifamu Koreen Tekinikii Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa waamicha... Read more »

 Mootummaan seektarri turizimii dilbii hintuqamne ta’uu hubatee xiyyeeffannoo guddaan irratti hojjechaa jira

Finfinnee: Torban Turizimii Oromiyaa marsaa 3ffaan Fulbaana 13-15 bara 2016tti Finfinnee, Hoteela Iskaaylaayitiitti adeemsifameera. Biyyootni Ugaandaa, Yugaandaa, Keeniyaafi Chaayinaa saganticharratti argamaniiru. Biyyoota kunneen dabalatee waldaaleen gara garaa saganticharratti omishaaleefi tajaajilootasaanii agarsiisaaf dhiyeessaniiru.... Read more »