Yunivarsiitiiwwan barattoota simachuuf qophii xumuruu beeksisan

Finfinnee: Yunivarsiitiwwan bara barnootaa 2016tti barattoota haaraa simachuuf qophii xumuruu beeksisan. Yunivarsiitiwwan biyyattii keessaa Haramaayaa, Gaambeellaa, Arbaamiinciifi Kotobee yaada kaleessa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin haalduree baruu barsiisuuf barbaachisan hunda xumuranii barattoota simachuuf... Read more »

“Kaayyoon keenya biyya sabdaneettii walqixxummaan keessatti dagaage ijaaruudha” -Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Kaayyoon Paartii Badhaadhinaa Itoophiyaa sabdaneettii walqixxummaafi obbolummaan keessatti dagaage ijaaruu ta’uu  Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi yaa’ii idilee 4ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Kibxata darbe adeemsifamerratti gaaffii... Read more »

 DhPIfi “The Korean Times” waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

Finfinnee: Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa (DhPI)fi “The Korean Times” dhimmoota addaddaarratti waliin hojjechuuf kaleessa waliigaltee mallatteessan. Waliigalticha raawwachiisaa hojii olaanaan DhPI, Obbo Geetinnat Taaddasaafi Pirezdaantii “The Korean Times” Oo Yungi Jiin mallatteessaniiru. Dhaabbatichi... Read more »

 “Balballi keenya nagayaaf baname hincufamu” – Obbo Hayiluu Addunyaa

Finfinnee: Rakkoo nageenyaa Oromiyaatti mul’atu furuuf yoomiyyuu mootummaan naannichaa daandii nagayaa filata, “Harki keenya nagayaaf diriire hinqoollifatu, balballi keenya nagayaaf baname hincufamu” jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa. Hogganaan biirichaa Obbo Hayiluu Addunyaa... Read more »

 Naannoo Amaaraatti sababa rakkoo nageenyaatiin galmeessi barattootaa hingoolabamne

Finfinnee: Bara barnootaa kanatti barattoota miliyoona 6.2 barsiisuuf kan karoorfate naannoon Amaaraa sababa rakkoo nageenyaaf barattoota miliyoona 3.5 qofa gabatee barnootaatti deebisuu danda’uu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise. Bakka nageenyi fooyya’etti galmeessi barattootaa... Read more »

 Bulchiinsi Magaalaa Shaggar qamadii bonaa lafa hektaara kuma 60 jallisiidhaan misoomsuufi

Finfinnee: Bulchiinsi Magaalaa Shaggar bara 2016tti qamadii bonaa lafa hektaara kuma 60 irratti jallisiidhaan misoomsuun callaa kuntaala miliyoona 3.7 ol argachuuf hojjechaa jiraachuu Waajjirri Misooma Jallisii Magaalichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Abarraa... Read more »

 Naannichi bara Bajataa 2016tti kombaayinaroota 200 dhiyeessuuf karoorfate

Finfinnee: Naannoon Oromiyaa bara bajataa 2016f kombaayinaroota 200 dhiyeessuuf karoorfachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaa biirichaa Obbo Bariisoo Fayyisoo ibsa Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, omishaafi omishtummaa qonnaa... Read more »

 “Ilaalcha garagaraa qabaannus akka Oromootti biyyaafi eenyummaadhaan tokko” -Obbo Mulaatuu Gammachuu

Finfinnee: Ilaalcha siyaasaa garaagaraa qabaannus akka Oromootti biyyaafi eenyummaa tokko waan qabnuuf rakkoo keessoo waloon furachuun dirqama ta’uu Miseensi Koree Raawwachiiftuu Kongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO) Obbo Mulaatuu Gammachuu ibsan. Obbo Mulaatuun Kibxata... Read more »

 “Sirna Obbo Mallas keessa waa’ee ulaa galaanaa kaasuun hanga nama ajjeesisuutti geessa ture” -Doktar Aragaawii Barihee

Finfinnee: Sirna mootummaa Obbo Mallas Zeenaawii keessa dhimma ulaa galaanaa kaasuun hanga nama ajjeesisuutti kan geessu ta’uu Hayyuun siyaasaafi Daarektarri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Ijaarsa Hidha Laga Abbayyaa Doktar Aragaawii Barihee... Read more »

 Marii biyyaalessaa caalaatti milkeessuuf qaamoleen hundi hirmaachuu qabu

Finfinnee: Marii biyyaalessaa caalaatti milkeessuuf murnoota meeshaa waraanaa hidhatanii bosona jiran dabalatee qaamolee hunda hirmaachisuun murteessaa ta’uu Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Itoophiyaa beeksise. Walittiqabaan mana marichaa Obbo Dastaa Dinqaa ibsa dheengadda... Read more »