Guyyaan sabootaa hojiilee ummata fayyadan hojjechuun kabajama

Finfinnee: Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa marsaa 18ffaan Sadaasa 29 bara 2016 akka biyyaalessaatti Naannoo Somaaleetti kabajamuuf qophiin taasifamaa kan jiru yoo ta’u, akka Oromiyaattis Sadaasa 26, Magaalaa Maayaatti akka kabajamu Caffeen... Read more »

“Itoophiyaan kallattii Affaariin fageenya gabaabaarratti ulaa galaanaa qopheeffachuu dandeessi” -Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoo

Finfinnee: Itoophiyaan kallattii Affaariin fageenya gabaabaarratti Galaana Diimaan walitti ba’uun ulaa galaanaa mataashee qabaachuu akka dandeessu Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoo beeksisan. Ambaasaaddar Shifarraan Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, Itoophiyaan biyya guddoo... Read more »

“Ashaaraan magariisaa qabsoo Itoophiyaan badhaadhinaaf taasiftuuf gahee olaanaa qaba”  -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Sagantaan ashaaraa magariisaa qabsoo Itoophiyaan misoomaafi badhaadhina gonfachuuf taasistu keessatti ga’ee olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad. Ministirri Muummeen yaa’ii 28ffaa Jijjiirama Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (‘COP28’) irratti haasaa taasisaniin... Read more »

 Naannoo Sidaamaatti kitaabileen barnootaa kutaa 12ffaa kuma 300 raabsamaa jiru

Finfinnee: Hanqina kitaabilee barnootaa kutaa 12ffaa naannoo Sidaamaa mudate furuuf kitaabileen kuma 300 raabsamaa jiraachuu Biroon Barnoota Naannichaa ibse. Barana barattoota miliyoona 1.3n baruufi barsiisuun adeemsifamaa jiraachuunis himameera. Pirezidaantii Ittaanaafi Hogganaan Biiroo... Read more »

 Itoophiyaan potenshaala galteewwan konistiraakshinii biyya keessatti omishu guddaa qabdi

Finfinnee: Itoophiyaan potenshaala olaanaa galteewwan konistiraakshinii biyya keessatti omishuuf ishee dandeessisu qabaachuu Inistitiyuutiin Manaajimantii Konistiraakshinii Itoophiyaa beeksise. Inistitiyuutichatti Daarektarri Ce’umsa Teknolojii Konistiraakshinii Injinar Fallaqaa Asaffaa Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti,... Read more »

 Sirna nyaataa sirrii hintaane: Ammallee dhimma xiyyeeffannaa cimaa barbaadu

Adaamaa: Sirni nyaataa sirrii hintaane (malnutrition) lammiilee quucarummaa, qancarummaafi huqqinaafi ulfaatiinaan gadiif saaxiluun omishaafi omishtummaa biyyaa akka hinguddanne, lammii fayyaqabeessi akka hinjiraanne taasisuun miidhaa geesisaa jira. Akka qorannoon Dhaabbata Fayyaa Addunyaa mul’isutti,... Read more »

 Abbootiin warraa Harargee Bahaa hundi miseensa inshuraansii fayyaa ta’an

Finfinnee: Godina Harargee Bahaatti abbootiin warraa hundi miseensa inshuraansii fayyaa ta’uu Waajjirri Fayyaa godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Mahaammadiin Kaabirhuseen ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, godinichatti bara 2003tti... Read more »

 Oromiyaan hidha Laga Abbayyaatiif qarshii biliyoona 1.2 ol sassaabuufi

Finfinnee: Oromiyaan gutiinsa bishaanii marsaa 4ffaa Hidha Laga Abbayyaaf barana qarshii biliyoona 1.2 ol sassaabuuf karoorfachuu Manni Maree Qindeessa Hirmaannaa Ummataa Damee Oromiyaa ibse. Manni Marichaa Kamisa darbe mataduree “Waadaa keenya ni... Read more »

 Lafa hektaara miliyoona 5.9 irraa omishni sassaabame

Finfinnee: Sassaabbii omishaa sadarkaa biyyaatti gaggeeffamaa jiruun lafa hektaara miliyoona 17.5 sanyiin uwwifame keessaa hanga ammaatti omishni lafa hektaara miliyoona 5.9rraa sassaabamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Ministeerichatti Raawwachiisaan Hojii Sabqunnamtiifi Kominikeeshinii Obbo Kabbadaa... Read more »

“Waraana adeemsifamaa jiru dabalatee sirna saamichaa diriireen  biyyi gatii kaffalaa jirti” -Ambaasaaddar Sulemaan Daddafoo

Finfinnee: Waraana kutaa biyyattii garaagaraatti adeemsifameefi adeemsifamaa jiru dabalatee, rakkooleen biyyattii hudhan hundi madda sirna hannaafi saamichaa jabaa diriiree ture ta’uu Raawwachiisaan Dhaabbata Itiyoo-Injinariingii Giruuppii Itoophiyaa Ambaasaaddar Sulemaan Daddafoo ibsan. Ambaasaaddar Sulemaan... Read more »