Oduu Bariisaa
Finfinnee: Sirni federaalizimiin sabdaneessaa gaaffii sabootaafi sablammootaafi ummattootaa deebisuun biyyattii diigamuurraa kan baraare ta’uu Ittigaafatamaan Dhimmoota Kominikeeshinii Mana Maree Federeeshinii Obbo Tarrafaa Badhaadhaa ibsan. Obbo Tarrafaan ibsa Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Guyyaan Sabootaafi Sabalammootaa guyyaa seenessi biyyaalessummaa tokkummaa sabdaneessummaarratti hundaa’efi guyyaa sirni qeenxeen cabee sirna Guyyaan Sabootaa marsaa 18ffaan har’a Jigjigaatti kabajama sabdaneessummaatti ce’ame ta’uun ibsameera. Ayyaanichi mata duree “Danummaafi walqixxummaa tokkummaa... Read more »
Finfinnee: Sassaabbii omishaa hanga Sadaasa 17 bara 2016tti gaggeeffameen lafa hektaara miliyoona 7.4 irraa omishni sassaabamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Ministeerichatti Raawwachiisaan Hojii Sabquunnamtiifi Kominikeeshinii Obbo Kabbadaa Laaqawuu Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Hanqina kondomii wayita ammaa mudatee jiru furuuf bittaan Kondomii miliyoona 55 gaggeeffammuu Minsteerri Fayyaa ibse. Waggaatti kondomiin miliyoona 200 ol sadarkaa biyyaatti akka barbaachisu ibsameera. Ministeerichatti Raawwachiisaan Daarektara Ittisaafi To’annoo Dhibee... Read more »
Finfinnee: Gaaffii Oromoo karaa guutuufi bilchina qabuun marii biyyaalessaarratti dhiyeessuuf waloomuufi of qopheessuun barbaachisaa ta’uu Abbootiin Gadaa beeksisan. Walittiqabaan Gamtaa Abbootii Gadaafi Abbaan Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaafi Abbaan Gadaa Tuulamaa duraanii Naggasaa... Read more »
Mattuu: Bosona dukkana’aa, mana baadiyyaa ogeessi cimaan akka aduufi rooba hingalchinetti kaabee ijaare fakkaatu, samii hurriifi duumeessi irraa hindhabamneefi aduun baay’inaan irratti hinargamne, iddoo boqonnaa haara galfii qalbiifi onnee, Iluu Abbaa Booraa... Read more »
Finfinnee: Shaneen marii marsaa 2ffaa fashaleessuun daandii badiisaa waan filateef dirqamee gara nagaatti akka deebi’uuf mootummaan tarkaanfii qindaa’aa irratti fudhataa jiraachuun ibsame. Ittigaafatamaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa ibsa Roobii darbe... Read more »
Finfinnee: Fooyyessi Labsii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa (hojiiwwan riifoormii cimsuufi waliingahiinsa hojiilee qabiyyee bal’isuu dandeessisu sagalee guutuudhaan ragga’e. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bara hojii waggaa 3ffaa, walgahiisaa idilee 7ffaa dheengadda gaggeesseen labsii... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan imaammata dinagdee beekumsaafi qabeenya biyya keessaarratti hundaa’e bocuun erga hojii eegaltee as jijjiirama dinagdee addunyaan ragaa ba’u galmeessisaa jirti. Haala walxaxaafi qaala’iinsa jireenyaa qormaata hamaa ta’e keessatti biyyattiin guddina dinagdee... Read more »
Finfinnee: Babal’achuun misooma paarkiiwwan industirii bu’aalee qonnaa alaa galan hambisuu qofa osoo hintaane sona dabaluun alatti erguuf karra saaquun ibsame. Kamisa darbe daawwannaan Giddugala Ce’umsaa Baadiyyaa Maqiifi Paarkiin Industirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaa... Read more »