“Itoophiyaan  ulaa  galaanaa argachuuf karaa nagaa tattaafatti” -Pirofeesar Admaasuu Gabayyoo

Finfinnee: Itoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf yaalii karaa nagaa akka tattaafattu qorataan saayinsii bishaanii yuunivarsitii Finfinneetti Piroofeesar Admaasuu Gabayyoo ibsan. Piroofeesar Admaasuun Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, Itoophiyaa ulaa galaanaa argachuuf wanti dubbatames... Read more »

Imala waggoota 88 Humna Qilleensa Itoophiyaa

Finfinnee: Waggaa 88 dura mootiin duraanii Itoophiyaa, Hayilasillaaseen gara biyya Faransaayitti imaluun agarsiisa balalii xayyaaraa wayita daawwatanitti fedhiin Humna Qilleensaa keessasaanii bule. Bara 1929 osoo bu’uuraaleen misoomaa mijataan hinjiraatin Xayyaara yeroo jalqabaatiif gara... Read more »

“Opireeshinii qinda’aa taasifameen bakkeewwan rakkoo nageenyaa hamaa jala turan qulqulleeffamaniiru”Doktar Mangashaa Fantaahun

Finfinnee: Naannoo Amaaraatti oppireeshinii qindaa’aa taasifameen bakkeewwan sodaa rakkoo nageenyaa hamaa jala turan bilisa ba’uu Biiroon Kominikeeshinii Naannichaa beeksise. Hogganaan biirichaa Mangashaa Faantahun (PhD) Wiixata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, bakkeewwan... Read more »

 “Sirni federaalizimii sabdaneessummaa waldhabdeef sababa hinta’u”-Doktar Taaddasaa Jaalataa

Finfinnee: Sirni federaalizimii sabdaneessummaa mataasaatiin waldhabdeef sababa akka hintaane Hayyuun Saayinsii Hawaasaa ibsan. Yunivarsiitii Finfinneetti Qorataan Saayinsii Hawaasaa Doktar Taaddasaa Jaalataa, yaada Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf torbee darbe kennaniin akka jedhanitti, sirna federaalizimii... Read more »

 Oromiyaatti kenniinsa tajaajilaa dijitaalessuuf waliigalteen mallatteeffame

Finfinnee: Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala kenniinsa tajaajilootasaa dijitaalessuurratti Itiyoo- Telekoom waliin waliigaltee mallatteesse. Waliigalteen kun Bulchiinsa Magaalaa Shaggar waliinis taasifameera. Sadarkaa Pirezidaantii Ittaantuutti Hoggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa Aadde Maskaram Dabbabaa sagantaa... Read more »

“Itoophiyaatti Musliima ta’uun akka lammii lammaffaa qofa osoo hintaane akka yakkaatti ilaalamaa ture”Barsiisotaafi gorsitoota amantii Islaamaa

Finfinnee: Sirnoota darban keessa hawaasni Musliimaa abbaa biyyaa ta’ee osoo jiruu akka lammii lammataafi yakkamaatti ilaalamaa turuu barsiisotaafi gorsitootni amantii Islaamaa turtii Wiixata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa waliin taasisaniin ibsan. Ammaan tana... Read more »

 Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee utubaa dinagdee taasisuun gahee hundaati

Roobee: Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee utubaa dinagdee biyyaa taasisuuf hojiin paarkicha kunuunsuu gahee hundaa ta’uu Ministeerri Turiizimii ibse. Paarkichi ‘UNESCO’tti akka galmaa’uuf qaamolee gumaacha taasisaniif Kibxata darbe magaalaa Roobeetti beekamtiin kennameera. Ministirri... Read more »

 “Itoophiyaa guddoon kaleessarra har’a ijaaramaa jirti” Mulugeetaa Dabbabaa (PhD)

Finfinnee: Itoophiyaa haaraa daran guddatte har’a ijaarsishee eegalame malee Itoophiyaa guddoon kaleessaa akka isaanitti hinmul’atne Hayyuun Saayinsii Hawaasaa Doktar Mulugeetaa Dabbabaa ibsan. Doktar Mulugeetaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, seenessa... Read more »

 “Fooyya’uun nageenyaa sochii godinichaa gara gaariitti fideera” -Obbo Solomoon Taammiruu

Finfinnee: Godinichatti tarkaanfii Shaneerratti fudhatamaa jiru hordofee nageenyi fooyya’uusaan sochiin dinagdeefi hawaasummaa haala gaariirra jiraachuu Bulchaan Godina Wallagga Lixaa Obbo Solomoon Taammiruu ibsan. Ummata beelaaf saaxilame baraaruufis sochiin taasifamaa jiraachuu himaniiru. Obbo... Read more »

Humni qilleensaa Itoophiyaa hidhannoofi balaliistota hedduu horate

Finfinnee: Humni qilleensa Itoophiyaa hidhannoowwan ammayyaa’oofi balaliistota humna qilleensaa hedduu horachuu ajajaa olaanaan Humna Qilleensa Itoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa ibsan. Humni qilleensichaa Sadaasa 20 irraa eegalee guyyaa hundeeffamasaa waggaa 88ffaa sagantaalee... Read more »