Oduu Bariisaa
Finfinnee: Adeemsi ijaarsa Pirojektii Madda Humnaa Kooyishaa %62 irra gahuu Ministirri Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi odeeffannoo karaa miidiyaa hawaasummaasaanii kaleessa dabarsaniin akka jedhanitti, “Bara 2013 irraa eegalee gamaggama... Read more »
Finfinnee: Godina Arsiitti lafa hektaara kuma 230 qamadii bonaan uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 10 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Gannaa Mahaammad, ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii... Read more »
Adaamaa: Naannoo Oromiyaatti waggoottan sadan darban lafti heektaarri kuma tokkoofi 897 akkasumas, qarshiin miliyoona 500 saamamee ture harka mootummaatti deebi’uu Komishiniin Namuusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa beeksise. Komishinarri komishinichaa Obbo Abdallaa Oggatee guyyaa... Read more »
Finfinnee: Biyyootni liqeessitoota maallaqaa ta’an Itoophiyaaf yeroo kaffaltii dheeressuunsaanii rakkoo qaala’iinsa jireenyaa biyyattii furuuf gahee olaanaa qabaachusaa Hayyuun Dinagdee Doktar Daawwit Hayyeesoo ibsan. Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuu yeroo raawwii... Read more »
Finfinnee: Omisha ganna 2015/2016 irraa haga ammaatti sassaabamerraa callaa kuntaala miliyoona torbaafi kuma 500n argamuu Biiroon Qonna Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz ibse. Hogganaan Biiroo Qonna naannichaa Obbo Babakir Haliifaa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti bara bajataa 2016tti buna kuntaala miliyoona 11.5 walitti qabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Mahaammadsaanii Amiin ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin... Read more »
Finfinnee: Federaalizimiin sabdaneessaa sabdaneessummaa bu’uura godhachuun garaagarummaa keessatti tokkummaa mirkaneessaa jiraachuu hayyooti ibsan. Sirna federaalizimii sabadaneessaa cimsuuf mariifi dimokraasiin murteessaadha jedhame. Hayyuun seeraafi bulchiinsaa Obbo Aroon Daagool ibsa Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii... Read more »
Finfinnee: Oromiyaan dachee uumamni faayee taatee uumamaa daawwataman hedduu qabuudha. Naannichi qabeenya waa maraanis ta’e argama lafaatiin giddugaleessa biyyaa ta’uun beekama. Sababa bu’uuraaleen misoomaa haala barbaadameen misoomee hinjirreef qabeenya uumamaa naannichi qabu... Read more »
Finfinnee: Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa baranaa manneen barnootaa sadarkaa 2ffaatti barsiisota manneen barnootaa sadarkaa 2ffaatiin kan kennamu ta’uu Sadarkaa Hogganaa Ittaanaatti Gorsaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Obbo Efreem Tasammaa ibsan.... Read more »
Finfinnee: Ijaarsi pirojektii Godambaa Adwaa kiiloo meetira ’00’ ji’oota muraasa keessatti xumuramuun tajaajilaaf banaa akka ta’u Hogganaan Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Finfinneefi Dhimmoota Kaabinee Obbo Xilaahun Warquu ibsan. Hoggantoonniifi gaazexeessitoonni miidiyaalee addaddaarraa babbahan... Read more »