Oduu Bariisaa
Finfinnee: Ji’oota ja’an baranaatti foon toonii kuma 298 omishuuf karoorfamee ji’oota shanan darbanitti foon toonii kuma 328 omishamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti Gorsaan Ministirri De’eetaan Damee Qabeenya Beeyladaafi Qurxummii Doktar Yohaannis Girmaa... Read more »
Finfinnee: Yuniyeeniin Omishtoota Buna Oromiyaa waggoota shanan darbanitti gurgurtaa kaarbooniirraa galii yuuroo miliyoona 1.1 argachuu beeksise. Yuniyeenichatti ittigaafatamaan damee pirojeektii Obbo Daanyee Guutaa ibsa addatti dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »
Bishooftuu: Bishooftuu magaalaa waa maraan carroomte ta’uu kantiibaan magaalatti Obbo Alamaayyoo Asaffaa ibsan. Obbo Alamaayyoon guyyaa kabaja Humna Qilleensa Itoophiyaarratti argamuu Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, magaalaa Bishooftuu bakkeewwan hawwata tuuriizimii hedduu... Read more »
Bishooftuu: Fedhiin akka allaattiiwwanii samii keessa barrisuu barootaaf dhala namaa keessa bule obbolaa lameen lammii Ameerikaa Olbaraayitiifi Wilbaraayitiin dhugoome waa hedduu jijjiireera. Fedhiin dhala namaa samii keessa balali’uu qofatti daangeffamuun hafee yeroo... Read more »
– Hanga ammaatti qarshii biliyoona 52 hirpha guddistuu callaatiif ooleera Finfinnee: Raawwiin hojii damee qonnaa ji’oota shanan darbanii jajjabeessaa ta’uu Minsteerri Qonnaa ibse Ministirri Qonnaa Doktar Girmaa Amantee raawwii ministeerichaarratti Kamisa darbe... Read more »
Finfinnee: Adeemsi baruu barsiisuu haala gaariirraa jiraachuu hoggansi yuunivarsiitiwwanii Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa Roobii darbee haasofsiise ibsan. Pirezidaantii Ittaanaan Dhimma Barnootaa Yuunivarsiitii Wallaggaa Doktar Malkaa Hiikaa akka jedhanitti, yuunivarsiitichi qophii barbaachisu xumuruun bara... Read more »
Finfinnee: Namoonni ummata bakka bu’uun yaada ajandaa mariif dhiyeessan aanaalee 327tti adda baafamuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Dubbi himaan komishinichaa Obbo Xibabuu Taaddasaa ibsa laleessa gaazexeessitootaaf kennanniin akka jedhanitti, ummata bakka bu’uun... Read more »
Finfinnee: Biyyoota guddina rogawwan maraan fagaataniif bu’uurri saayiinsiifi teknolojii ta’uu kan hubate Biiroon Barnoota Oromiyaa barbaachisummaa Inistitiyuutii Qorannoo Saayiinsiifi Teknolojiirratti yaada walitti qabuuf kaleessa waltajjii marii qopheesseera. Hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Doktar... Read more »
Finfinnee: Godina Harargee Bahaatti ji’oota shanan darban keessatti dhimmoota 28,926 Manneen Murtii Aadaatti dhiyaatan keessaa 19,056 furmaata argachuu Manni Murtii Olaanaa godinichaa beeksise. Pirezidaantiin mana murtichaa Obbo Bukaarii Kadiroo Roobii darbe Dhaabbata... Read more »
Finfinnee: Qaama pirojektii “Maaddii Biyyaaf” keessaa tokko kan ta’e, pirojektiin meeggaa Ikkoo Turizimii Wancii-Dandii eebbaaf qophaa’aa jiraachuu qindeessaan pirojektichaa ibsan. Qindeessichi Obbo Dhaabaa Jinfeessaa gaafdeebii kaleessa Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti,... Read more »